4 May 2026, 21:49 UTC≈5,840 views61 reactionsread 3 September 2026 Maqaa Kutaalee Finfinnee
Doobbii👉Kachaanee
Hurufa Boombii👉Jaan-Meedaa
Dilalaa👉Inxooxoo
Eekkaa👉Yeekkaa
Birbirsa Gooroo👉Piyaassaa
Caffee Araaraa👉Araat Kiiloo
Malkaa Daabbuus👉Charchil Godaanaa
Caffee Tumaa👉Sidist Kiiloo
Caffee Aannanii👉Meeksiikoo
Qarsaa👉Kaazaanchiis
Baddaa Ejersaa👉Raas kaasaa safar
Mujjaa👉Shiroo meedaa
Garbii👉Sangaa taraa
Golboo👉Qeeraa-Qirqoos
Calaancaal👉Saar-Beet
Roobii👉Nifaas-Silk
Burqaa Finfinne…
❤45👍10🔥6
29 Apr 2026, 19:02 UTC≈4,360 views38 reactionsread 3 September 2026 Maatii fi hiriyoota ishee hundaaf jajjabina hawwina.
Shamarreen Boontuu Waaqtolee yookaan Boni JA jedhamuun miidiyaa hawaasaa irratti beekamtu of ajjeesuun ishee rifaatuu hawwaasatti uume
Shamarreen TikTok fi Facebook akkasumas YouTube irratti baayyinaan qoosaa, taphaa fi haala jireenya’shee guyyaa guyyaan qooduun nama kolfisiisuun beekamtuu fi Jireenya ishee keessatti ijoollummaa irraa kaaftee rakkinoota hedduu kee…
❤11😢10😭8👍5💔3🙏1
29 Apr 2026, 19:02 UTC≈2,720 viewsread 3 September 2026 Photo
Photo, posted without a caption
29 Apr 2026, 06:22 UTC≈2,640 views18 reactionsread 3 September 2026 Photo
Dhiheessiin Naaftaa bakka duraatti akka deebi’u murtaaheera - Ministira Maallaqaa Ahimad Shiddee
Waraana Giddugala Baahaatiin walqabatee gatiin Boba’aa addunyaa dabaluufi dhiheessiin isaas addaan cituudhaan, dhiheessiin Naafxaa Itoophiyaa guyyaatti Liitira miiliyoona 4.5tti gad bu’ee ture.
Ministirri Maallaqaa obbo Ahimad Shidee ibsa har’a kennaniin, dhiheessiin Naafxaa guyyaatti Liitira miiliyoona bakka dura tur…
❤18
29 Apr 2026, 06:21 UTC≈2,480 views8 reactionsread 3 September 2026 Lammileen Itoophiyaa afur magaalaa Joohaansibargitti ajjeefaman, yoo xiqqaate namoonni kurnan to’annoo jala oolan; Qondaaltonni Itoophiyaa bu’aa qorannoo eegaa jiru
Dilbata darbe magaalaa Joohaansibargitti dhukaasa tureen yoo xiqqaate lammiileen Itoophiyaa sadii yoo ajjeefaman, gochi kun lammiilee Naayijeeriyaas lubbuu dabarseera. Kunis Afriikaa Kibbaa keessatti sodaa mufannoo godaantota irratti xiyyeeffatu caalaatt…
❤8
29 Apr 2026, 06:20 UTC≈2,190 viewsread 3 September 2026 Photo
Photo, posted without a caption
24 Apr 2026, 22:04 UTC≈3,570 views19 reactionsread 3 September 2026 Guyyaan Qormaata Kutaa 12ffaa Ifoomeera.
Tajaajilli Madaallii Barnootaa fi Qormaataa qormaata xumura barnoota sadarkaa lammaffaa (kutaa 12ffaa) Waxabajjii 24 hanga Adoolessa 17, 2018 A.L.I. tti akka kennamu beeksiseera.
Gama biraatiin, qormaatni biyyoolessaa sagantaa Rimiidiyaalaa Caamsaa 17 hanga Caamsaa 20, 2018 A.L.I. (guyyaan Caamsaa 19 Iid Al-Adhaadha) kan kennamu yoo ta'u, qormaatni ba’umsaa barnoota digrii j…
👍13❤6
24 Apr 2026, 16:58 UTC≈2,410 views9 reactionsread 3 September 2026 Photo
Oduu: Waraanni #Iraan gargaarsa addunyaa haala yaaddessaa keessa galche
Walakkaa bara 2026tti namoonni miliyoona 15.0 hanga 15.9 ta’an, rakkoo saaxilamuu ibseera. kunis uummata biyyattii keessaa dhibbeentaa 10 hanga 15, sadarkaa hanqina nyaataa hamaa n yaaddeessaa ta’e keessa galu jedhamee eegama. Itoophiyaan baay’ina namoota gargaarsa nyaataa addunyaa irraa barbaadanii keessaa dhibbeentaa 10 ol akka qabattu tilmaam…
❤9
24 Apr 2026, 16:58 UTC≈1,970 views4 reactionsread 3 September 2026 Photo
Ministeerri Dhimma Alaa Chaayinaa Dooniin Iiraan To’annoo Ameerikaa jala oolte“Kennaa” Chaayinaa Miti” jechuun waakkate
Ministeerri Alaa Chaayinaa himannaa Pirezidaanti Doonaaldi Tiraampi, "dooniin fe’umsaa alaabaa Iiraan qabattee humnoota Ameerikaatiin to’annoo jala galte kennaa Chaayinaan kenniteedha" jechuun dubbatan waakkateera. Ministeerichi himannaan kun “dhugaa irratti kan hundaa’e miti” jechuun ibse.
Dubbi…
❤4
23 Apr 2026, 23:42 UTC≈2,170 views16 reactionsread 3 September 2026 ODUU AMMEE: Tehraan Ibiddaan Wal-nyaachaa Jirti!
Halkan harraa samii Iraan keessatti meeshaaleen ittisa qilleensaa dammaqinaan qolachaa jiru, dhukaasa rifachiisaa fi sagalee boombiin magaalattiin raafamaa jirti.
Haga ammaa dhukaasi kun magaalattii irratti kan baname eenyuun akka ta’e hin baramne, Israa’el gama isheen ana miti jetteetti. Weerara "diina hin mul'anneen" dhufe kanaan biyyattiin dhiphuu guddaa keessa ji…
❤15🙈1
23 Apr 2026, 13:39 UTC≈2,160 views11 reactionsread 3 September 2026 Photo
Iraan dooniiwwan ulaa Hoormuz qaxxaamuran irraa "galii maallaqaa isa jalqabaa walitti qabadhe" jette
Akka ragaa qondaaltota ol’aanoo biyyattiitti, Iraan dooniiwwan karaa darba galaanaa Hormuuz kan daldala annisaa addunyaatiif murteessaa ta’e—irra darban irraa kaffaltii taarifaa jalqabaa sassaabuu ishee beeksiste.
Itti Aanaan Dubbi Himaa Mana Maree biyyattiitti Hamiderzaa Haajii Baabaayii akka jedhanitti, galiin jal…
❤7👏4
22 Apr 2026, 21:10 UTC≈2,100 views9 reactionsread 3 September 2026 Photo
Chaayinaan Jiddu-galeessi Bahaa "haala murteessaafi daandii qaxaamuraa" irra jiraachuu akeekkachiiste
Erga Ameerikaan waliigaltee dhukaasa dhaabuu Waashingitan fi Teehraan gidduu ture dheeressuu ishee beeksistee booda, Chaayinaan karaa Ministeera Alaa isheetiin naannoon Jiddu-galeessa Bahaa waraana fi nagaa gidduu "haala murteessaa ta’e daandii qaxxaamuraa" irra jiraachuu akeekkachiisuun, qaamoleen hundi walitti bu…
👍5❤4
Showing the 12 most recent of 17 posts we hold for @GAADDISA_SABAA1. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.