26 May 2026, 17:49 UTC≈2,640 views48 reactionsread 3 September 2026 Waggaa 17tti kolleejjii irraa barumsa hin dandeessu jedhamtee ari'amte. Waggaa 25tti harmee ishee du'aan dhabde. Waggaa 26tti Gudeedamtee ulfooftee bahuun ulfa ishee mudate Waggaa 27tti ni heerumte. Haa ta'u malee, Abbaa warraa ishee waliin waliigaluu hin dandeenye. Kun osoo akkasiin jiruu ulfooftee daa'ima tokko deesse.Waggaa 28tti Abbaa warraa isheetiin wal hiikte.
Daa'ima ishee kophaa guddisuuf dirqamte Akkasumas…
👏25❤23
3 May 2026, 08:31 UTC≈2,940 views17 reactionsread 3 September 2026 Abbummaa Jireenyaa fi Bilisa Ba’umsa Sammuu
1. Of-danda'uu fi Ijaarsa Jireenyaa
Jireenyi kennaa callistee eegdu osoo hin taane, bu’aa carraaqqii fi murtee keetiiti. Namni baay’een jireenya isaa jijjiiruuf mootummaa, carraa, yookaan gargaarsa namoota biroo eeggata. Garuu, dhugaan jiru jireenyi kee harka kee jira. Jireenya kee ijaarrachuuf wanti si barbaachisu inni jalqabaa amantii "ani nan danda'a" jedhu qabaachuudha…
❤17
3 May 2026, 08:29 UTC≈2,040 views1 reactionsread 3 September 2026 Miilan Ol Ka’uun, Ati fi Ani Rakkoo Irra Kaanee Ol Ka’uu Dandeenya
Jessica Cox dubartii Ameerikaa harka lama malee dhalatteedha. Garuu hanqinni qaamaa ishee daangaa sammuu ishee hin taane. Miila ishee qofaan xiyyaara oofuun nama jalqabaa addunyaa ta’uun galmee dinqisiisoo irratti galmoofte. Akkasumas ispoortii Teekuwaandoo keessatti black belt argachuun cimina ishee mirkaneesse.
Garuu har’a gaaffii guddaan Ati fi …
❤1
3 May 2026, 08:12 UTC≈1,640 views6 reactionsread 3 September 2026 Harka Qabsiisi, Jireenya Jijjiiri: Gatii Nama Rakkate Qarqaaruu
1️⃣ Qarqaaruun Dirqama Nama Ta’uu
Nama rakkate gargaaruun filannoo qofa miti; dirqama nama ta’uu keenyaa keessaa isa guddaadha. Namni kamuu yeroo tokko rakkina keessa seenuu danda’a. Har’a inni rakkate bor immoo si ta’uu danda’a. Kanaafuu wal gargaaruun bu’uura jireenya hawaasaa ti.
2️⃣ Gatii Namaaf Qabnu Mul’isu
Yeroo nama rakkate qarqaaru, “Ati nama ga…
❤6
21 Apr 2026, 12:28 UTC≈2,470 views33 reactionsread 3 September 2026 Ajaa'iba garuu dhugaa! !
1. Abbaan Seeraa Rakkoo keessa akka galtu hawwa.
2. Doktarri akka Dhukkubsattu barbaada.
3. Poolisiin Yakkamaa akka taatu barbaada.
4. Barsiisaan akka ati wallaalaa taatu barbaada.
5. Abbaan Lafaa akka ati Mana hin ijaaranne barbaada.
6. Ogeessi Ilkaanii ilkaan keessan akka badu barbaada.
7. Makaanikni konkolaataan keessan akka cabu barbaada.
8. Namni Sanduuqa du'aa tolchu akka duutu …
👏19❤9😁4👍1
16 Apr 2026, 18:51 UTC≈2,470 views4 reactionsread 3 September 2026 Wantoota an waggoota sadan tokko dura bilchinatti ilaalaa ture keessaa har'a akka wal'aalummaatti kanin ilaalu baay'eedha. Tarii bilchinni koo har'aas waggaa muraasa booda wanta ani yaadadhee itti kolfu ta'uuf jira. Kana irraa ka'ee yoon ilaalu, umrii dabaluun sirriima yeroo itti hubannoo baay'ee dabalu qaba.
Garuu, umrii dabaluun qofti mataa isaatti hubannoo inni dabalu baay'ee xiqqoodha. Qalbifannaa fi yaaliin hin…
❤4
1 Apr 2026, 14:52 UTC≈3,020 views15 reactionsread 3 September 2026 • Yeroo tokko biyya tokko keessa mootii gaariin tokko jira ture. Ummanni inni bulchu hundi sooreyyii akkasumas gammadaa turan. Yeroo tokko mootichi biyya isaa keessa iddoo tokko dhaquuf murteeffate. Iddoon isaas masaraa mootummaa irraa fagoo waan ta'eef, deemsa guyyaa dheeraa fudhate. Innis uummata isaa waliin gammachuudhaan deemee xumuruun gara masaraa isaatti deebi'e. Mootiin sun wanta mara jaalate. Ni dinqisiifata…
👌10❤5
22 Mar 2026, 23:36 UTC≈3,710 views27 reactionsread 3 September 2026 Jechoota Martin Luuther king akka malee natti dinqisiifnaan isaan keessaa muraasa isiniif qooduun qaba jedhee murteesse
■■■■■■■■■■■■■■■■■■■
➡ Namni tokko dhimma dhuunfaa isaa ishee dhiphoo keessaa ba'ee dhimma namoomaa isa bal'aa irratti hamma hojjeetutti jireenya jiraachuu hin eegalle.
➡ Wanti barbaachisaan dheerina umurii nama tokkoo utuu hin taane qulqullina jireenya isaati.
➡ Humni diina ofii firatti jijjiiruu…
❤27
3 Jan 2026, 17:09 UTC≈6,630 views57 reactionsread 3 September 2026 Barsiisaa tokkotu waa'ee marsaa jireenya kanniisaa utuu barsiisuu barattoota isaa gochaan isaan hubachiisuu barbaade.
Kanniisa fidee kutaa dhufee fuuldura barattoota isaa kaa'ee akkas jedheen barattoota isaatiin amma marsaan isaa kun jiisaa irra gaheeraa gara gaheessaatti jijjiiramuuf turtii sa'aatii lama itti fudhata waan ta'eef namni kamiyyuu akka itti hin buune jedheen.
Sana booda otuma barattootni daree keessa…
❤39👍18
28 Oct 2025, 22:59 UTC≈6,670 views35 reactionsread 3 September 2026 🔵 Sammuu Kee Qaroomsi!
Addunyaan kun warra sammuun naaffatanii fi warra sammuun hir'uun malee warra qaama miidhamaniin tasumaa hin baddus, hin badaddus.
📌 Addunyaa hogganuu irra of hogganuutu cimaadha! Of hogganuun of gaggeessuudha! Of gaggeessuuf immoo konkolaataan keenya sammuu keenyadha!
📌 Sammuun keenya guyyaa guyyaan akkuma garaan keenya soorata barbaadu, sammuunis qallaba sooratu jechoota barbaada. Jechootni…
❤29🔥5👎1
28 Oct 2025, 22:55 UTC≈5,360 views20 reactionsread 3 September 2026 Mul'ata ofiif hojjechuu
☑️Danqaalee abjuuf mul'ata keenyaa kan ta'an kutaawwan darban keessatti qabxiilee muraasa ilaalleerra. Ittuma fufnee ammallee kutaa itti aanu kana keessatti mul'ata ofiif hojjetanii akka hin jiraanne kan nama taasisu rakkoo kan biraa ilaalla!
1. Waan qaban wallaaluudha.
Namni dhalatee addunyaa kanarra jiru hunduu Mul'ata mataa isaa wajjin dhalata. Garuu, kan mul'ata dhalateef baree jiraatee…
❤20
28 Oct 2025, 22:54 UTC≈4,160 views4 reactionsread 3 September 2026 Photo
Photo, posted without a caption
❤4
Showing the 12 most recent of 20 posts we hold for @FORGIVEMEAllAHKANAATUQUUNMATIITA. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.