26 May 2026, 17:50 UTC≈5,100 views89 reactionsread 15 August 2026 Addunyaa kanarraa namni miidhaman nama of keessatti hafeedha. Bahi muldhadhu! Ykn baasii muldhisi. Irra caalaan dhala namaa kan miidhamee tarree namootaatti ba'uuf waan keessoo isaa jiru kallatti itti baasee fayyadamu ykn Addunyaa fayyadu gaafa dhabuudha.
Kennaan keessoo kee jiru yoo sirraa bahee hafuura nagaa ykn boqonnaa siif laata. Yoo si keessa ture ykn ukkamamee si keessa taa'ee akka bakteeriyaatti qaaama kee n…
❤66👍19🥰3🤩1
3 May 2026, 10:08 UTC≈6,580 views42 reactionsread 15 August 2026 Jechoota Beektotaa 10 Kan Daandii Milkaa'inaa Irra Nama Buusan:
▬▬▬▬▬▬▬▬
➊. Injifachuuf keessa jiraachuu qabda.
- Tony Robbins
➋. "Milkaa'inni quuqama tokko malee kufaatii irraa gara kufaatiitti gufachuudha."
- Winston Churchill
➌. "Namoonni yeroo baay'ee kaka'umsi hin turu jedhu. Kanaafidha guyyaa guyyaan akka jajjabaataniif kan gorsuuf!"
- Zig Ziglar
➍. Abjuu kee dhugoomsuu yoo barbaadde wanti jalqaba goch…
❤41👍1
3 May 2026, 08:34 UTC≈5,220 views25 reactionsread 15 August 2026 Amma Murteessi, Jireenya Kee Jijjiiradhu!
1. Amma qofa of harkaa qabdu fayyadami
Addunyaa kana irratti qabeenyi ilmi namaa wal qixa miti; yeroo callaan waan qabdu hin fayyadamne, carraan kee darbee deema. Kanaafuu, waan qabdu ammas itti fayyadami. Waanan danda’u hunda har’a irraa eegaluun raawwachiisi. Murtee tokko yoo fudhatte, jireenya kee guutuu jijjiiruu dandeetta.
2. Kaleessaa yaaduu dhiisi, ammaa irratti xiyy…
❤23👍2
20 Apr 2026, 19:29 UTC≈5,510 views53 reactionsread 15 August 2026 Amala Gaggeessummaa Dhugaa @JechootaGamnaa
• Hojjetee itti agarsiisee, hojjechiisa. Jechaan osoo hin taane, Gochaan agarsiisa.
• Karaa kana deemaa jedhee taa'a osoo hin taane, imalee kallattii itti agarsiisa.
• Gaggeessaan dhugaa, hinaaffaa qajeelaa isaaniif qaba: kunis jijjiirama karaa hunda galeessaan kan dhufu dha.
• Gaggeessaan dhugaa fi milkaa'oon, warra isaan caalaa sabaaf ta'uu danda'an oomisha.
• Karaatti a…
❤37👍11🙏5
4 Apr 2026, 00:18 UTC≈6,620 views59 reactionsread 15 August 2026 Rakkoo Hunda Altokkotti Hin Furin: Dandeettii Keetiin Tartiibaan Milkaa’i
1. Rakkoo hubachuun jalqaba furmaataa ti
Rakkoo kamiyyuu furuuf dura, maal akka ta’e sirriitti hubachuun murteessaadha. Namoonni hedduun rakkoo isaanii osoo hin hubatin saffisaan furuuf yaalu, garuu kun yeroo baay’ee dogoggora fida. Rakkoo adda baafachuun, sababaa isaa qorachuun, akkasumas bu’aa isaa hubachuun tarkaanfii jalqabaa cimaadha. Kun…
❤42👏15👍2
22 Mar 2026, 23:24 UTC≈5,950 views47 reactionsread 15 August 2026 Photo
"Kana akka kufaatiitti hin fudhadhu, akka barnootaatti malee. Karaalee hin hojjenne kuma kudhanin irraa baradhe.”Toomaas Eedisan
"Abdii kutannaan karaa kufaatiitti geessu
Isa amansiisaadha!" Genaa Showaalter
"Rakkattee osoo hin milkaa'in hafte yoo ta'e, kan si booda milkaa'u dhaloota tokkotu jira; osoo hin rakkatin milkoofte yoo ta'e garuu si dura nama rakkatetu ture."
Waan yaallee hin milkoofnerraa beekumsaa fi h…
❤24👏23
20 Mar 2026, 01:27 UTC≈5,810 views15 reactionsread 15 August 2026 Photo
EID MUBARAK : WARRA BARANAA KAN BARA HEGEREE
•••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••
Obboleeyyan kiyya kan Islaamaa kan Xiqqaa fii Guddaa Kan Dhiiraa fii Dhalaa Kan Biyya Keessaa fii Biyya alaa Jirtan Hundi keessannuu warri guyyaa arraa geessanii iida Fixrii godhaa jirtan baga rabbiin Guyyaa iidaa kanaan isin gaheen isiniin jachuun barbaada.
iidni kun iida gammachuu iida milkii kan badhaadhinaa k…
❤15
23 Dec 2025, 18:54 UTC≈11,700 views98 reactionsread 15 August 2026 Namni kamiyyuu jireenya isaa keessatti ergama mataa isaa ni qaba. uumaan tokko tokko keenyatti dirqama adda addaa kenneera. dirqama siif kenname namni biraan hojjechuu hin danda'u. kanaaf waanti nurraa eegamu kaayyoo uumamneef adda baafnee beekuufi of taanee jiraachuudha.
Akkaataa ati ofiikee itti ilaaltu akkaata ati itti tarkaanfaattu murteessa.kanaaf dandeettiikootti nan amanaa? jedhii of gaafadhu. Humna si keessa…
❤69👍20🥰9
15 Nov 2025, 15:26 UTC≈11,200 views110 reactionsread 15 August 2026 Wantoota jireenya kee keessatti murtoo barbaadaniif irra deddeebi'ii yaadii murteesssi! Waan itti amantee murteessite garuu deebitee hin shakkin!
@JechootaGamnaa
❤86👍21🎉3
20 Oct 2025, 20:12 UTC≈14,200 views119 reactionsread 15 August 2026 Photo
Jιrєєиуα
▷ Ʀakkina qaba.
▷ Baldhina qaba.
▷ Salphina qaba.
▷ Ulfina qaba.
Isaan kanatu walitti dabalamee Jireenya hiika qabu nuu fida.
➛ Nan kufe jettee abdii hin kutin! Kufuun dhuma jireenyaa miti.
➛ Ulfina argadhe jettee hin boonin! Ofiin boonuun galma jireenyaa miti.
➛ Kufaatiin isa ta'uuf dhalatte osoo hin ta'in hafuudha. Isa ta'uuf dhalatte ta'uuf immoo rakkina keessa darbuun dirqama.
➥ Mee namoottan addunyaa …
❤87👏18👍14
8 Oct 2025, 20:07 UTC≈11,600 views72 reactionsread 15 August 2026 Of guddisuu jechuun guddina dhuunfaa dammaqinaan hordofuu, of beekuu, dandeettii ofii babal’isuu fi ciminaa fi amaloota ofii keetii isa hunda caalu ta’uuf si gargaaran fooyyessuudha. Jijjiirama fudhachuu fi guddina mataa keetii irratti invast gochuudha. Kunis yaadolee gadii hammata:
1. Of-ijaaruu
2. Barnoota umurii guutuu barachuu
3. Galma ifa ta'e kaa'achuu
4. Sodaa ofitti fudhachuu
5. Yaada barbaaduu
6. Nageenya k…
❤52👍11🥰9
8 Oct 2025, 20:05 UTC≈10,800 views54 reactionsread 15 August 2026 (Of Guddisuu)🌱
▬▬▬▬▬▬▬▬▬
💡 Of guddisuu jechuun guddina dhuunfaa dammaqinaan hordofuu, of beekuu, dandeettii ofii babal’isuu fi ciminaa fi amaloota ofii keetii isa hunda caalu ta’uuf si gargaaran fooyyessuudha. Jijjiirama fudhachuu fi guddina mataa keetii irratti invast gochuudha.
💬 Of-ijaari: Ciminaa fi hanqina kee qorachuudhaan jalqabi. Kaayyoo, gatii fi fedhii kee irratti xiinxali. Of beekuun bu’uura guddina dhuu…
❤44🥰9👍1
Showing the 12 most recent of 20 posts we hold for @JechootaGamnaa. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.