26 May 2026, 17:50 UTC≈8,760 views148 reactionsread 24 September 2026 Miirota Sadan kanarraa of Eeggadhu
➊Gaafa ol kaatee fiixee milkaa'innaatti ol baate, boona qalbii irraa of eeggadhu. Boonni namoota sadarkaa milkii keetirra hin gahin akka ija tuffiitiin ilaaltu si taasisa. Sun immoo si namoota sanas ni cabsa.
➋Yeroo bakka gad-aanaarra jirtu hadheeffattee Ilaaluu irraa of eeggadhu 🚧. Waa hadheessanii, dukkaneessanii ilaaluun, akka miirri inaaffaa si seenuufi sababiin milkaa'ina dha…
❤107👍41
3 May 2026, 10:07 UTC≈10,500 views98 reactionsread 24 September 2026 Dubbiilee Hayyoota Addunyaa 16:
▬▬▬▬▬▬▬
1. "Namoonni hedduu gorsa yoo fudhataniyyuu, kanneen itti fayyadaman beektota qofa. "
— (Thomas Takias)
2. "Sababa teessee ilaaltuuf namoonni gurguddoo sitti fakkaatu. Kanaafuu ka’i!"
— (Jecha warra Ingilizii)
3. "Ifa arguuf dukkana halkanii dabarsuun dirqama."
— (Wiiliyaam Sheekispir)
4. "Kaleessaaf gaabbuu fi boruuf dhiphachuun guyyaa har’aa balleessuudha."
— (Maaksim Tro…
❤73👍17🥰5🔥2😢1
3 May 2026, 09:03 UTC≈8,090 views33 reactionsread 24 September 2026 𝕁𝔼ℂℍ𝔸 ℕ𝔸𝕄𝕆𝕆𝕋𝔸 𝕂𝔸ℕ𝔸 𝕊𝔸𝔻𝔼𝔼ℕ𝕀 𝔹𝔼𝔼𝕂𝕋𝕌?
👉1. Wanti tokko hamma hojjatamutti waan hin danda’amne sitti fakkaata.
Yeroo baay’ee wanti tokko yeroo jalqabaaf si mudatu akka hin danda’amneetti sitti mul’ata. Sababni isaas, sodaa fi shakkii keessa keenyatti uumamuudha. Garuu yeroo ati itti seentee hojjachuu jalqabdu, wanti sun suuta suuta salphachaa dhufa. Muuxannoo argachuu fi yaalii irra deddeebi’uun waan ati dura akka hin dan…
❤28👍4😢1
23 Apr 2026, 18:13 UTC≈8,180 views90 reactionsread 24 September 2026 Dhaloonni baay'een warqii ta'uu isaanii wallaaluun warqii barbaadutti karaa fagoo imalu!
Of qabaachuun kee warqii qabaachuu caala!
Of qaalessi of hin tuffatin!
Of kabaji!
Yaada gadheetti diina ta'i!
Har'a caalaa boru firoomfadhu!
Of argi of wallaalin!
Of jajjabeessi of hin abaarin!
Of eebbisaa jiraadhu!
Gammadaa hojjedhu; hojjechaa gammadi!
@Jechoota_Kakaumsaa1
❤70👍18🔥2
20 Apr 2026, 19:36 UTC≈7,960 views68 reactionsread 24 September 2026 Dafnee abdii kutachuu keenya irraa kan ka'e kaayyoo gurguddaa baay'ee karaatti ganne. Qofaa ta'uu malta.
Namni si cina dhaabatee kallattii si argisiisu dhibuu danda'a. Deddeebitee mucucaachuun kufaatii sitti fakkaatee abdii kutatte ta'a. Yeroo dheeraa karaa ati irra turte si gaddisiisuu danda'a. Waan hin dabarre sitti fakkaatee dhiphachuu dandeessa.
Gorsan siif qaba. Eeyyee gorsa. Ittuma fufii yaali! Yaalii, yaalii…
❤57👍11
19 Apr 2026, 07:08 UTC≈7,980 views42 reactionsread 24 September 2026 Nikoolaas Tesilaa: jabaa harki daaraa ammaare!
✵Gaafa 𝑟𝑒𝑚𝑜𝑡𝑒'dhaan bakkuma jirtu teessee Tv irraa waan feete jijjiirrattu argannoo isaa fayyadamaa jirta.
✵Gaafa 𝑠𝑤𝑖𝑡𝑐ℎ fayyadamtee ibsaa bantus argannoon isaa keessa jira.
✵Ogeessonni fayyaa dhukkubsattoota gaafa raajii kaasan (x-ray) argannoo isaa fayyadamu.
✵Sagale-guddiftuu, raadiyoo fi bilbilakee dabalatee, waan 𝑤𝑖𝑟𝑒𝑙𝑒𝑠𝑠'dhaan daddarbu kamuu gaafa fayyadamtu argan…
❤38👍4
16 Apr 2026, 22:10 UTC≈6,670 views58 reactionsread 24 September 2026 "Jireenya kootti guyyaa dabaluudhaaf hin fiigu, guyyaa kootti jireenya dabaluudhaaf fiiga malee."
— Ronald Rock
@Jechoota_Kakaumsaa1
👍39❤19
11 Apr 2026, 05:08 UTC≈9,240 views115 reactionsread 24 September 2026 Ani nama dogongoraan dhalateedha. Nama miti Waaqnuu waan na beeku
miti.Ani nama dogongoraan dhalateedha. Namavmiti Waaqnuu waan na beeku miti. Maal jireenyi akkasii? Maal utuu dhalachuumti koo hafeera ta'e hin wayyuu? Carraa abaaramaan akkasii kan koo
qofa maaf ta'e" jettee beektaa?
Hiriyyootni kee hundumtuu si biraa milkaa'anii jireenyi toora galeefi.. Bakka gurguddaa ga'aanii. Atimmoo rakkinni mana keetti wal gahe…
❤97👍18
3 Apr 2026, 23:29 UTC≈8,810 views71 reactionsread 24 September 2026 Sooressa taʼuu yoo barbaadde,
dursa sammuudhaan dureessa of taʼi.
Sooressa taʼuu jechuun qabeenya malee kan ilaallamu miti. Qabeenya dhugaa keessaa inni guddaan sammuu dandeettii fi ilaalcha cimaa qabu dha. Namni sammuu isaa guddifate, of amane, yeroo fi carraa isaaf kenname ittiin fayyadamuudhaan yeroo hunda qabeenya horachuu dandaʼa.
Ilaalcha sirrii horadhu: Milkaaʼina jalqaba sammuu keetii keessatti ijaari. Namn…
❤53👍16👏1🔥1
3 Apr 2026, 23:29 UTC≈7,970 views7 reactionsread 24 September 2026 Photo
Photo, posted without a caption
❤7
1 Apr 2026, 14:57 UTC≈10,100 views65 reactionsread 24 September 2026 Jireenya jiraattu keessatti dhiibbaa dansaa uumuuf qabxiilee ''6P'' asii gadii kanarratti xiyyeeffadhu!
▬▬▬▬▬▬▬▬
6P
1. Pray/Waaqa Kadhadhu!🙏
Waaqni kenna waan hunda keenna, Kanaaf yeroo hundaa madda jireenya keenyaa waliin hariiroo qajeeltuu qabaachuu qabna. Kanaaf yeroo hunda waaqa haa kadhannu. 🙏
2. Plan/Karoorfadhu!
Namni karoora hin qabne akka xiyyaara kallattii malee balali'uuti. Jireenya keessatti kallatti si…
❤51👍10🥰3🔥1
22 Mar 2026, 23:23 UTC≈10,200 views91 reactionsread 24 September 2026 Photo
MILKAA'UUF CARRAAQI!
■ Nɑmni kɑmiyyuu Jireenyɑ milkɑɑ'ɑɑ, kɑrɑɑ milkɑɑ'ɑɑ fi Gɑbɑɑ milkɑɑ'ɑɑ Keessɑ jirɑɑchuu ɑkkɑ bɑrbɑɑdu wɑɑn irrɑtti mɑri'ɑtɑmu miti.
Milkɑɑ'inɑɑf sɑbɑbni: Hɑɑlɑ jireenyɑ mɑɑtii keetii, hɑɑlɑ biyyɑ keetii fi iddoo jireenyɑ keetii utuu hin tɑ'in,
❏️ Kɑroorɑ,
❏️ Sɑgɑntɑɑ,
❏️ yɑɑdɑɑ fi
❏️ Ilɑɑlchɑ mɑtɑɑ keetiif qɑbdu irrɑtti hundɑɑ'ɑ.
🔑 Furtuun Milkɑɑ'inɑɑ Dɑndeettii fi Humnɑ qɑbduun hɑɑlɑ…
❤70👍15🔥6
Showing the 12 most recent of 20 posts we hold for @JECHOOTA_KAKAUMSAA1. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.