20 Aug 2025, 12:52 UTC≈10,000 views94 reactionsread 22 August 2026 Forwarded from @Ale_proof
🎙 Breaking news
___
Group telegram durii kan isin hin fayyadamne nan bita
✅Bara 2019 fi isa dura kan baname
✅Bara 2020 baname
✅Bara 2021 baname
✅ Bara 2022 baname
✅ 2023 kan baname
✅ 2024 ji'a jalqabaa 9
Lakkoofsi miseensotaa 1 yoo ta'ellee rakkoon hin jiru
🔻 Gatii guddaa siif bita waan ta'eef baay'inni miseensotaa dhimma hin qabu, wanti guddaan bara itti banamedha.💯
Kaffaltii filannoo adda addaatiin
✅B…
❤73👍14😁7
Signed Borifan Mamo
15 Aug 2025, 20:10 UTC≈9,660 views49 reactionsread 22 August 2026 Forwarded from @boriikoom
Elaa…!
Na hamadhu, sin hammadha
Na darbadhu, sin abdadha
Na tuffadhu, Sin bulfadha
Na qiyyaafadhu, sin iyyaafadha
#Garuu…
Yoo daangaa dabarte
Yoo alagaan na Dararte
Yoo badii kankoo feete
Yoo daangaakoo ceete,
~
Wal darbaa wal hin dheessinu
Wal sarbaa gumaatti wal hin geessinu!
❤46👍3
Signed Borifan Mamo
4 Aug 2025, 19:10 UTC≈11,500 views96 reactionsread 22 August 2026 Yeroo joollee turretti haalaan daddfanee guddachuu feena turre!. GARUU... yeroo guddannetti yeroon joollummaa teenyaa sun yeroo caalatti nama gammachiisu turte!.💔🖇
@Filishaggar
@Dhandhama3
👍52❤26👏8🥰5🏆2🤬2🤔1
Signed 𝐅𝐢𝐥𝐢𝐦𝐨𝐧𝐚 𝐋𝐢𝐱𝐚 𝐬𝐡𝐚𝐠𝐠𝐚𝐫
4 Aug 2025, 18:31 UTC≈9,990 views46 reactionsread 22 August 2026 #Har'a fixeensa argeen jaalala namoota baayyee yaadadhe!.
@Filishaggar
@Dhandhama3
👏28🥰8👍7😁2❤1
Signed 𝐅𝐢𝐥𝐢𝐦𝐨𝐧𝐚 𝐋𝐢𝐱𝐚 𝐬𝐡𝐚𝐠𝐠𝐚𝐫
Live stream finished (3 minutes)
Live stream started
4 Aug 2025, 18:05 UTC≈9,410 views40 reactionsread 22 August 2026 #Gaafa Miindankee dabalu
hiriyyaa biraa hin dabalin!
@Filishaggar
@Dhandhama3
👍27🥰6👏4❤3
Signed 𝐅𝐢𝐥𝐢𝐦𝐨𝐧𝐚 𝐋𝐢𝐱𝐚 𝐬𝐡𝐚𝐠𝐠𝐚𝐫
4 Aug 2025, 10:18 UTC≈10,600 views69 reactionsread 22 August 2026 #Onnee dhiira fi mana barnootaa nama kaayyoo qabuttu seena.🤞
#Onnee shamarran fi mana nyaataa nama qarshii qabuttu seena.🤔
@Filishaggar
@Dhandhama3
🥰25👍19❤11💯9👏5
Signed 𝐅𝐢𝐥𝐢𝐦𝐨𝐧𝐚 𝐋𝐢𝐱𝐚 𝐬𝐡𝐚𝐠𝐠𝐚𝐫
❤️Dhandhama Jaalala❤️ pinned «Ciqilee itti irkannee boonyu hin qabnu ta'a Garuu, bakka itti dhaabbannee,jilba qabannee,kufne fi teenye itti boonyu Fuula Uumma keenya qabna!. #Good_Sunday💥 @Filishaggar @Dhandhama1»
2 Aug 2025, 20:25 UTC≈9,140 views43 reactionsread 22 August 2026 Naan rafiisuu na fuuldura yaada naqee......!😘
@Filishaggar!
❤29💔11🥰3
Signed 𝐅𝐢𝐥𝐢𝐦𝐨𝐧𝐚 𝐋𝐢𝐱𝐚 𝐬𝐡𝐚𝐠𝐠𝐚𝐫
2 Aug 2025, 19:30 UTC≈8,460 views31 reactionsread 22 August 2026 #Eenyuun madaalamta?
Sadarkaan kan kee bakka ati of keesse malee bakka ilmi namaa si kaa'ee miti. ilmi namaa madaala tolchuu fi haqa dalaguu keessatti hanqinna guddaa waan qabuuf!
Kanaafuu madaala namaa hin eegin ofumaa of madaali.!
@Filishaggar
@Dhandhama3
❤16👏12👍3
Signed 𝐅𝐢𝐥𝐢𝐦𝐨𝐧𝐚 𝐋𝐢𝐱𝐚 𝐬𝐡𝐚𝐠𝐠𝐚𝐫
2 Aug 2025, 17:31 UTC≈7,770 views26 reactionsread 22 August 2026 #Shamarran baay'een gorsa hiriyyaa hinaftuu dhaggeeffachuun dhiiraa gaarii dhabu.!
#Mejemeriya_Teredashi!🤞
@Filishaggar
@Dhandhama3
👍14❤10👏1🥰1
Signed 𝐅𝐢𝐥𝐢𝐦𝐨𝐧𝐚 𝐋𝐢𝐱𝐚 𝐬𝐡𝐚𝐠𝐠𝐚𝐫
Showing the 12 most recent of 20 posts we hold for @Dhandhama3. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.