22 Mar 2026, 23:32 UTC≈3,560 views43 reactionsread 5 September 2026 #Sammuun akka iddoo biqiltuuti.
↪ Yoo akka gaariitti misoomsite daraaraa gammachuu fi gammachuutiin ni daraara. Garuu yoo tuffatte margi negaatiivii fi gadadoo bakka isaa ni biqila.
↪️ Yaadni kee akka sanyii ati facaaftu ti. Yaada gaarii yoo facaafte bu’aa gaarii argatta. Garuu yaada gadhee yoo facaafte, waan hamaa qofa haammatta. Filannoon kan keeti.
↪️ Gammachuun waan ari’amuu ykn horachuu danda’u miti. Duraan s…
❤28👍15
22 Oct 2025, 16:20 UTC≈7,920 views99 reactionsread 5 September 2026 Aᴋᴋᴀᴀᴛᴀᴀ ɪᴛᴛɪ ʏᴀᴀᴅᴅᴜ ᴊɪᴊᴊɪɪʀɪ.
Yaadni kee egeree kee uuma.
Shakkii gara abdiitti jijjiiri
Sodaa gara amantiitti jijjiiri
Aarii gara jaalalaatti jijjiiri.
Fuuldura siif malu uumii.
Jibba gara jaalalaati jijjiri
Dukkana gara ifaati jijjiri
Kufaatii gara Milkaaina tti jijjiri
Namni biraa sif hin godhu
Karaa sirrii irra jirta.
Shakkiin gadi si hin buusiin.
Of amanii.
Gatii kee amanii.
Gatii kee beeki.
💬 @XI…
❤76🥰15👍8
15 Oct 2025, 02:13 UTC≈7,430 views68 reactionsread 5 September 2026 Xiinsammuu
❶Namaa wajjiin hojjedhu, baradhu, jiraadhu malee irraa hin eeggatin. Isaan irraa kan eeggattu yoo ta'e hin argattuu wàan ta'eef hin gammaddu.
➋Itti gaafatamuummaa jireenya keetii ofiikee fudhadhu. Isaayyuu paarsantii dhibba ta'uu qaba.
➌Waan balleessiteef, namas, Waaqas, hin komatin. Seexanas hin hammeessiin. Waan sirreessuu qabdu sirreessi.
❹Waanta amma qabdu galateeffadhu.
💬 @XINSAMMUU 💭
👍39❤23🥰6
19 Jul 2025, 13:25 UTC≈9,800 views78 reactionsread 5 September 2026 Xinsammuu ✔️
▬▬▬▬▬▬▬▬
➊. Wanta jechaan jijjiiruu dandeessu humnaan jijjiiruu hin dandeessu; wanta humnaan jijjiiruu dandeessu jechaan jijjiiruu hin dandeessu.
➋. Mul'ata, karoora, qophii sirriin, addunyaa kana jijjiiruu dandeessa.
➌. Addunyaa kana irraa namoonni baay'ee barbaadaman namoota rakkinaaf furmaata qajeelaa fidanii dha.
➍. Namooni galma isaanii beekan tasa harka hin kennan.
➎. Sanyii haammachuu barbaaddu ak…
❤59👍19
13 Feb 2025, 04:38 UTC≈11,900 views101 reactionsread 5 September 2026 Jireenyi gabaabduu dha waan taateef jireenya nama kan biraa jiraachuudhaan of hin qisaasessin!
DANDEETTII kee faana dorgomi!🧠
❤73👍28
10 Feb 2025, 16:55 UTC≈11,300 views57 reactionsread 5 September 2026 Nama ta'uuf shaakaluun nama ta'uu ni dandeenya of ta'uuf carraaquunis of ta'uu ni dandeenya.
Kaan immoo of ta'uu iyyuu dadhabee of ta'uuf rakkata barreessitoota baay'ee fi namootni xiin-sammuu baay'eenis "Of TA'I" nuun jedhu.
👍42❤6😍5💯4
7 Feb 2025, 18:53 UTC≈11,800 views70 reactionsread 5 September 2026 Fedhii* wanti hundi fedhii irraa eegala. Jireenya kee keessatti akkamitti waan tokko akka barbaaddudha.
Kana galmaan gahuu yoo dandeesse malee fedhii hin qabdu jechuudha. Garuu waan ati taatu suuraa dhugaa kan ta'e fedhii kee isa gubaadha, fedhiiiin kee garuu fedhii gubaa ta'uu qaba. Fedhii kee galmaan ga'uuf yeroo murteessite immoo Egaa, karaa tokkoon fedhiin sadarkaa yaadaafi gocha walitti hidhudha.
Yaada → of ke…
👍44❤23🥰2🎉1
30 Dec 2024, 03:15 UTC≈12,900 views74 reactionsread 5 September 2026 “Jireenya milkaa'aa jiraachuuf qajeeltoowwan jireenyaa sirnaan hojiirra oolchuun barbaachisaadha!”......jedhu hayyoonni.
1) Inni jalqabaa of simachuu /self acceptance / seenaafi muuxxannoo gaarii qofa osoo hin taane seenaafi mudannoo jireenyaa gaarii hin taanellee simachuun barbaachisaadha.
2) kaayyoo jireenyaaf jiraachuu dha/ Living for life purpose/ jedhu hayyoonni.
3) Dorgommii hin taaneerraa fagaachuun /Avoid…
❤48👍25😎1
15 Dec 2024, 20:40 UTC≈8,750 views8 reactionsread 5 September 2026 File
How to win friend and influence people(PDF)
Kitaaba baay'ee bareeda ta'eedha.
❤7👏1
14 Dec 2024, 00:34 UTC≈11,000 views71 reactionsread 5 September 2026 #Saayikoloojiin Amala Namaa Bakka Gurguddaa Sadiitti Qoodee kaa’a
1. ✍️Nama Suutee (#Passive Person)
#Namni kun yeroo hundaa moo’amaadha,waan namni jedhe hunda tole jedhee fudhata, waan isaaf ta’u adda baasee hin beeku, waanuma hiriyaan isaa/ishee gootu ilaalee godha.Ofitti amanamummaa hin qabu, waanuma sirrii dhiisi kun sirrii miti yoo jette ni dhiisa. Namni akkasii kun jireenyi isaa kufaadha.
2. ✍️Nama Ofittoo (…
❤35👍20😇13💯3
13 Dec 2024, 23:59 UTC≈7,470 views28 reactionsread 5 September 2026 File
Kitaaba "Yaadi Duroomi/Think and Grow Rich" jedhu irraa barnoota 10 " hojiilee Napoleon Hill addunyaa irratti beekamoo ta'an keessaa isa tokkodha.
1. Fedhii/Desire/.
Napoleon Hill kitaaba isaa "Think & Grow Rich" jedhu keessatti wanti hundi fedhii irraa eegala. Jireenya kee keessatti akkamitti waan tokko akka barbaaddudha.
Kana galmaan gahuu yoo dandeesse malee fedhii hin qabdu jechuudha. Garuu waan ati taatu suura…
❤16👍11🥰1
13 Dec 2024, 23:09 UTC≈6,660 views22 reactionsread 5 September 2026 Barnoota 10 Akkaataa Namoonni Milkaa'oo Guddatan : Jim Collins Irraa
1. Dandeettiilee Ijoo Kee Guddifadhu: Maal irratti addatti dandeettii qabda? Wantoonni ati hojjettu kan warri kaan hin dandeenye maali? Dandeettiilee ijoo kana guddisuu irratti xiyyeeffadhuu karaa milkaa’ina gaarii irra jirta.
2. Mul’ata Ifa Ta’e Qabaachuu: Jireenya kee keessatti maal galmaan gahuu barbaadda? Kaayyoon kee maali? Mul’ata ifa ta’e …
❤11👍11
Showing the 12 most recent of 19 posts we hold for @XINSAMMUU. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.