14 Apr 2026, 18:52 UTC≈2,990 views44 reactionsread 5 September 2026 Dubartii hin miidhinaa, Rakkina ofii keeesaniifuu keessatti oobsuu dadhabdan isii irratti jigfattanii dubartiin oobsa hin qabdu hin jadhinaa !
Isheen uumama laafaadha, mala gara garaatiin ishee sossobaatiin qabuuf jedhaa.
Haati teessaniis dhiira hin turre dubartiidha
❤39👍3🤩2
BURQAA JAALALAA pinned «Siin jaaladha ka siin jadhee mitii ija cufatee miira keessa galee kan si hammateyyuu ni kijiba yeroo tokko tokko. 💔 💔»
6 Apr 2026, 20:14 UTC≈3,410 views17 reactionsread 5 September 2026 Siin jaaladha ka siin jadhee mitii ija cufatee miira keessa galee kan si hammateyyuu ni kijiba yeroo tokko tokko.
💔
💔
❤9👍6😁2
6 Apr 2026, 20:14 UTC≈3,370 views18 reactionsread 5 September 2026 Photo
Jaalalli dhungachuufii hammachuu qofa keessa akka hin jirre na argisiise.
Ergaan lafa kana irra dhufee if baree guyyaa takka abbaa koo isaa na hammatee na dhungatu argee hin beeku. Siin jaaladhaas takkaa isaa naan ja'u dhagahee hin beeku. Tarii anaa if hin barin kana hunda godheera ta'a.
Garuu isa bira turee takkaa Rakkina himadhee hin beeku. Ija keessa na laalee haajaa koo beeka, ija keessa na laalee waaniin isarr…
❤15👍3
6 Apr 2026, 20:14 UTC≈2,590 views6 reactionsread 5 September 2026 "Siin ajjeesa kan naan jadhe odoo na hin ajjeesini, si dhabu nan du'a kan naan jadhe na ajjeesee" jatte jadhan
💔🥹
❤5🤔1
6 Apr 2026, 20:14 UTC≈2,580 views9 reactionsread 5 September 2026 Onnee irraan siin jadha.
Jaalalaan hin dhaadatamu, jaalala isaanii fudhatama dhabsiiste mitii asiif achi deemtee akka isaan gaafii jaalalaa siif dhiheessanii ati isaan jalaa kufaa taasiste bakka deemtutti hin odeessin !
❤9
6 Apr 2026, 20:14 UTC≈2,550 views4 reactionsread 5 September 2026 Barnoota jireenyaa...!
Isaan biratti kabajamuuf, jaalala isaan biraa argachuuf isaaniif gad jatta, isaan immoo si tuffatu. Atiis kana argitee ofiin kabachiisa jattee tarkaanfii fudhachuu eegalta, tarkaanfii isaanirratti ati fudhattu caalaa waan isaan sirra dalaganiitu yeroo hunda si miidha. Isaan si tuffatanii jiran waan taheef waan ati godhu jirtu kana xiqqolle xiyyeeyfanna itti hin godhan, ati tuffatameetiin jira…
❤4
6 Apr 2026, 20:14 UTC≈2,240 views2 reactionsread 5 September 2026 "Onnee baayyee laafaafii daangaa malee nama jaalatu yoo qabaatte baayyistee booyuufiis of qopheessi" yerooo ammaatu jadha !
❤️~💔~❤️🩹
❤2
6 Apr 2026, 20:14 UTC≈2,220 viewsread 5 September 2026 Yeroo jaalalaa keessatti waan fuul duree keessaniis mari'adhaa, waan amma irra jirtan irrattiis wal jajjabeessaa, waliis sirreessaa, ammaas yeroo takka takka akkanumatti kolfaatii waliin taphadhaa. Kunneen jaalalaafii hariiroo keessan ni cimsa.
Kolfaaf tapha qofa yoo tahees karatti wal hanbistu.
6 Apr 2026, 20:14 UTC≈2,190 viewsread 5 September 2026 Yeroo miira nama biraa yaadaa waan gootu gootu wanti ati gootu hoggu takka mirqaana siif hin kannitu.
"Na arganii na hin arginee, narraa gammadanii narraa hin gammannee, isaani tole moo isaanitti hin tolle, isaan kana ni fadhanii kana godheen isaan biraa xiyyeeyfannaa argadhaa...?" Jattee yaaduun gaafa hojii tee tahe. Waan hojjattu keessatti gammachuu barbaaduu ngy itti dhaammadhu. Inuma gammachuun sammuu akkasii ke…
6 Apr 2026, 20:14 UTC≈2,130 views4 reactionsread 5 September 2026 Odoo hin jaalanne sobaafi fakkeessaan wajjiin turuu irra "Anaaf ati waliin tahuu hin dandeenyu, si dhiisuun barbaade adda baana...or Si hin jaaladhu yeroo kee hin gubuutii ngyn jiraadhu" jachuutu siifiis nama saniifiis irra gaariidha.
Siis nama saniis guyyaa muraasaaf jachi kun ni miidha, yeroo muraasa booda garuu isin lachuutiifuu furmaata. Ablee doomaan irra turanii erga abdiin meeqa badee ajjeesuu irra ablee qa…
❤4
1 Apr 2026, 14:53 UTC≈2,830 views13 reactionsread 5 September 2026 🦻Gaafa tokko.... Shamarran uffata qaama isaanii muldhisu uffatanii walga'ii irratti argaman. Gaggeessaan waltajjichaa, shamarran kana ilaalee waan sammuun isaanii hin daganne fakkeenyota sadi fudhatee itti dubbate. Kunis akkas kan jedhu ture.
• "Mee hundumti keessan gadi taa'aa waan ta'e tokkon isinitti hima! Albuudota gatiin isaanii mi'a (qaalii) ta'an hunda akka isaan haala salphaan hin argamnetti Waaqni golgaa (ul…
❤11👎2
Showing the 12 most recent of 20 posts we hold for @BURQAA_JAALALAA. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.