23 Jun 2026, 18:54 UTC≈1,230 viewsread 12 August 2026 Ergaa
#SOOMA_AASHUURAA
Guyyaan Boruu Guyyaa 9ffaa Aashuuraati.
🔹 Aashuuraan guyyaa 10ffaa ji'a Muharram keessaa kan dhufuudha Innis Guyyaa Kamisaatti.
🔹 #Sababni_soomamuuf:
Rabbiin Nabi Muusaa (AS) fi ummata isaanii diina isaanii Fir'ana Faa irraa baraaree, Fir'oonii fi hordoftoonni isaa immoo galaan keessatti Halaakaman.
Kanaaf Nabi Muusaan (AS) galata Rabbiin Isaan tiksee Isaaan Moosiseef jechuun soomn.
Nabii…
Signed Abdallaa Sh/Huseen
15 Jun 2026, 19:56 UTC≈1,460 viewsread 12 August 2026 Bara Haaraa
Barri Hijraa 1448ffaa Seeneera
Gaafa Roorroon Jabaattee Makkarraa Gara Madiinaatti Godaanan Gaafa Kana Seenaa Addaatuu Tahe.
Taatee Guddaa Kanaan Kalandariin Isalaamaa Yeroo Bulchiinsa Umar Ibunul Kaxxaab Keessa Mirakanaahee Dhalootarraa Dhalootatti Darbee Kalandariin Isaalaamaa Lakkaahamaa Arra Gahe.
Kunoo ALHAMDULILLAAH Amma Waggaa 1448ffaa Geenneerra.
Baga Geettaniin Ergaa Kootii
Signed Abdallaa Sh/Huseen
3 Jun 2026, 19:48 UTC≈1,680 viewsread 12 August 2026 ምነው የተከበረው የሰው ልጅ ህይዋት እንዲህ እረከሰ ?!!!
♻️♻️♻️♻️♻️
ደመ*ና—ደም መና!!
በምስራቅ አርሲ በውድ ወገኖቻችን ላይ የተፈፀመውን አሰቃቂ ጥቃት በመስማቴ የተሰማኝን ጥልቅና መሪር ሐዘን ለመግለፅ እወዳለሁ።
የብዝኃ ኃይማኖትና ብሔር ብሔረሰቦች እናት የሆነችውን ሀገራችንን ሰላም ለማናጋት፤ ለዘመናት የተገነባውን የሕዝቦች የእርስ በርስ የጠበቀ ትስስር ለመበጠስ፤ ብሎም የዜጎችን ነፍስ ለርካሽ ዓለማዊ ግባቸው ማሳኪያ ለመጠቀም ያሰፈሰፉ እኩያን በተደጋጋሚ እየፈፀሙት ያለውን ሀገር አጥፊ ድርጊት አጥብቄ እኮንናለሁ። አወግዛለሁም።
የሰውን ልጅ ክቡር ህይዎት የሚያጠፉና የሃገራችን ኢትዮጵያን ዕድገት የሚገታ እኩይ ተግባር ላይ ተሰማርተው በተለያዩ…
Signed Abdallaa Sh/Huseen
26 May 2026, 02:57 UTC≈1,790 viewsread 12 August 2026 KAROORA GUYYAA ARAFAA !!
#guyyaan Arafa guyyaa mana itti qulqulleysan, guyyaa magaala itti deeman fi guyyaa hirribaati fi raahati miti!
#Inni guyyaa Rabbiin kabaje fi guyyaa Rabbiin guddise.
#guyyaa Rabbiin ibidarraa itti nama bilosomsudha, guyyaa ibaadati. irra caaltun du'aa'iitis du'aa'ii guyyaa arafaati!
#Guyyaan Arafaa guyyaa Rabbiin warra Arafaatin malaaykaa isaatti dhaadatudha!
#yoo halkan leylatul qadrii wal…
Signed Abdallaa Sh/Huseen
21 May 2026, 18:55 UTC≈1,660 viewsread 12 August 2026 Photo
Sagantaan Muhadaaraa Guddaa fi Sagantaa Baniinsa Galmee Miseesummaa Kaawnsilii Dargaggoota Musliima Magaalaa Dheeraa Mataduree Dargaggoon Sirnaan Ijaaramee Milkaa'ina Waaraaf Jedhuun Gaafa Guyyaa Dilbaata 16/09/2018 Bakka Aaliiman gurguddoon,keessummoonni adda addaa fi Hawaasni Musliima Magaalaa Dheeraa hedduun argamanitti Galma Bulchiinsaa Aanaa Doddotaatti ni Gaggeeffama.
Kanaafuu Hawaasni Musliima Magaalaa Dheeraa…
Signed Abdallaa Sh/Huseen
9 Apr 2026, 19:03 UTC≈2,650 viewsread 12 August 2026 Photo
Biyya Keenya Ethiopia Bakka bu'uudhaan Dorgommi Hifzii Qur'aanaa , Akka Addunyaatti Taasifame Irratti Kan Hirmaate, Ilmi Sheeka Keenya Sheikh Naasir Abdurrahmaan Guyyaa Har'aa Nagaan Gara Magaalaa Jimmaatti Deebiheera.
Ummanni Magaalattis, Buufata Xiyyaara Abbaa Jifaaritti simannaa Ho'aa Taasisaniiruufi.
Gumaacha Ilma Kana Keessatti qooda Guddaa Bahachuudhaan, Sababa Milkaa'ina Guddaa kan taate Haati manaa She…
Signed Abdallaa Sh/Huseen
6 Apr 2026, 07:21 UTC≈2,360 viewsread 12 August 2026 Harargee irraa hanga Gaazaa፦ Karoora Qubannaa Yihudootaa
🍁🍁🍁🍁🍁🍁🍁🍁🍁🍁🍁🍁🍁🍁🍁🍁
Bakkeewwan biyya Yihudootaa hundessuuf filataman keessaa tokko Harargee keenya turte. Karoorri kun utuu milkaa'ee jiraate, har'a dhiphuun Filisxeem irratti argu kun Harargee fi naannoo ishee irratti raawwatama ture.
Bara 1944 (G.C.) "Harrar Council" jedhamuun Niiw Yoorkitti kan gurmaa'an Yihudoonni Awurooppaa irraa dhufan, lafa Harargee keess…
Signed Abdallaa Sh/Huseen
6 Apr 2026, 07:21 UTC≈1,560 viewsread 12 August 2026 Ustaaz Ahmaddiin Jabal Muummicha Ministeeraa Dr Abiyyii Ahmadiif Xalayaa dhimma Fixinsa Sanyii Harargee fi Mormii Jeneevaa Irratti Barreessaniif.
***
JDMMDH 06/2026 H
Ustaaz Ahmaddiin Jabal Muummicha Ministeeraa Dr Abiyyii Ahmadiif Xalayaa dhimma Fixinsa Sanyii Harargee fi Mormii Jeneevaa Irratti Barreessaniif.¹
Kunoo Akkaa Armaan Gadiiti
Fixinsa Sanyii Harargee fi Mormii Jeneevaa
💢💢💢💢💢💢💢💢💢💢💢💢💢💢💢
Ahmaddiin Jabal i…
Signed Abdallaa Sh/Huseen
6 Apr 2026, 04:48 UTC≈1,440 viewsread 12 August 2026 Photo
Dorgommiin Qur’aana Qulqulluu Idil Addunyaa 34ffaan Taanzaaniyaa Daaru Salaamitti gaggeeffame
JDMMDH:Bitootessa 27/2018 Dheeraa
Dorgommiin Qur’aana Qulqulluu Idil Addunyaa 34ffaan Taanzaaniyaa magaalaa guddoo Daar es Salaamitti gaggeeffamaa ture guyyaa har'aa goolabameera.
Dorgommii guduunfaa har'a istaadiyeemii Daares Salaamitti gaggeffame kana irratti Imaama Masjiida guddichaa Makkah Masjid al-Haram Sheyik Badr …
Signed Abdallaa Sh/Huseen
31 Mar 2026, 06:05 UTC≈1,930 viewsread 12 August 2026 Izraa'il Hidhamtoota Fala🇵🇸sxiin Du’aan Adabuufi
*
Knesset/Paarlaamaan I-zrael yaa'ii Wiixata har'aa taa'een labsii Fala🇵🇸sxiinota haleellaa lubbuu namaa galaafatuun himatanan jedhu du'aan akka adabama murteessuuf dandeessisu ba'ee turee sagalee caalmaan raggaasiseera.
Yaa'ii kana irratti Ministirri Muummee I-zrael Daj-jaal Sheyixaaniyaahuunis kan argame yoo ta'u inni seericha deeggaree sagalee kenneera.
Tarkaanfi…
Signed Abdallaa Sh/Huseen
21 Mar 2026, 02:58 UTC≈1,780 viewsread 12 August 2026 Ramadaanni deemus, Rabbi iimaana ji'a ulfaataa kana keessa guuttanne akka nu waliin tursiisu isa kadhanna.
Iidni guyyaa gammachuu qofaa miti. Guyyaa hidhannoo keenya jabeeyfannee, bifa haarawaan ibaadaa itti fufnuudha.
Rabbi soomana keenya, ibaadaa keenya, du'aa'ii keenya nurraa haa qeebalu. Bara baraan Ramadaana hedduu fayyaa guutuu fi iimaana jabaa waliin nu haa badhaasu.
Iid Mubaarak 🌙🤍
Telegram 👇👇
https://t.me…
Signed Abdallaa Sh/Huseen
18 Mar 2026, 15:56 UTC≈1,550 viewsread 12 August 2026 Oduu Ammee: Ayyaanni Iid al-Fixrii Jimaata Ta'uun Isaa Mirkanaa'e!
Makkaa — Sa'ud Arabiyaatti har'a galgala (Roobii) guutuu biyyattii keessatti ji'a Shawaal barbaaduun yoo gaggeeffamaa turee iyyuu, ji'ichi hin argamne.
Haaluma kanaan:
Kamisa borii, guyyaa 30ffaa baatii Ramadaanaa ta'ee kan soomamu yoo ta'u, ayyaanni guddaan Iid al-Fixrii guyyaa borii booda, Jimaata, Bitootessa 11, bara 2018 (March 20, 2026) akka oo…
Signed Abdallaa Sh/Huseen
Showing the 12 most recent of 13 posts we hold for @derajemea. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.