20 Mar 2026, 01:18 UTCโ3,750 views35 reactionsread 2 September 2026 Ijji ishee gurguddoodha, Irgoon ishee timira. Ilaalchaa gaarii qabdi, hin fakkeessitu, kan Ormaan of hin madaaltu. Ni aarti, dhiifama gooti. Jaalala qulqulluudha qabdi isheen anaaf kannaadha. Na guddifatti, milkaa'ina kiyyaaf duursa kanniti. Hunda caalaa wanta Ishee bareechu nama mara namummaa isaatiin kabajji, bakka kabaja ishii xuqu kamuu nyaara guurteeti falmatti. Isheen jeeyna, isheen anaaf badhaasaโฃ
Eid Mubarakโฆ
โค23๐9๐ฅฐ3
6 Oct 2025, 23:43 UTCโ8,460 views122 reactionsread 2 September 2026 Yaadni koo si qofa
Galgalaa ganama...!
Balballi onnee koo
Furtuu keen banama...!
Jaalalaan na seentee
Onnee Koo mooteetta...!
Guutummaa qaamakoo
Kee qofa gooteetta...!
Hidhaan Jaalala kee
Sansalata cimaa...!
Keessa koo sin dhoksu
Dhagay sittan himaa...!
Ati qaroo kooti
Somba kiyyaaf tiruu...!
Simale Jireenyi
Tasa naaf hin jiru...!
Si argachuuf jecha
Gaaraaf Dhoqan bu'a..!
Akka tasaa dhufus
Bakka kee nan du'a..!
โฆ
โค80๐23๐ฅฐ13๐คช6
19 Jul 2025, 14:07 UTCโ9,880 views89 reactionsread 2 September 2026 Yaadni koo si qofa
Galgalaa ganama...!
Balballi onnee koo
Furtuu keen banama...!
Jaalalaan na seentee
Onnee Koo mooteetta...!
Guutummaa qaamakoo
Kee qofa gooteetta...!
Hidhaan Jaalala kee
Sansalata cimaa...!
Keessa koo sin dhoksu
Dhagay sittan himaa...!
Ati qaroo kooti
Somba kiyyaaf tiruu...!
Simale Jireenyi
Tasa naaf hin jiru...!
Si argachuuf jecha
Gaaraaf Dhoqan bu'a..!
Akka tasaa dhufus
Bakka kee nan du'a..!
โฆ
โค66๐13๐5๐ฅฐ3๐ฅ2
18 Jan 2025, 05:33 UTCโ13,000 views93 reactionsread 2 September 2026 Hiriyyaan dhugaa
Fakkeenya jiruuti
Hedduu waljaallatu
Akkuma tiruutti
Eenyutu adda baasa
Dhufu malee duuti
Hiriyyaan dhugaa
Kan waljaalatuuti
Warqiif meedaaliyaa
Miti kennaa namaa
Jaalalaaf tokkummaa
Baay'eetu beekamaa
Qaamaan fagaatanus
Qalbiidhaan walfaanaa
Hiriyyaa dhugaa malee
Eenyu walitti Aanaa
Dhiiras ta'ee Dubaraa
Namni Hiriyyaan tolaa
Rakkinaaf dhiphinaa
Walirraatii qolaa
Kan gatiinsaa qaalii
Yoomuun jiโฆ
๐59โค34
18 Jan 2025, 04:33 UTCโ7,680 views25 reactionsread 2 September 2026 Photo
๐ฅCABA ONNEE๐ฅ
๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐ ๐ค๐๐๐ ๐ ๐ ๐๐๐๐๐๐
๐๐ข๐ฆ๐ฆ๐ ๐๐ข๐ฆ๐ฆ๐๐๐;
๐ ๐๐ ๐๐ ๐๐๐๐๐๐ก๐ข๐ข,
๐ ๐๐ ๐๐ ๐๐ ๐๐๐๐๐๐ก๐ข๐ข,
๐๐๐ ๐๐ ๐๐๐๐ ๐ ๐ข๐ข โ๐๐ ๐๐๐๐๐๐ก๐๐.
๐ ๐๐๐๐๐ก๐ก๐ข๐ข ๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐ข๐ข ๐๐ ๐๐๐ก๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐. ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐ ๐ ๐ข๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐๐ข๐๐๐๐ ๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐. ๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐ ๐ฆ๐๐๐๐ ๐ก๐๐๐๐ ๐ฆ๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐ก๐๐ ๐ข๐๐๐๐๐๐ โ๐๐ ๐๐๐๐ข. ๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐ก๐๐๐๐๐ ๐๐ก๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐ก๐๐๐ก๐. ๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐ ๐ ๐๐๐๐ข๐ข๐ ๐๐๐ ๐ ๐๐๐๐๐ก๐ก๐๐ โ๐๐๐๐๐โ๐ข๐ข ๐๐๐๐๐๐ ๐ค๐๐๐ ๐ก๐'๐๐๐ !
:ยจยท
๐17โค8
18 Jan 2025, 04:33 UTCโ9,860 views57 reactionsread 2 September 2026 Abbaa koo biran jiraa
Nan sodaadha gad ba'uu
Harmee koo biran jira
Si dubbisuu hin danda'uu.
~~~~~~~~~
Hin bilbilin hin kaasuu
Natti hin tolu galgala
Abbaan koo bakkee hin turu
Dafee manatti gala.
~~~~~~~~
Suuqii deemuufin jedha
Eessuma koo wajjinii
Yoo nutti dhufte adaraa
Nagaa na hin gaafatinii
~~~~~~~~~~
Sararri koo 'busy' dha
Yommuu ati bilbiltu sila
Obboleettii harmee kootu
Anaaf bilbile alaa
โฆ
๐ฅฐ23โค18๐11๐5
18 Jan 2025, 04:33 UTCโ7,290 views21 reactionsread 2 September 2026 Maalufaaf eegdaa
jecha afaan kootii
Qaata taate silaa
laphee kiyyaaf mootii
~~~~~~~~
Miira koo too'attee
akka na moo'attee
Maalif hin hubattuu
ija koo ilaaltee
~~~~~~~
Ijan laafa anoo
Damma koo ni beektaa
Ilaalii hubadhu
iji koon dubbataa
โ โโโโโโโ โธ โโโโโโโ โ
๐๐๐๐๐๐๐๐๐
๐๐
๐
๐
๐
๐
ฃ๐
๐
๐
๐
๐
๐๐๐๐๐๐๐๐๐
โ๏ธ....๐ฅIisadiin41ยฎโ
๐Yoo Sitti Tole Like fi share gochu hin dagatin!
SHARE
SHARโฆ
โค11๐10
18 Jan 2025, 04:23 UTCโ7,470 views40 reactionsread 2 September 2026 waadaan at naaf galte
Inni gaafa duraa
Hadha eessa Deeme!?
Meerre eessa jiraa!?
Lafa jijjiirattee
Natti jijjiiramtee?
Moo....
Nama Akka kootii
Kan biraa Argatte?
Yoomiyyuu nan dhabdu
An kan keeti-n jennee !?
Hadhas An sin eega
Abdii hin kutanne
Atoo Akkana hin turree
Eenyutu si gorsee?
Badiikoo natti himi
Yoon sitti balleesse
Nan dhoksin nattimi
Yoo Na jibbitellee
Baruma naaf wayyaa
Yoo Maaluu ta'ellee
Nan eega โฆ
๐23โค17
18 Jan 2025, 04:23 UTCโ7,460 views42 reactionsread 2 September 2026 "An fakkeessuun beeku
Dhugaan sitti hima
Si godhachuuf ture
Michuu kiyya cimaa
Kabajaan siif qabu
Ija biroon laaltee
Gaarii An siif godhe
Gowwummaa koo seete
Gaafan An siif yaadu
Ati natti qooste
Gaafan sitti siqu
Ati narraa fagaatte
Wanta dhugaan taane
Soba fafakkaattee
Irra keessa Kolfaa
Miira kootiin xabatte
Ati addaan hin beektu
Kabajaa fi sodaa
Nattin siqin gonkumaa
Ati Arra booda"
@Wolaloo_Jaalalaa
๐28โค12๐2
15 Jan 2025, 16:06 UTCโ7,640 views52 reactionsread 2 September 2026 Gaaromminni amalaa
Osoo qabaatee bifa
Halkanii fi guyyaas
Silaa sirraa ifa
Tilmaama osoo qabaate
Bareedinni namaa
Ulaagaan Miidhaginaa
Silaa Si'iin madaalama
Osoo dhandhamamee
Jaalalli inni dhugaa
Silaa Si qofatu darba
hundumtuu ni kufa
Meof2 koo Qofa ๐
@Wolaloo_Jaalalaa
๐ฅฐ28โค13๐11
13 Jan 2025, 09:38 UTCโ7,490 views38 reactionsread 2 September 2026 Nama Ani jaalladhutu
si qofaa tahe malee
Namni na Jaallatu hedduudha.๐
โค26๐12
13 Jan 2025, 09:38 UTCโ7,570 views27 reactionsread 2 September 2026 Kan ani calliseef
Moo'ameetii miti.
Nama nan hubanneef
Himuu dadhabeeti malee.
โค23๐ฅฐ4
Showing the 12 most recent of 20 posts we hold for @wolaloo_jaalalaa. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked โ was rounded by Telegram before we ever saw it โ t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so โ1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.