10 Aug 2026, 03:29 UTC253 views10 reactionsread 12 August 2026 Mammaaksota Dubartootaa Oromoo
1. Heeruma dharraanee(hawwinee) heerumnaan rarraane (rakkannee)
2. Asuu oolle jette kan heerumaaf muddamte”
3. Takkattii qayyannee kan duraa hanqannee yookiin takkaa qayyannee lukaa gubanne
4. Bakka dhiiganii hin fiigan.
5. Kana muranii kamiin fincaayan jette haati manaa inni ofirraa mura jennaan.
6. Kaanittuu abbaa argadhu jette haati intalaan.
7. Intalti ariifattuun haadha cin…
❤6👍2😍2
Signed Getu A. Oneta✟
8 Aug 2026, 03:34 UTC377 views5 reactionsread 12 August 2026 👋Hi!
🔵 Join the Best Channels below 👇
┃_
┃Reading PDF 📖
┃_
┃Leadership and Psychology 🥇
┃_
┃Walaloo Jaalalaa ❤️
┃_
┃Love Tips 💋
┃_
┃Hariiroo Jaalalaa 🌷
┃_
┃@Amharic_proverb ✉️
┃_
┃Love Heart 😵💫
┃_
┃Facts and Knowledge ✅
┃_
┃Siifol Tech 🖥
┃_
┃@Dhimma_Fayyaa 💊
┃_
┃English Class 🎓
┃_
┃Now Speak English 🕖
┃_
┃Jara Tech 🚀
┃_
┃Crypto Earn 💸
┃_
┃@Gaaela_Gaarii 🎀
┃_
┃Getu Official
┃_
┃Arara Tv World Wide ❤️
┃_
┃Spiritu…
😍4👍1
Signed Getu A. Oneta✟
3 Aug 2026, 16:40 UTC528 views5 reactionsread 12 August 2026 👋Hi!
🔵 Join the Best Channels below 👇
┃_
┃Reading PDF 📖
┃_
┃Leadership and Psychology 🥇
┃_
┃Walaloo Jaalalaa ❤️
┃_
┃Love Tips 💋
┃_
┃Hariiroo Jaalalaa 🌷
┃_
┃@Amharic_proverb ✉️
┃_
┃Love Heart 😵💫
┃_
┃Facts and Knowledge ✅
┃_
┃Siifol Tech 🖥
┃_
┃@Dhimma_Fayyaa 💊
┃_
┃English Class 🎓
┃_
┃Now Speak English 🕖
┃_
┃Jara Tech 🚀
┃_
┃Crypto Earn 💸
┃_
┃@Gaaela_Gaarii 🎀
┃_
┃Getu Official
┃_
┃Arara Tv World Wide ❤️
┃_
┃Spiritu…
❤4😍1
Signed Getu A. Oneta✟
31 Jul 2026, 02:39 UTC718 views8 reactionsread 12 August 2026 Photo
💔 Jaalalli shamarranii dhiirota hawwachuuf ulaagaalee gurguddoo 3 qabaachuun irra jiraata jedhamee yaadama, Kunis,...⏩See More
👉 See More
See More
❌ Dhiironni ariitiin jaalala simatan dhuma irratti,...➡️See More
😍6❤1😘1
Signed Getu A. Oneta✟
25 Jul 2026, 02:43 UTC913 views7 reactionsread 12 August 2026 Photo
❤️ "Jaalalli madda nagaan irraa maddu kan ta'eef sababa gurguddoo 4 ...⏩ As tuquun dubbisaa
👇👇
See More
See More
😘5👍1😍1
Signed Getu A. Oneta✟
25 Jul 2026, 02:38 UTC735 views5 reactionsread 12 August 2026 👋Hi!
╔┓┏╦━━╦┓╔┓╔━━╗
║┗┛║┗━╣┃║┃║╯╰║
║┏┓║┏━╣┗╣┗╣╰╯║
╚┛┗╩━━╩━╩━╩━━~
🔵 Join the Best Channels below 👇
Reading Materials & Psychological Channels 👇
┃_
┃Reading PDF 📖
┃_
┃Leadership and Psychology 🥇
┃_
┃Walaloo Jaalalaa ❤️
┃_
┃Love Tips 💋
┃_
┃Hariiroo Jaalalaa 🌷
┃_
┃@Amharic_proverb ✉️
┃_
┃Love Heart 😵💫
┃_
┃Facts and Knowledge ✅
┃_
Educational Channels
┃_
┃Siifol Tech 🖥
┃_
┃Researchers Review ☁️
┃_
┃@Dhimma_Fayyaa 💊…
😍3❤1👍1
Signed Getu A. Oneta✟
24 Jul 2026, 02:39 UTC677 views7 reactionsread 12 August 2026 Photo
🔒 Jireenya isaaniitiin shamarran malaa fi ogummaa cimaa dhiirota ittiin caalan 3 qabu.... ⏩As tuquun Itti fufaa dubbisaa
👇👇👇👇
👉✨See More✨👈
👉✨See More✨👈
👆👆👆👆
✅ Mala dubartii fi humna bishaanii siif haa kennu,... See More
👍4❤2😘1
Signed Getu A. Oneta✟
22 Jul 2026, 19:28 UTC741 views7 reactionsread 12 August 2026 Photo
❤️ Jaalalli iddoo gurguddoo afuritti qoodama. ➡️As tuquun dubbisi!
👇👇👇
🫱✨ See More👈
🫱 ✨See More👈
⬆️⬆️⬆️
❤4👍1😍1😘1
Signed Getu A. Oneta✟
22 Jul 2026, 18:05 UTC751 views12 reactionsread 12 August 2026 Ati Lammaffaa Kooti!
"Hin quufiin hin utaalan! Hin utaaliin hin caban!" jedhee inni Oromoon mammaaku yoom soba ta'e? Gurbaan tokko
saantima liqimse. Saantimni sun qoonqootti rakkatte. Isa booda wallaansa barbaachisu argachuuf gara Hospitaalaa
deeme. Qorannoon taasifameefii booda saantimni sun tajaajila wallaansa baqaqsanii hodhuun malee keessaa ba'uu akka hin dandeenye itti himame. Beellamni kennameefii yeroon isaa …
❤7😍4😘1
Signed Getu A. Oneta✟
20 Jul 2026, 23:37 UTC925 views10 reactionsread 12 August 2026 Photo
🌹 Karaalee Jaalala ittiin ibsattu baay'ee si gargaaran 15 kanneen... ➡️ Asitti bu'uun dubbisi
👉 See More
See More
❤9👍1
Signed Getu A. Oneta✟
13 Jul 2026, 16:57 UTC≈1,210 views23 reactionsread 12 August 2026 1. Guddateef dubbii harretti hin fe’an
2. Qaallu salphattu nama du’utti waaman
3. Garaan badaan waan nyaatan nama himsiisa jedhe abbaan kiyya
@Mammaaka_Oromoo ✨
❤15👍6😘2
Signed Getu A. Oneta✟
12 Jul 2026, 16:59 UTC≈1,250 views19 reactionsread 12 August 2026 1. Harkaan dhaabatan lukaan dhiitan
2. Kan arba ajjeese furrii hin baafatuu?
3. Waanyoon yoo kufan waan caban nama seeti
@Mammaaka_Oromoo ✨
👍11😍4❤3🎉1
Signed Getu A. Oneta✟
Showing the 12 most recent of 21 posts we hold for @mammaaka_Oromoo. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.