3 May 2026, 09:24 UTC≈3,220 views21 reactionsread 3 September 2026 “Murtoo Jabeessaatiin Sodaa Injifachuun Imala Jalqabuun Milkaa’ina Argamsiisa
1. Sodaa Sammuu Keessa Jiru Hubachuu
Sodaan wanta alaa osoo hin taane yeroo baay’ee sammuu keenya keessatti uumama. Namni tokko yeroo waan haaraa jalqabuuf yaadu, sodaan akka gufuu isaatti mul’ata. Garuu sodaa kana hubachuun, akka inni dhugaa hin taane beekuun tarkaanfii jalqabaa dha. Yoo sodaa keenya adda baasnee beekne, irratti hojjechuu…
❤21
3 May 2026, 09:22 UTC≈2,410 views1 reactionsread 3 September 2026 Guddina jechuun, rakkina keessa darbuu dha
1. Rakkina fi gufuu keessa darbuun guddina namaa fi hawaasaaf barbaachisaa ta’uu
Guddinni dhala namaa ykn hawaasaa rakkina malee akka hin uumamne mul’ata. Nama tokko yeroo rakkoo fi gufuu keessa darbee, karaa fi mala haaraa ittiin rakkoo sana furu danda’u barata. Fakkeenyaaf, barattoonni yeroo qorannoo cimaa fi qormaata hedduu keessa darbu, beekumsa fi dandeettii isaanii ba…
❤1
3 May 2026, 08:13 UTC≈2,030 views4 reactionsread 3 September 2026 Walitti Dhufeenya Cimsuuf Ogummaa Dhaggeeffannaa fi Beekumsa Dubbii
1. Hiika Walitti Dhufeenyaa Dhugaa
Walitti dhufeenyi jechuun walii wajjin jiraachuu qofa miti; walii hubachuu, walii kabajuu fi waliif yaaduudha. Walitti dhufeenya cimaa qabaachuun jireenya namaa keessatti nagaa fi gammachuu fida. Namoonni walitti dhufeenya gaarii qaban rakkoo salphaatti hiiku, walii deggeru, akkasumas jaalala isaanii cimsu.
2. Dhag…
❤4
22 Apr 2026, 18:48 UTC≈3,130 views23 reactionsread 3 September 2026 🗣️ Kitaaba Gargaaraa Piroofeesaraa Miratuu Shaanqoo Giddii "SIIF GALEERAA" jedhu irraati!
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
✔️ Wantoota kitaabicha keessaa natti tolanii fi na quubsan keessaa.... Toom Joon namichi jedhamu dubbii cimaa tokko akkas jedhee dubbate...
☞ "Adaraa yaa Waaqayyo wantoota lama akkan sirriitti beekuuf na gargaari. Isaanis;
#1ffaa: "jireenya koo keessatti wantan gonkumaa jijjiiruu hin dandeenyeef obsa naaf kenni"
#2…
❤21🔥2
3 Apr 2026, 23:31 UTC≈3,750 views28 reactionsread 3 September 2026 Jireenya tasgabbaa’aa jiraachuuf, qabxiilee armaan gadii irratti xiyyeeffadhu:
1. Yaada fi ilaalcha sirrii qabaachuu: jireenya keessatti yaada gaarii qabaachuun gammachuu fi tasgabbii namaaf kenna. Gochaa fi jecha miidhaa fiduu danda'u irraa of eegu fi dhimma namaa keessa lixuu dhiisuu.
2. Jijjiirama fudhachuu:
Jireenya keessatti jijjiiramni waan hafu miti. Haala jijjiirame sirnaan fudhachuun tasgabbiin jiraachuuf …
❤21👍7
22 Mar 2026, 23:27 UTC≈4,270 views47 reactionsread 3 September 2026 Jireenya kee keessatti namoota gosa sadiitu jiru.
THE 3 TYPES OF PEOPLE IN YOUR LIFE..
1.Namoota akka baala 🌿 The Leaf people
2.Namoota akka damee 🌵The Branch people
3. Namoota akka hiddaa /The Root people
#Namoota akka baala;- warri Kun namoota yeroo tokkoof qofa jireenya kee keessa dhufanidha. Isaan irratti hirkachuuu hin dandeessu, sababni isaas isaan dadhaboo waan ta'aniif waan barbaadan qofa fudhachuuf g…
❤37👍10
29 Oct 2025, 06:22 UTC≈10,200 views89 reactionsread 3 September 2026 Jireenya addunyaa kanaa salphisuus ulfeessuus kan danda'u suma mataa keedha. Al tokko tokko rakkinoota nu quunnamanirra rakkinichaaf deebiin nuti kenninu hedduu nu miidhu. Kanaaf jireenya kee salphistee jiraachuu yoo feete wanta har'a argite boru akka hin jirre, akkasumas adda bahuu namni ati hin feene guyyaa tokko akka irraa adda baatu beektee yeroo hundumaa qophaa'aa ta'uu qabda.
Halkan akkuma jiru bariin illee dh…
❤73👍11👏3🥰2
16 Sept 2025, 14:51 UTC≈10,600 views115 reactionsread 3 September 2026 Sin Dhibin! ✔️
* Yoo ati huuqqatte …
❤78👍32👏5
7 Nov 2024, 04:52 UTC≈14,200 views68 reactionsread 3 September 2026 ⁃ Ati garaa dhiifamaa qabdaa?
⁃ Nama si miidheef garaa kee guutuu dhiifama gootee?
⁃ Garaa dhiifamaa qabaachuun balbala nagaa, balbala eebbaa banachuu akkasumas boqonnaa fi gammachuu sammuu ofiitiif argachuu, dhukkuba irraa fayyuus akka ta'e beektaa???
Mee ergaalee jahan kanaa gadii dubbisii hiriyaa kee jaalattu 5f #share godhi! Itti eebbifami!
Gɑrɑɑ Dhiifɑmɑɑ!
▬▬▬▬▬▬▬▬▬
❍ Jɑɑlɑlli kɑn ibsɑmu gɑrɑɑ dhiifɑmɑɑ qɑbɑɑc…
❤43👍25
2 Nov 2024, 15:53 UTC≈11,500 views34 reactionsread 3 September 2026 3. Namoota Dandeettii Sammuu Xiqqaa fi Bilchina Miiraa Guddaa Qaban:
➡️Namoonni akkanaa warra ani lakkoofsa lammaffaa irratti ibse caalaa milkaa'inatti dhi'oodha. Dandeettii sammuu guddaa qabaachuu baatanis, bilchina miiraa qabanitti fayyadamuun mul'ata isaanii dhugoomfachuu danda'u. Namoonni akkanaa ogummaadhaan beekumsa namoota birootti fayyadamu. Bilchina miiraa qabaniin immoo hariiroo namoota naannoo isaanii kun…
👍22❤8🎉4
2 Nov 2024, 15:53 UTC≈8,610 views35 reactionsread 3 September 2026 ✅Dandeettii sammuu (Intelligence Quoteint) fi bilchina miiraa (Emotional Intelligence) qaban irratti hundaa'uun namoota bakka afuritti qooduu dandeenya. Isaanis akka armaan gadiitti ilaalla:
1⃣. Namoota Dandeettii Sammuu Xiqqaa fi Bilchina Miiraa Xiqqaa Qaban:
⏩Namoonni akkanaa namoota rakkisoodha. Dandeettii yaaduu xiqqaa qaban irratti bilchinni miiraa isaanii yoo xıqqaate akka malee ulfaata. Naannoo keessa jiraat…
👍21❤14
2 Nov 2024, 15:53 UTC≈6,410 views13 reactionsread 3 September 2026 Photo
Photo, posted without a caption
👍11❤2
Showing the 12 most recent of 20 posts we hold for @ERGAA_BARREEFFAMAA. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.