25 Feb 2026, 11:11 UTC962 views3 reactionsread 8 August 2026 Photo
#inbox
“ Barsiisaa Geetu Qannoo jedhama Godina wallagga bahaa aanaa Gobbuu sayyoo Ganda adaree Tiksaa Bakka laga ejeree jedhamutti Gaafa guyyaa 14/6/2018 Balleessa tokko malee waraannii mootummaa makaalakiyaa jedhamu rasaasa itti roobsuun erga ajjeesanii reeffa isaa immoo harreetti fe'anii isa booda uummanni iyyinaan reeffa harree irraa buusani .. Barsiisaa herregaati nama jabaa kana nu jalaa ajjeessani maaloo sagal…
❤3
25 Feb 2026, 11:11 UTC≈1,090 views17 reactionsread 8 August 2026 Video
Bishaan ROOBEE kan bara dabre ji’a sadi keessatti xumurame jedhame sun achumaan hafee? Bilciliciin suuraa ka’aniituma itti dhiisanii edaa ?
=====•••••======
“Ani amma Baalee Roobeen jiraadha,mee bishaan dhugaatii hin jiru, jarri koridarii ifaa bulu malee dhimma kana gatii hin qabdu,mee barsiisoota Yuuniivarsiitii madda Walabu gaafadhu bishaan waan takka hin jiru,keessattu condominium University Madda walabu keessa! …
❤12🥰4😭1
25 Feb 2026, 06:49 UTC709 views1 reactionsread 8 August 2026 Photo
G/Q/W/ Aanaa #Haroo_Sabbuu ganda #Jajjoo_Akaakil keessatti Guyyaa Kaleessaa Dargaggoo Maqaan isaa #Takkaalinyi_Mangashaa jedhamu Gara laafina tokko malee Waraanni pp Rasaasa itti roobsuun ajjeesan.
❤1
25 Feb 2026, 06:49 UTC761 views1 reactionsread 8 August 2026 Guyyaa24/2/2026
WBOn Zoonii Lixaa guyyaa har'a Godina wallagga lixaa Aanaa laaloo Assaabii bakka addaa Laga Huwwaa jedhamutti waraan ergamtuu pp konkolaataa Ooraalii 1 fi 3F lamaan deemtu irratti Haxxee hidhuun Tarkaanfii fudhateen heedduu du'aaf madoo adabee konkolaataa oraaliin su hanga ammaatti achi ka'uu didee galgala kana gotottee deemaa jirti
Madoo ulfaataan kan hospitaala ga'e 5 keessaa tokko duutetti.
❤1
25 Feb 2026, 06:48 UTC336 viewsread 8 August 2026 https://youtu.be/g3vU_zBUqks?si=fTT-UEgA1Bkn-jUk
25 Feb 2026, 06:48 UTC344 views1 reactionsread 8 August 2026 Godina Matakkal Aanaa Dibaaxii jalatti gandoota argaman keessatti manneen barnootaa waraana RIBn cufamanii hojiin ala tahanii barattootni barnoota malee hafaniiru.
1, M/barumsaa Damaddasii
2, M/barumsaa Coqorsaa
3, M/barumsaa Goongoo
4, M/barumsaa Geshee
5, M/barumsaa Sobboo siree
6, M/Barumsaa Daalattii
7, M/barumsaa Bofoo
8, M/barumsaa Calliyaa
9, M/barumsaa Daalee
10, M/barumsaa Tuskii Gambeellaa jedhaman guutumm…
❤1
25 Feb 2026, 06:48 UTC330 views1 reactionsread 8 August 2026 https://youtu.be/2F1Fuf_Ch1I?si=GppYwzj4KRZb49wQ
❤1
25 Feb 2026, 06:48 UTC310 views1 reactionsread 8 August 2026 Photo
Komishiniin Mirga Namoomaa Itiyoophiyaa [HRW) ji'oota jahan darban keessa namoota 1,336 naannoolee Itiyoophiyaa adda addaa keessatti seeraan ala hidhamanii kanneen turan gadi lakkiseera jedhe.
Ityoophiyaatti lakkoofsi namoota hidhamanii fooyya’iinsa agarsiiseera kan jedhan komishinarri olaanaa komishinichaa obbo Birhaanuu Adeeloo ibsa gaazexeessitootaaf guraandhala24/2026 kennaniin tahus ammallee hidhaan seeraan …
❤1
25 Feb 2026, 06:48 UTC311 views1 reactionsread 8 August 2026 Photo
Photo, posted without a caption
❤1
25 Feb 2026, 06:48 UTC459 views1 reactionsread 8 August 2026 Abbaan Taayitaa Miidiyaa Itoophiyaa eyyama miidiyaa maarsariitii kan Addis Standard Gurraandhala 24, 2026 kaasuun haquu beeksise. Abbaan Taayitaa Miidiyaa Itoophiyaa Addis Standard naamusa miidiyaa, seera biyyaalessaafi “faayidaa biyyaa waan sarbu hojjechuun eyyama dhaabbatichaa haquu ibsa isaan beeksiseera.
Haa ta’uyyuu male ibsichi gabaasi Addis Standard kam murtee kanaaf akka isa geessise waanti eere hin jiru.
X…
❤1
25 Feb 2026, 06:48 UTC362 views1 reactionsread 8 August 2026 Abbaan Taayitaa Miidiyaa Itiyoophiyaa ragaa galmee Addis Standard Internet Media haqee jira.
Abbaan taayitichaa, "Miidiyaa gama Miidiyaa hawaasaan tamsaasuun beekamu Addis Istaandardii irra deddeebiin gabaasa naamusa miidiyaa, seera Itoophiyaa, fi dantaa biyyaalessaa biyyattii fi ummataa balaadhaaf saaxilan tamsaaseera jechuun eeyyama isaa haquu beeksise
"Addis Standard amala isaa akka sirreessuu fi amala diigumsaa…
❤1
24 Feb 2026, 13:49 UTC527 views3 reactionsread 8 August 2026 Photo
#SALAALEE
Harki namaa akkam itti Looniif mana wal faana guba? Kana gochuu irra nama ajjeessuun hin salphatuu? Ayi uummata kiyya Salaalee.
Guyyaa dheengaddaa ammas waan ulfaatatu uummata Salaalee Darraa irratti rawwate. Kamisa dhuftuus karoora haaraa Mootummaafi Fannoon mootummaa akka waliin qaban sagaleen suuraa na qaqqabee jira. Adaraa uummata kana irraa dhaabbadhaa, adaraa saba kana dhiisaa haa jiraatu.
Uummanni …
❤3
Showing the 12 most recent of 18 posts we hold for @Qeerroo_Press. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.