6 Apr 2026, 05:55 UTC60 views2 reactionsread 8 August 2026 Forwarded from @JECHOOTA_KAKAUMSAA1
Sooressa taʼuu yoo barbaadde,
dursa sammuudhaan dureessa of taʼi.
Sooressa taʼuu jechuun qabeenya malee kan ilaallamu miti. Qabeenya dhugaa keessaa inni guddaan sammuu dandeettii fi ilaalcha cimaa qabu dha. Namni sammuu isaa guddifate, of amane, yeroo fi carraa isaaf kenname ittiin fayyadamuudhaan yeroo hunda qabeenya horachuu dandaʼa.
Ilaalcha sirrii horadhu: Milkaaʼina jalqaba sammuu keetii keessatti ijaari. Namn…
🥰2
Signed umer abu
3 Apr 2026, 18:14 UTC79 views1 reactionsread 8 August 2026 https://youtube.com/shorts/ya_ZCQ8238k?si=zqWCiF3lsOJKLaRC
🥰1
Signed umer abu
1 Apr 2026, 10:50 UTC79 views1 reactionsread 8 August 2026 Copha Yaadaa:
Barumsa tokko tokko karaa ulfaataa ta'een baradhe.
Jaalalli ati bilisaan kennitu yeroo hunda akka filannoo lammaffaatti ilaalama. Waan carraaqqii malee dhufu kamiyyuu xiqqeessuun uumama namaati. Jaalalli mataan isaa gonkumaa hin miidhu, namoota jaalala hin beeknedha. Akkasumas nama jalqaba irratti si filachuuf fedhii hin qabne sirreessuuf yaaluun of cabsuudha!
Nama si qabaachuu isaatiin boonu, si dhabu…
🥰1
Signed umer abu
31 Mar 2026, 08:50 UTC74 views1 reactionsread 8 August 2026 Mee gorsa armaan gadi kana hojirra oolchi:- sifayyadaa
1. Guyyoota keessa jiraattu hunda irratti hojjedhu malee guyyaan sirratti hin hojjetiin. Sababnisaa, yoos kaayyoo kee jiraatta.
2. Humna jijjiiramaa si keessa jiru baasii itti fayyadami. Sababnisaa, humni jijjiiramaa si keessa jiru si jijjiiruuf gahaadh waan ta'eef.
3. Karoora kee raawwachaa deemi malee akkasumaan guyyoota kee hin balleessiin.
4. Waan barbaaddu h…
🥰1
Signed umer abu
30 Mar 2026, 14:52 UTC75 viewsread 8 August 2026 https://youtu.be/oKUDXI3vcr8?si=GHfpOBgmpWdMYEsm
Signed umer abu
28 Mar 2026, 22:37 UTC84 views5 reactionsread 8 August 2026 Galaanni gadi fageenya qabu dhagaa xiqqaadhaan hin jeeqamu. Namni dambalii gubbaa qofa ilaalu ni shororka'a, inni jabaatee lafa qabate garuu humni alaa kamiyyuu akka itti hin taphanne beeka. Waan salphaan kan maraachu danda'u nama keessi isaa duwwaa ta'eedha.
Warra akka jirtutti si fudhatanii abjuu kee deeggaran ofitti marsi. Uffata dhuunfaa kee calaqqisiisu filadhu, nyaata gammachuu fidu, jaalala haal-duree ykn daa…
❤3👍2
Signed umer abu
27 Mar 2026, 03:16 UTC73 views2 reactionsread 8 August 2026 Photo
MILKAA'UUF CARRAAQI!
■ Nɑmni kɑmiyyuu Jireenyɑ milkɑɑ'ɑɑ, kɑrɑɑ milkɑɑ'ɑɑ fi Gɑbɑɑ milkɑɑ'ɑɑ Keessɑ jirɑɑchuu ɑkkɑ bɑrbɑɑdu wɑɑn irrɑtti mɑri'ɑtɑmu miti.
Milkɑɑ'inɑɑf sɑbɑbni: Hɑɑlɑ jireenyɑ mɑɑtii keetii, hɑɑlɑ biyyɑ keetii fi iddoo jireenyɑ keetii utuu hin tɑ'in,
❏️ Kɑroorɑ,
❏️ Sɑgɑntɑɑ,
❏️ yɑɑdɑɑ fi
❏️ Ilɑɑlchɑ mɑtɑɑ keetiif qɑbdu irrɑtti hundɑɑ'ɑ.
🔑 Furtuun Milkɑɑ'inɑɑ Dɑndeettii fi Humnɑ qɑbduun hɑɑlɑ…
🥰2
Signed umer abu
24 Mar 2026, 17:49 UTC76 views3 reactionsread 8 August 2026 Yeroo baay’ee, wanti eenyummaa ykn ofii keenya jennu jechaan ibsamuu hin danda’u. Kanaafidha eenyu akka ta’e ykn maal akka ta’e yommuu of gaafannu deebii sirrii hin argannu.
Garuu amala keenya addunyaa abjuu amma keessa jirru kana keessa ture hunda yeroo ajjeesnu sadarkaa eenyummaa keenya isa dhugaa irratti dammaqnee ofii keenya dhugoomsuu irra geenya. Nama haaraa taana, sababni isaas abjuu keenya keessatti yeroo duu…
🥰3
Signed umer abu
23 Mar 2026, 07:38 UTC49 views5 reactionsread 8 August 2026 🧠MAAL KAROORSITEETTA LAATA?
👉 Maal karoorsiteetta yoo jedhu karoora kee keessa seenuuf osoo hin taane mee xiqqoo waan galaa siif ta'aa siif hima jedheeti. Maal seetan wayta hedduu jiini shawwaal ji'a singiloonni itti lama tahaniidha! Kanaaf, asumnarraa dhaabadhee waa siif dhaamuu barbaadeetii dhaamsa koo fudhu!
✅ Tokkoffaa daangaa rabbii keetii eeggadhu! Osoo waan fedhellee taatee.
✅ Lammaffaa niyyaa kee qulqullee…
❤2🥰2👍1
Signed umer abu
23 Mar 2026, 07:38 UTC39 views2 reactionsread 8 August 2026 Photo
Photo, posted without a caption
🥰2
Signed umer abu
21 Mar 2026, 00:33 UTC138 views3 reactionsread 8 August 2026 DHIIRA BOOSSU HIN TA’IIN
DHIIRA BOOSSU HIN TA’IIN: ONNEE SIBILAA FI MILKA’INA GOOTAA
Dhiirummaan killa qullaa miti; madaa keessoo qabatanii, imimmaan dhangalaasuu dhiisanii, mul’ata ofii fageeffatanii ilaaluu dha. Oromoon yoo mammaaku, "Dhiirri manatti dhalatee, alaatti du'a," jedha. dhiirri gootni mana ta’ee rakkinaaf hin booyu, ala ba'ee qotee bocee,olbahee gadbu'ee jireenya iisaaf,kaayyoo iisaaf qabsaaye of jijjii…
❤2👍1
Signed umer abu
21 Mar 2026, 00:33 UTC106 viewsread 8 August 2026 Photo
Photo, posted without a caption
Signed umer abu
Showing the 12 most recent of 16 posts we hold for @Inspire_Orom. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.