2 Sept 2026, 07:33 UTC410 views11 reactionsread 5 September 2026 ABJUUN KEE SI HIN BARBAADU,SITU BARBAADA MALEE!
Namoonni network marketing keessa jiran tokko tokko jireenya gaarii fi bilisummaa barbaadu; garuu naamusa fi hojii cimaa jireenya sana fiduuf barbaachisu hin barbaadan.
Bilisummaa maallaqaa barbaadu, garuu ganamaan ka'uu hin barbaadan.
Garee guddaa qabaachuu barbaadu, garuu namoota haaraa gara garee isaaniitti fiduu hin barbaadan.
Hoggantoota barbaadu, garuu ofii is…
❤10🏆1
Signed Kebar Gemechu IBB 💥
1 Sept 2026, 18:42 UTC466 viewsread 5 September 2026 Photo
Hirmaattoonni 400 ol leenjii gahumsa dhuunfaa fudhachaa jiru
Signed Kebar Gemechu IBB 💥
31 Aug 2026, 07:03 UTC624 views1 reactionsread 5 September 2026 Video
Video, posted without a caption
👏1
Signed Kebar Gemechu IBB 💥
30 Aug 2026, 16:28 UTC597 views6 reactionsread 5 September 2026 Photo
https://www.facebook.com/share/1F4akrHJWt/
🏆6
Signed Kebar Gemechu IBB 💥
Asset Building Business pinned a video
30 Aug 2026, 07:29 UTC814 views14 reactionsread 5 September 2026 Video
Special Time with TOT participants 💪
👏9👍3❤2
Signed Kebar Gemechu IBB 💥
29 Aug 2026, 15:09 UTC680 views5 reactionsread 5 September 2026 Photo
What an AMAZING Training of Trainers!
It was powerful, inspiring, and transformational! 💪
I gained new experience, new energy, and a stronger commitment to empower others.
Grateful for this incredible experience! 🙏
#TrainingOfTrainers #Empowerment
#Growth
🙏3🏆2
Signed Kebar Gemechu IBB 💥
29 Aug 2026, 07:01 UTC553 viewsread 5 September 2026 https://www.facebook.com/share/1F4akrHJWt/
Signed Kebar Gemechu IBB 💥
29 Aug 2026, 06:56 UTC559 viewsread 5 September 2026 Photo
Akka isin xiqsii isaa na hin gaafanneefin abbaa maxxanse faana screen shot godhe😁
Dhugumaa garuu 0% sun?
Signed Kebar Gemechu IBB 💥
29 Aug 2026, 06:44 UTC528 views4 reactionsread 5 September 2026 #Abdi_hin_kutatiin!💪
Baadiyyaa walakkaatti dhalate!
Nikatehilina Yohanis jedhama.
Nama isa gargaaru hin qabu; jireenya maatii isaa fi jireenya isaa jijjiiruuf yeroo hunda yaalii ni gaggeessa!
Nama hin qabu; beekamtii hin qabu. Marsaa jalqabaa kutaa biyyaa irraa ka’ee, Jonny wajjin fight taasisuuf gara magaalaa Finfinnee dhufe.
Yaalii isaa jalqabaatiin injifachuu hin dandeenye. Second muraasa keessatti mo’amuu isa…
❤4
Signed Kebar Gemechu IBB 💥
29 Aug 2026, 06:43 UTC425 viewsread 5 September 2026 Photo
Photo, posted without a caption
Signed Kebar Gemechu IBB 💥
28 Aug 2026, 16:41 UTC600 views9 reactionsread 5 September 2026 Dhugaa Kana Hubadhu!
▬▬▬▬▬▬▬▬▬
➊. Wanta jechaan jijjiiruu dandeessu humnaan jijjiiruu hin dandeessu; wanta humnaan jijjiiruu dandeessu jechaan jijjiiruu hin dandeessu.
➋. Mul'ata, karooraa fi qophii sirriidhaan addunyaa kana jijjiiruu dandeessa.
➌. Addunyaa kana irraa namoonni baay'ee barbaadaman namoota rakkinaaf furmaata qajeelaa fidanii dha.
➍. Namooni galma isaanii beekan tasa harka hin kennan.
➎. Sanyii haa…
❤9
Signed Kebar Gemechu IBB 💥
Showing the 12 most recent of 14 posts we hold for @ASSET_BUILDING_BUSINESS. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.