18 Aug 2026, 18:08 UTC≈1,430 views8 reactionsread 18 August 2026 Photo
Paarkii Araadaa carraa hojii fi tuurizimii guddisuuf gahee olaanaa qaba – Kantiibaa Adaanech Abeebee
Finfinnee, Hagayya 12, 2018 (FMC) — Paarkiin Araadaa magaalaa Finfinnee keessatti ijaarame carraa hojii uumuu fi tuurizimii guddisuuf gahee olaanaa qaba jedhan Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Adaanech Abeebee. Kantiibaa Adaanech Abeebee ergaa fuula miidiyaa hawaasaa isaanii irratti barreessaniin, Paarkiin Araadaa kenna…
❤8
18 Aug 2026, 17:51 UTC≈1,540 views6 reactionsread 18 August 2026 Photo
Baandummaan bu'aa ofiif jecha biyya gurguruun waaroo salphinaa haguuggatanii dha - Dooktar Abiy Ahimad
👍4🔥2
18 Aug 2026, 17:43 UTC≈1,430 views3 reactionsread 18 August 2026 Photo
Imala Itiyoophiyaa, miseensa Dhaabbata Daldalaa Addunyaa ta’uuf…
Finfinnee, Hagayya 12, 2018 (FMC) – Itiyoophiyaan miseensa Dhaabbata Daldalaa Addunyaa (WTO) ta’uuf marii taasisaa jirtu milkaa’inaan xumuruuf fooyya’iinsa hedduu fi hojiiwwan marii garaagaraa geggeessaa jirti. Ministirri Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa Dooktar Kaasaahun Goofee akka ibsanitti, mariin miseensummaa Itiyoophiyaa waggoota 23 ol f…
❤3
18 Aug 2026, 17:23 UTC≈1,550 views7 reactionsread 18 August 2026 Photo
Roodriin Baarseloonaatti makame
Finfinnee, Hagayya 12, 2018 (FMC) — Taphataan sarara gidduu lammiin Ispeen Roodriigoo Heernaandez, Roodrii jedhamuun beekamu, Baarsaloonaatti makameera. Roodriin waggoota torba Maanshester Siitii keessatti dabarseen, Shaampiyoons Liigii Awurooppaa tokkoo fi waancaa Priimarii Liigii Ingilizii afur dabalatee, waancaa hedduu kilabicha waliin mo’ateera. Badhaasa Baaloon Do’orii kan mo’ate…
❤4👍3
18 Aug 2026, 16:06 UTC≈1,830 viewsread 18 August 2026 Photo
"Imala barsiifata amaleeffatamee fi suuta jedhuun gara boqonnaa badhaadhina barbaadnuu ga'uu hin dandeenyu. Filannoon qabnu sadarkaalee tokko tokko utaaluudha. Kanaaf immoo kalaqni fi si'aayinni murteessoodha." – Ministira Muummee Dooktar Abiy Ahimad
18 Aug 2026, 16:04 UTC≈1,760 views1 reactionsread 18 August 2026 Photo
Itiyoophiyaa – Giddugala Humna Haaromfamaa Baha Afrikaa
Finfinnee, Hagayya 12, 2018 (FMC) — Itiyoophiyaan waggoota saddeettan darbanitti diinagdee magariisaa dandamataa ta’e ijaaruu fi misooma humna haaromfamuu irratti hojii bal’aa hojjechaa jirti. Haaluma kanaan, sirna ikoo jijjiirama qilleensaa dandamatu uumuurratti guddina ajaa’ibaa galmeessaa jirti. Hidhi Haaromsaa Guddichi Itiyoophiyaa, qabeenyaafi tattaaffii u…
❤1
18 Aug 2026, 15:28 UTC≈1,730 views6 reactionsread 18 August 2026 Photo
Yaadni Ida'amuu mootummaa, damee dhuunfaa, uumamaa fi qabeenya kaleessaa iftoomina boruutiif bakka tokkotti walitti qaba - Ministira Muummee Dooktar Abiy Ahimad
❤6
18 Aug 2026, 15:14 UTC≈1,950 views2 reactionsread 18 August 2026 Photo
Fayyadamummaa karra Galaanaa mirkaneessuuf Itiyoophiyaanoonni walta’iinsaan hojjechuu qabu- Jiraattoota Magaalaa Finfinnee
Finfinnee, Hagayya 12, 2018 (FMC) – Fayyadamummaa karra Galaanaa mirkaneessuuf tattaffii taasifamuun Itiyoophiyanoonni walta’iinsaan hojjechuu qabu jedhan Jiraattoonni Magaalaa Finfinnee. Jiraattonni kunneen Faanaa Dijitaalaa waliin turtii taasisaniin, Karra galaanaa Itoophiyaan sababa siyaasaa …
❤2
18 Aug 2026, 14:51 UTC≈2,000 views1 reactionsread 18 August 2026 Photo
Paatrik Viyeeraan Leenjisaa Garee Biyyaalessa Seeneegaal Ta’uun Muudame
Finfinnee, Hagayya 12, 2018 (FMC) – Leenjisaan lammii Faransaay Paatrik Viyeeraan leenjisaa garee biyyoolessa Seeneegaal ta’uun muudameera. Leenjisaan ganna 50 Paatrik Viyeeraan waliigaltee waggaa afurii kan garee biyyoolessaa Seeneegaal waliin isa tursiisu mallatteessee jira. Viyeeraan Waancaa Afriikaa bara 2027 irratti garee biyyaalessaa kana …
❤1
18 Aug 2026, 13:47 UTC≈2,110 views3 reactionsread 18 August 2026 Photo
Marichi dhaloota dhufuuf Itiyoophiyaa fooyyofte ijaaruuf carraa uuma – hirmaattota marichaa
Finfinnee, Hagayya 12, 2018 (FMC) – Yaa’iin marii biyyoolessaa wal-dhabdee mariidhaan furuun, Itiyoophiyaa fooyya’iinsa qabdu ijaaranii dhalootaaf dabarsuuf carraa guddaa uuma jedhan hirmaattonni marichaa. Hirmaattonni akka jedhanitti, mariin kun adeemsa hirmaattota 10 irraa kaasee hanga kuna 4tti , mari’attoonni kutaalee haw…
❤2👍1
18 Aug 2026, 13:23 UTC≈2,250 views8 reactionsread 18 August 2026 Photo
Misooma paappayyaa kilaasteraan; Bulchiinsa Magaalaa Adaamaa aanaa Awaash Malkaa Sa'aa kutaa Magaalaa Bokkuu Shananiitti, Suuraan:
👍7❤1
18 Aug 2026, 12:45 UTC≈2,380 viewsread 18 August 2026 Photo
Imala Itiyoophiyaa Diijitaalaa: Ijaarsa Dandeettii Irraa Gara Birmaddummaa Biyyaatti
Finfinnee, Hagayya 12, 2018 (FMC) – Guddinni teknoolojii barichaa ariifataafi addaan hin cinne, bifa dorgommii dinagdee, hawaasummaafi hojii addunyaa haala olaanaan jijjiiraa jira. Yaani odeffannoo fi faayinaansii sekoondii muraasa keessatti ardiiwwan qaxxaamuruun, hojiiwwan fagoodhaa geggeessuuf naannoo haaraa uumeera. Kunis dirre…
Showing the 12 most recent of 175 posts we hold for @afanoromofana. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.