26 May 2026, 17:48 UTC≈1,430 views33 reactionsread 5 September 2026 Namaan_Hin_Dorgomin!
Addunyaa kana irraa dhukkubni hamaan kaanserii caaluu namaan dorgomuudha.Ati kaayyoo kan biraaf uumamte inni kaanis akkasuma kaayyoosaa galmaan ga'aachuuf addunyaa kana irra asiif achi jooree jawwaraa oola!
Ati nama kamiiniyyuu hin dorgomin jireenya kee malee.Lafa kana irra namni si fakkaatu hin jiru.Namni Abjuu kee siif dhugoomsu tokko iyyuu hin jiru suma ofii kee malee!
Ani anuma! At…
❤24✍7🫡2
4 Apr 2026, 00:29 UTC≈2,030 views16 reactionsread 5 September 2026 Namni hedduun bilisummaa akka waan alaan argamutti yaada. Maallaqa qabaachuun, aangoo qabaachuun, yookaan namoota biraa caaluun bilisa nama godha jedhee amana. Garuu falaasamni dhihaa waan kana ni qajeela. Bilisummaa dhugaan kan jalqabu sammuu keessatti. Yoo ati yaada ofii kee yaaduu hin dandeenye, yoo ati sodaa, amantaa sobaa, fi yaada namoota biraatiin to’atamte, bilisa miti. Namni bilisa ta’e jechuun namni rakkoo …
❤16
1 Apr 2026, 15:00 UTC≈1,830 views11 reactionsread 5 September 2026 Photo
Dhalli namaa kufuu akka adeemsa qaama milkaa'inaatti ilaaluu qaba. Jireenyi hundi haala mijataa (Comfort Zone) keessatti hin uumamu. Bu'aa ba'ii fi rakkinni hin yaadamne hedduun jiraatus obsaan dabarsuun gaaridha.
❤11
30 Jan 2026, 15:42 UTC≈3,820 views34 reactionsread 5 September 2026 Yeroo Namoonni Si Gadi Buusuuf Tattaafatan, Sana Ittiin Booni
Sababni isaas yaaliin isaanii sun ati isaan caalaa ol ta’uu kee ifatti agarsiisa. Kanaafuu, gara fuulduraatti akka si kakaasuufi humna kee akka guddisu taasifachuun ni danda’ama.
1. Yaaliin gadi si buusuu mallattoo milkaa’ina kee ti
Namoonni yeroo si gadi buusuuf yaalan, baay’inaan milkaa’ina kee, dandeettii kee, fi jijjiirama ati agarsiisaa jirtu argaa …
❤27✍3💅3💘1
26 Jan 2026, 19:00 UTC≈2,680 views22 reactionsread 5 September 2026 Namaaf yaaduu dhabuun, waan gochuu dandeenyu yoo dhifne burqaa gammachuu tokko akka gogsine beekuu qabna.
❤22
31 Dec 2025, 16:07 UTC≈3,370 views37 reactionsread 5 September 2026 💪
1. Har’a qabsaahi, boru boqonnaa gonfadhu.
2. Kan ati har’a facaafattu, boru ni galfatta.
3. Yeroo har’aa barfachuun , abdii borii balleessa.
4. Milkaa’inni tasaa hin dhufu; hojii guyyaa guyyaan ijaarama.
5. Namni boru gammadu, har’a of rakkisa.
6. Tattaaffiin har’aa bu’uura nageenya borii ti.
7. Hojii har’aa dhiiste, boru gaabbii sitti deebi’a.
8. Jireenyi borii murteeffama hojii ati har’a hojjattu irratti …
❤23👍13😍1
31 Dec 2025, 16:06 UTC≈2,560 views11 reactionsread 5 September 2026 Halkan hunda akka ati hin deebine ofitti hima, garuu ganama hunda onneen koo akkanumatti si eega. Ergaa yoomiyyuu hin dhufne abdadheen bilbila koo hiika malee nan sakatta'a. Hanga jechoonni hiika dhabanitti haasawa keenya isa dhumaa irra deebiʼee yaadadha, achiis irra deebiʼee nan jalqaba. Akka ani ammallee si yaadutti na yaaddaa jedheen yaada. Yeroon caalaatti beekullee abdiin akkamitti akka turu nan jibba. Ati itt…
❤9💔2
31 Dec 2025, 16:06 UTC≈2,520 views9 reactionsread 5 September 2026 #Nama nu tuqeef #ykn waan nuti jaallannu nu jalaa tuqeef maal hawwina?
#Silaa odoo nuuf tahee yeruma sanitti dachiin isaan garagaltee badee nutti tola!
#Eee, masaakiin!
#Mee haala Rasuula rahmataa sallallaahu Aleyhi Wasallam, haa ilaalluu, wanti guyyaa Xaa'if isaan mudate irra hamaa irra suukanneessaa waan karaa da'awaa keessatti isaan mudate ture!
#Odoo isaan yaaddoo sanii keessa jiranii Jibriil itti dhufee akkana …
❤9
31 Dec 2025, 16:06 UTC≈2,070 views6 reactionsread 5 September 2026 💬💬💬💬💬💬💬💬💬💬
✍🏻Waan si ilaallatuu fi si hin ilaallanne adda baasuu yoo dadhabde!‼️
✍🏻Osoo waan si hin ilaallanne hojjattuu waan na ilaallatun hojjachaa jiraa yoo yaadde!‼️
✍🏻Mul'ata caalaa mul'achuun yoo si jaallachiise!‼️
✍🏻Dalagaa caalaa haasaa yoo jaallatte!‼️
✍🏻Afaan malee yoo gurra hin qabaanne!‼️
✍🏻Si qeequu caalaa si faarsun yoo sitti tole‼️
✍🏻Osoo hanqina meeqaatam qabduu akka nama guutuu ta'etti yoo of ilaalte…
❤6
31 Dec 2025, 16:06 UTC≈2,320 views6 reactionsread 5 September 2026 ✅Galatoomi Rakkoo
👉Kuni fira keeti Kuni diina keeti jettee na agarsiifteee
👉Firaaf diina kiyya addaan na barsiiftee
👉Silaa ati hin jiraannee hiriyaa dhugaaf dharaa
👉Yooman addaan baafadhee Firaaf diina koo baraa
👉Ani sin galateeffadha Galatoomi yaa rakkoo
👉silaa ati hin jiraannee Ani hin beeku waan tokkoo
👉Hunduu si cinaa jirra jedhee Abdii natti horee
👉Ati mana koo dhufnaan hundinuu narraa goree
👉Ani yoomiyyuu sin …
❤6
29 Dec 2025, 23:38 UTC≈2,120 views11 reactionsread 5 September 2026 Gahuumsa kan qabu sammuu isaa fayyadama malee arraba isaa miti.
👍8💅3
29 Dec 2025, 23:36 UTC≈2,320 viewsread 5 September 2026 Osoo nama hin ta'in, namaaf ta'uun hin jiru.
Showing the 12 most recent of 20 posts we hold for @Abdulaziz_FeesalOfficial. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.