13 Apr 2026, 17:47 UTC≈1,970 views24 reactionsread 5 September 2026 ⚠️ #OF_EEGGANNOO:
Nageenya Account Keessanii Eggadhaa! ⚠️
Hordoftoota koo kabajamoo, nageenyi herrega (account) keessanii hunda dursa. Yeroo ammaa kanatti namootni karaa adda addaa account keessan hatuuf yaalan baay'achaa jiru. Kanaaf, balleessaa fi miidhaa irraa of eeguuf qajeelfamoota kanneen xiyyeeffannoon hordofaa:
• 🚫 Liinkii Hin Tuqinaa: Commentii jalatti liinkiiwwan beeksisaa, badhaasa sobaa ykn waan "accoun…
❤24
13 Apr 2026, 17:47 UTC≈1,550 viewsread 5 September 2026 Photo
Photo, posted without a caption
1 Apr 2026, 15:18 UTC≈2,110 views10 reactionsread 5 September 2026 Hi family akkam jirtu 👋
⚠️Namooti bank keessan national ID waliin connect hin goone guyyaa 10 keessatti connect hin gootan taanan account bank keessan isin jelaa ugguruu dandahu be ready
✔️Link gadii jiru kanan xumuraa🍸
🏦Zemen Bank: https://fayda.zemenbank.com
🏦 Hijra Bank: https://apps.hijradigital.com/fayda/v2
🏦 Hibret Bank: https://services.hibretbank.com.et/fayda
🏦 Berhan Bank: https://nationalidharmonizati…
❤8👌1👍1
1 Apr 2026, 15:18 UTC≈1,280 viewsread 5 September 2026 Photo
Photo, posted without a caption
13 Mar 2026, 17:11 UTC≈2,210 views11 reactionsread 5 September 2026 ⭕️ Social Media✅
1. Miidiyaan hawaasaa maqaa dhuunfaa ijaaruu fi galii argachuuf meeshaa cimaa ta’uu danda’a. Addunyaa dijitaalaa har’aa keessatti, waltajjiiwwan miidiyaa hawaasaa kanneen akka Facebook, Instagram, YouTube, fi Twitter dhaggeeffattoota hedduu waliin wal qunnamuu fi ogummaa keessan maallaqaan argachuuf carraa addaa ni kennu.
2. Miidiyaa hawaasaa irratti milkaa'uuf xiyyeeffannoo ifa ta'ee fi niche qab…
❤7👍4
13 Mar 2026, 17:10 UTC≈1,540 views1 reactionsread 5 September 2026 Photo
Photo, posted without a caption
😇1
23 Dec 2025, 19:18 UTC≈3,150 views25 reactionsread 5 September 2026 Telegram Karaa Passkeys Osoo Koodii yookaan Lakkoofsa Bilbilaa Hin Barbaachisin Seenuuf Qophii Gochaa Jira
Gara fuula duraatti, Telegram sagantaa (feature) karaa Passkeys ittiin login gochuu hojiirra oolchuuf karoorfata jira . Mallattooleen jalqabaa qophii kanaa Telegram Beta version 12.2.8 kan Android irratti argamaniiru.
Faayidaan guddaan Passkeys osoo lakkoofsa bilbilaa yookaan koodii yeroo tokkoof qofa hojjetu …
❤19🥰4👍2
23 Dec 2025, 19:18 UTC≈2,330 views1 reactionsread 5 September 2026 Photo
Photo, posted without a caption
💊1
27 Oct 2025, 17:52 UTC≈3,850 views17 reactionsread 5 September 2026 Telegraamiin Koodii SMS Itoophiyaa Keessatti Erguu Dhaabeera!
❗Telegraamiin Itoophiyaa keessatti Koodii Mirkanneeffannaa (Verification code) karaa SMSn erguu dhaabeera.
📌 Akkaawuntii Haaraa banamaniif qofa Koodii kan ergu yoo ta'u, irra deebitanii yoo seenuu (login) barbaaddan garuu koodiin SMSn akka isiniif ergmuuf Premium bitaa jedheera.
📌 Namoonni baay'een gara akkaawuntii Telegraama isaanii isa duriitti deebi'…
❤14🎉2👍1
27 Oct 2025, 17:51 UTC≈2,600 viewsread 5 September 2026 Photo
Photo, posted without a caption
29 Sept 2025, 15:40 UTC≈3,840 views31 reactionsread 5 September 2026 Har’a yeroo teknooloojiin addunyaa guutuu keessatti saffisa olaanaan guddachaa jirutti, dandeettii fi carraa teknooloojiin kennu fayyadamuun rakkoo hojii dhabuu fi hiyyummaa keessaa bahuun ni danda’ama. Namni kamuu, yoo yeroo isaa akkasumas fayyaa isaatti xiyyeeffannoo kennate, teknooloojii irraa bu’aa argachuun jireenya isaa fooyyessuu danda’a.
1. Teknooloojii Fayyadamuun Carraa Uumuu
Barnoota Online (Marsariitii)…
❤26👍4🎉1
28 Jul 2025, 06:10 UTC≈4,410 views41 reactionsread 5 September 2026 ♻️
👍23❤12👏3🥰2💘1
Showing the 12 most recent of 20 posts we hold for @Barannoo_Tech. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.