4 May 2026, 04:23 UTC≈2,410 views22 reactionsread 5 September 2026 ➛ Anistaayiniif deemsi waan barbaachisaa fi hafuu hin qabnee dha. Yeroo Yuunivarsiitii Niwu Jeersii ture dhaqaa galatti maayilii tokkoof walakkaa guyyaa guyyaan deema ture. Kana gochuun namoota akka Daarwiin kan yeroo hundumaa utuu hin nuffiin guyyaa guyyaan daqiiqaa 45 ala 3 deeman hordoofuu isaati. Kanas kan godhaniif, fayyaa isaanitiif yookan jabina qaamaaf jedhanii hin turre. Deemsi miila diriirfannaa dandeettii …
❤19👍3
4 May 2026, 04:23 UTC≈2,100 views7 reactionsread 5 September 2026 Namoota sammuu qaroo bu'aa olaanoo argamsiisan keessaa, qaroomina sammuu guddaa kan qabuu fi amaloota addaa qabuun kan beekamu tokko Albart Anistaayiin dha.
➛ Amaloota nama kanaa baruun sammuu keenya akkamiin qaruu akka dandeenyu hubannaa nuuf kennaa laata?
Anistaayiin akkamitti anniisaa atoomii keessaa cuunfuu akka dandeenyu nu barsiiseera. Tarii namni kun sammuu xiqqoo qabnu kana keessaa akkamitti waan bu'aa fidu …
❤7
4 May 2026, 04:22 UTC≈1,360 views4 reactionsread 5 September 2026 Photo
Amaloota addaa Albert Anistaayin irraa Maal Barannaa?
❤4
16 Apr 2026, 19:22 UTC≈1,900 views9 reactionsread 5 September 2026 Photo
🔴Kana Beektuu?
🚨Qurxummiin fuguu jedhamtu tokko summii nama 30 ajjeesuu danda'u kan of keessaa qabu yoo ta'u qorichi farra isaa hin jiru.
❤9
16 Apr 2026, 19:22 UTC≈1,640 views5 reactionsread 5 September 2026 File
Gumaata Kitaabaa
📖 MATA-DUREE KITAABICHAA: "AJAB!"
📖 BARREESSAN: AMAJJII GAMMADOO
📖 QABIYYE KITAABICHAA (GENREs): Saayinsii, Seenaa, Kolfa, Teknoolojii, Qoosaa fi Wantoota Ajaa'ibsiisoo
📖 LAKKOOFSA FUULOTA: 53
📖 BARA MAXXANSAA (PUBLISHED ON): Sadaasa 25, 2016 ,Nagelle Arsii, Oromiyaa, Itoophiyaa
M/B Bultii Addaa Waldaa Misomaa Oromiyaa
📖 WAA'EE KITAABICHAA
Kitaabni kun kutaadhaan kan gargar qoodamedha. Isaanis wa…
❤3👎2
16 Apr 2026, 19:22 UTC≈1,420 viewsread 5 September 2026 Photo
KANA BEEKTUU ⁉️
• Fuula Kitaabaa Tokko hojjechuuf Giddu Galeessaan Muka kg 5 Barbaachisa
16 Apr 2026, 19:22 UTC≈1,440 views3 reactionsread 5 September 2026 Photo
Isa kanammoo isa dhukkuba! 🙄
❤3
16 Apr 2026, 19:22 UTC≈1,300 views2 reactionsread 5 September 2026 Photo
Kana beektuu?
🟢 Qaamni keenya guyya guyyaan furrii liitira 1 - 1.5 oomishaa oola! Garuu, kan nama dhibu hammanta oomishamu kana keessaa harka caalu osoo hin beekin liqimsinee gadi dabarsaa oollaa! Kana jechuun guyyaa guutuu furrii dhugaa oolla jechuudha! 🤢
😁2
16 Apr 2026, 19:22 UTC≈1,230 views3 reactionsread 5 September 2026 Photo
#AJAB 🙈
🟢 Kaaniisotni dandeetti herregaa qabuu! Qorannoon gaggeeffame akka agarsiisutti taanan, kannisotni hiika lakkkoofsa '0' beeku! Kana malees, qoyyaba herrega xixiqqoo kanneen akka ida'u fi hir'isu akka danda'anis sayinsiin mirkanaa'era!
❤3
16 Apr 2026, 19:22 UTC≈1,140 viewsread 5 September 2026 Photo
🟢 Shamarreen suuraa irraa kun durbummaa isheetti fayyadamtee nama lammii Xaaliyaani fakkii kaasuun beekamu kan ta'e "Marko Giraasi" boorsaa isaa seenuun Wallet isaa hattee baddi! Wallet sana keessa ammoo yooroo 600tu ture!
➡️ Namichi kunis suura ishee carqii adii qulqulluu irratti kaase qarshii yooro kuma dhibba tokkoo fi kuma shantamatti gurguruu danda'eera! ☺️👊👏
16 Apr 2026, 19:22 UTC≈1,040 viewsread 5 September 2026 Photo
Jiraatota Meeksikoo kan ta'an uumatni Shichuwali amaleeffanna adda ta'e tokko qabu...innis dubartiin tokko yeroo deessu funyoon qaama saala abba manaa isheetti hidhama sanaa booda yeroo ciniinsuutti funyoo kana haati warraa harkisuun dhukubbii kana qixa akka qoodatan taasifama!
Already osoo mucichi hin dhalatin lubbuun abbaa manaa baateetti! 😁
16 Apr 2026, 19:22 UTC≈1,030 views0 reactionsread 5 September 2026 Photo
Biyyoota Afrikaa kan paarkiiwwan biyyaalessaa Babbareedoo qaban Sadarkaa 1_10 (National Parks)
South Africa 🇿🇦
Tanzania 🇹🇿
Kenya 🇰🇪
Botswana 🇧🇼
Namibia 🇳🇦
Zambia 🇿🇲
Zimbabwe 🇿🇼
Rwanda 🇷🇼
Uganda 🇺🇬
Ethiopia 🇪🇹
Showing the 12 most recent of 20 posts we hold for @Ajaaibsiisoo_Telegram_Channel. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.