3 May 2026, 09:29 UTC≈2,030 views19 reactionsread 2 September 2026 Nan Qophaa'a; Guyyaa Tokko Carraan Koo Ni Dhufa 🌟
1. Qophaa'uun Bu'ura Milkaa'inaati 🏗️
Qophaa'uun jechuun hojii kamiyyuu dura of qopheessuu, beekumsa barbaachisu argachuu, fi karoora ifaa qabaachuu jechuudha. Namni of qopheesse yeroo carraan isa mudatu, fayyadamuu danda'a. Kanaafuu, yeroo ammaatti of qopheessuun gara fuulduraatti milkaa'inaaf bu'ura jabaa dha. Qophaa'uun yeroo dheeraa fudhachuu danda'a, garuu bu'aa…
❤18👏1
3 May 2026, 08:32 UTC≈1,470 views1 reactionsread 2 September 2026 Kallattii Milkaa'ina Jireenyaa fi Bilchina Sammuu
1. Sammuu Ofii Leenjisuu
Wanti ati yeroo hunda ofitti himtu suuta suuta amantii kee ta'aa deema. Sammuun keenya waan itti deddeebisnee itti himnu akka dhugaatti fudhata. Kanaaf, "Ani nan danda'a, ani nama akkasiti" jettee yeroo ofitti himtu, sammuun kee karaa kanaan akka socho'u leenjifama. Kun immoo amanamummaa ofitti qabdu siif ijaara.
2. Ammumarraa Of Qopheessuu
W…
❤1
3 May 2026, 08:24 UTC987 views4 reactionsread 2 September 2026 Bu’uura Milkaa’inaa fi Ijaarsa Gammachuu Dhugaa
1. Hiika fi Gatii Obsa
Obsi jechuun yeroo rakkoo, kufaatii fi dadhabina keessatti sodaa fi abdii kutannaa malee, qalbii tasgabbeessaa fi abdii guutuun dhaabbachuu jechuudha. Inni humna keessaa namaa mul’isuudha; humna hin mul’anne garuu jireenya keessatti gahee olaanaa qabu. Obsi akka bu’uura mana ijaarramuuti yoo bu’uuri hin jabaatin, manni sun ni kufa. Akkasuma milk…
❤3👌1
3 May 2026, 08:15 UTC≈1,120 views2 reactionsread 2 September 2026 Milkaa’uu Barbaadda Taanaan Qabxiilee Armaan Gadii Dubbisi
Milkaa’uun hawwii namoota hedduu ti. Garuu, milkaa’inni carraa qofaan hin dhufu; hojii cimaa, murannoo, fi of-qopheessuu barbaada. Namni milkaa’uu barbaadu jalqaba of sirnaan beeku qaba, kaayyoo isaa ifatti kaa’uu qaba, akkasumas tarkaanfii itti fufinsaan fudhachuu qaba. Qabxiileen armaan gadii karaa milkaa’inaatti si qajeelchan.
Saayintistoonni fi yaad-doo…
❤2
1 Apr 2026, 14:54 UTC≈2,040 views24 reactionsread 2 September 2026 "Yeroon Gaddaa kamuu ni darba, akkasumas yeroon gammachuu kamillees ni darba."
▬▬▬▬▬▬▬▬▬
Namicha hiyyeessa tokkotu ture. Hiyyeessa ta’uu bira darbee waan lafa isaa ittiin qotatu hin qabu. Kanaaf carraan namicha kanaa sangaa nama biraa waliin qamadatee qotuu, homaa waan hin qabneef ofuma isaa bakka sangaa tokkoo seenee sangaa isa kaaniin waliin qotachuu qofa ture.
• Gochaa kanas utuu raawwachaa jiruu namni wayii isa …
❤19👍4💯1
8 Oct 2025, 20:09 UTC≈6,770 views61 reactionsread 2 September 2026 Milkaa'ina Jechuun 🎊
▬▬▬▬▬▬▬▬
1. Milkaa'inni DHIMMAA CARRAA MITI. Namoonni milkaa’an carraa qofa miti; tarkaanfii fudhachuu fi duubatti deebi’iinsa keessa darbee cichuudhaan carraa ofii isaanii tolfatu.
2. MILKAA'INNI IMALA MALEE GALMEE MITI. Milkaa'inaaf foormulaan nama hundaaf ta'u hin jiru. Wanti nama tokkoof hojjetu nama biraatiif hojjechuu dhiisuu danda’a. Wanti guddaan daandii milkaa’ina mataa keetii barbaaduu…
❤48👍13
5 Feb 2025, 18:31 UTC≈9,640 views105 reactionsread 2 September 2026 #GAARII_HOJJEDHU_GAARII_TA'I!
Yaadni keessan anaaf utubaadha! Baay'een isin galateeffachuu barbaada. Waliin deemsi keenya ammayyuu itti fufa! Wal barsiisaa wal irraa baranna! Dubbisaa! Dubbisuun hanga du'aattidha.
Aristootil dubbii umurii dheeraa lakkoofsise tokko qaba: Gaarii hojjedhuu gaarii ta'i! Jireenya keenya keessatti yeroo hundumaa waan gaarii hojjechuu haa amaleeffannu. Hojiin gaariin gaafa irra deddeebi'e…
👍70❤31🥰4
13 Jan 2025, 07:15 UTC≈7,760 views67 reactionsread 2 September 2026 🔹Namni Sammuun Gabroome Of
Waliin Wal Loleetu, Orma.
Jaarsummaa Lakkaaawwata.
🔹Namni Sammuun Gabroome Nadhii Dammaa Gateetu, Gagaa
Nyaachuuf Olkaawwata.
🔹Namni Sammuun Gabroome Mataa Ofii Hojiin Ala Godhee, Kan Nama Biraan Ergifatee Yaaduu barbaada.
🔹Namni Sammuun Gabroome, harka hojii irra Harka Kadhaaf Beekamtii Kenna.
🔹Namni Sammuun Gabroome, Waanuma isaan jedhan Of Se'a. Yoo Horii jedhaniin…
👍48❤14👏5
13 Dec 2024, 23:32 UTC≈7,430 views20 reactionsread 2 September 2026 Hundi keenya uumamaan Sammuu waa kaayyeessuu danda’u qabannee dhalanna. Yoo sammuu keetti waa kaayyeffatte bakka yaade gahuuf halkaniif guyyaa carraqxa.
Kaayyoon sammuu kee kessatti jiru humna siif ta’a; bu’aa ba’ii jireenya keessatti gufuun yoo si muuddata akka laayyooti akka hin kufne ; yoo kuftes kuftee akka hin hafne; miixxattee akka kaatu;akka abdii hin kutanne humna sitti hora.
Namootni milka’an kan namootni …
👍15❤5
13 Dec 2024, 23:02 UTC≈5,540 views29 reactionsread 2 September 2026 Seerota Milkaa'ina Jireenyaa
Barruu kana wayita dubbistu, yaada kee gara kaayyoo jireenya keetti sassaabbadhu! Qalbiidhaan dubbisi!
Seera 1ffaa: Wanti hundinuu Waqtiidha. Lafa irratti wanti hundi yeroodhaaf akka ta’e, wanti hundinuu immoo waqtii akka ta’e hubadhu. Yeroon olka’aan ni jira, yeroon gadi aanaanis ni jira. Yeroon gaariin ni jira, yeroon hamaanis ni jira. Yeroo ammaa kana yeroo hamaa keessa jirta taanaan…
👍17❤12
7 Nov 2024, 04:51 UTC≈6,200 views30 reactionsread 2 September 2026 ❍ Siif milkaa’inni maali? Yeroo qabdu keessatti maal milkeessitee darbuu barbaadda?
❍ Sammuun kee waa’ee wanta ati milkeessuu barbadduu maal sitti hima? Ni dandeessa moo hin dandeessu siin jedha? Maatiin kee, olloonni kee, istaafii fi hiriyoonni kee maal siin jedhan? Abbootiin amantaa kee maal siin jedhan?
❍ Milkaa'ina yookiin abjuu keenya nuuf dhugoomsuu danda'aa?
⩩ Milkaa’uun kan eegalu sammuu keessatti! Ilaalch…
👍19❤8🎉2🤩1
5 Nov 2024, 22:10 UTC≈6,060 views19 reactionsread 2 September 2026 Gorsa Gabaabaa. * * Galma yoo geessu kaumsakee beeki. …
👍15❤4
Showing the 12 most recent of 20 posts we hold for @FAANA_MILKAAINA. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.