6 May 2026, 16:38 UTCโ6,650 views138 reactionsread 3 September 2026 Takkaa rakkattee hin beektu taanaan, fira, hiriyaa fi diina kee addaan baafachuun si rakkisa. Rakkoon guddaan jiru hanqina gingilchaa (filter) fi daawwitiiti.
Gingilchaan akka meeshaa wantoota faayidaa qabanii fi hin qabne addaan baafnuuf nu fayyada; daawwitiin ammoo akka wantoota sirriitti ilaalluuf nu gargaarti.
Namni daawwitii hin qabne waanta fuula isaa dura jiru malee waan fuula isaa irra jiruu fi wanta duuba iโฆ
๐86โค39๐ฏ7๐ฆ4๐คฎ2
5 May 2026, 11:31 UTCโ6,210 views36 reactionsread 3 September 2026 Har'aa hojiin hin jiruu maal ta'a guyyaan hundi ayyana utuu ta'e.
๐ฅ
๐21โ8โค7
5 May 2026, 11:18 UTCโ5,810 views30 reactionsread 3 September 2026 #Dhiirri tokko gowwaadha kan ittiin jennu..๐
1. Yoo durba tokko jaallachuu barbaadee jaalallee qabdaa jedhee gaafate.๐ซฃ
2. Erga fuudheen booda haadha manaa isaa yoo Yuniversitiitti erge.๐คช
3. FB irratti Suuraa durbaa hunda jala deemee bareedduukoo lubbuukoo,damma koo, yoo jedhe.๐ฒ๐ฒ
4. Cal jedhee durba isa hin jaallanneetti bilbilee bo'aa yoo oole.๐
5. Hi jedhee text barreesseefii yoo isheen text isaa ilaaltee callโฆ
โค22๐ค4๐ฟ3๐ฉ1
4 May 2026, 21:31 UTCโ5,380 views46 reactionsread 3 September 2026 โKitaaba Geography Kutaa 9 Irraa maal jedha beektuu?๐
โ
โ1.Namni afaansaa walitti cufee arrabasaatiin danda'ee ilkaansaa hundumaa qaqqabu hin danda'u jedha๐
โ
โ2.Yoo jiraates namni sun dhukkuba sammuu waan qabuuf qaqqaba malee inni fayyaa miti jedha๐ญ
โ
โ3.Kunoo ati inni maraatuunimmoo mirkaneeffachuuf jettee afaankee walitti cuftee yaalii geggeessaa jirta๐
โ
โ5.Akka arrabikee ilkaankee hunda bira ga'u mirkaneeffatteeโฆ
๐คฃ22โค14๐5โ3๐2
4 May 2026, 16:47 UTCโ4,250 views27 reactionsread 3 September 2026 Dubartii tokkotu kompiutara ishiitiif password galchaa jirti.
Computer:"Password kee galchi."
Dubartii: "Abbaa manaa kiyya" galchite.
Computer: "Error: Password n kee baay'ee gabaabaa dha!"
๐๐๐๐
๐23โค4
4 May 2026, 11:13 UTCโ4,360 views59 reactionsread 3 September 2026 Saaksii shamarranii fi hiika isaa!๐
Part 1๐๐คช
1. Haati manaa kee sitti dheekkamtii rafi! Hiika isaa: haadha manaa qabda moo hinqabdu?๐ค
2. Manaa baโuu hin dandaโu.
Hiika isaa: si arguu hin barbaadu!๐
3. Bilbillikoo charge cufuufi!
Hiikasaa: sitti haasaโuun na jibbisiisaa jira๐
4. Balanceโn koo narratti dhumaa jira!
Hiika isaa: kaardii naaf guuti rakkataa wayii!๐
5. Hirribni na ajjeeseera! Hojiirran oole!
Hiika isaaโฆ
โค34๐20๐4๐ป1
3 May 2026, 14:16 UTCโ4,520 views27 reactionsread 3 September 2026 Kutaa1ffaa
โANATU SI HIMATA TURE...โ
Yeroo tokko abbaaf ilmatu dhaddacharra wal dhaaban
Sababani isaanis :-rakkoo wal fakkachuu dhabuu isaaniti
ilmatu erga guddate of baree sammuun bilchaate namootaan wal baree gargaarsi abbaan isaa isaaf gudhu dadhabbii isaa wajjin dadhabu eddoo guddaa inni isaaf qabuu osoo hin hubatin bifa foonin/isa ijaan argamu kanan abbaa isaa akka hin fakkaane fi kan isaas ta,uun isaas akka sโฆ
โค23๐คฃ4
28 Apr 2026, 21:02 UTCโ5,180 views12 reactionsread 3 September 2026 Photo
What a game Bagan ilaale ๐ณ
Psg ๐
โค12
22 Apr 2026, 21:13 UTCโ5,820 views20 reactionsread 3 September 2026 Photo
Club Manchester city Bayye Ciimera 1-0 Ba'uu danda'eraa Deggertonni city Baga gammadanโค๏ธ๐
๐7โค4๐4๐2๐ฉ1๐ฟ1๐คฃ1
16 Apr 2026, 19:10 UTCโ6,400 views57 reactionsread 3 September 2026 Social media barbaadeyyuu haa ta'u namoota baay'ee wajjin amma halkan sa'aatii 6:00tti wal janajjanna๐
Garuu gaafa qaamaan walitti dhufnu zim jennee wal cufnee wal bira darbina wq๐
Anuma qofa mudataay waanti kun?๐๐๐๐๐ค
Share๐Kottaa Kolfaa ๐คฃ
๐34โค11๐ฅฐ11๐ค1
12 Apr 2026, 09:42 UTCโ7,090 views41 reactionsread 3 September 2026 Isa amma ati barte, waggoota shanan darban yoon dinqisiifadhee darbewo?
Daddab jedhe namichuu๐คฃ
โค24๐คฃ9๐ฅ5๐ฅด3
4 Apr 2026, 00:17 UTCโ7,980 views69 reactionsread 3 September 2026 Bro hanga feete gowwaa taatus jaalallee teetiif kaardii hin guutin ka biraa janajjanti
โค39๐ญ18๐คฃ12
Showing the 12 most recent of 20 posts we hold for @QAROO_JALAALAA_OROMO. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked โ was rounded by Telegram before we ever saw it โ t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so โ1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.