23 Aug 2025, 19:11 UTC≈3,820 views35 reactionsread 24 August 2026 #Dhiiguufi Durbummaa
***
Gaaffiilee yeroo baay'ee keessaan gaafataman irraa haa eegallu:-
1. Durbummaan maali?
2. Yeroo shamarri tokko jalqaba wal quunnamtii saalaa gootu dhiiguun dirqamaa?
3. Yoo dhiigni hin jiraanne durbummaa hin qabdu jechuudhaa?
4. Durbummaan wal quunnamtii saalaa osoo hin raawwatiin baduu danda'aa?
•#Durbummaan maali?
Karaalee garagaraa waan hiikni itti kennamuuf, hiikni kallattii durbumma…
👍25👏6🥰4
23 Aug 2025, 19:10 UTC≈3,100 viewsread 24 August 2026 Photo
Photo, posted without a caption
1 Jun 2025, 20:12 UTC≈4,630 views16 reactionsread 24 August 2026 HIR'INA DHIIGAA (ANEMIA)
Hir'ina dhiigaa jechuun yoo dhiigni diimaan
qaama keenya keessatti argamu haga
barbaachisuu irraa gadi bu'u jechuudha.
MALLATTOO ISAA
1. Dadhabbii, afuurri cituu, harkii fi miilli
dilallaa'uu
2. Mataa dhukkubbii lafti namaan maruu,
waa yaadachuu dadhabuu.
3. Dha'annaan onnee oduma taa'anii akka
nama fiiguu namatti dhaa'amuu
4. Gurra keessaa namatti iyyuu, dhamdhamni
nyaata namatti jijjiiramuu…
👍16
1 Jun 2025, 20:12 UTC≈3,370 viewsread 24 August 2026 Photo
Photo, posted without a caption
20 May 2025, 17:49 UTC≈4,230 views22 reactionsread 24 August 2026 Qaamni saalaa dhiiraa gosoota garagaraatu jira. Qaamni saalaa dhiiraa tokko kan biraatiin waan hundaan wal hin fakkaatu. Hundi isaanii "quality" mataa isaanii qabu. Gosoota qaama saalaa dhiiraa keessaa muraasni :-
1. Qaama saalaa osoo hin ka'in xiqqoo ta'ee gaafa ka'u garuu baay'ee guddaa ta'u (Growers)
2. Qaama saalaa osoo hin ka'in guddaa ta'e, gaafa ka'us jabeenya malee guddinni isaa baay'ee hin jijjiirame (Shower…
👍21👏1
27 Dec 2024, 13:24 UTC≈8,080 views52 reactionsread 24 August 2026 Dhibee Walqunnamtii Saalaa Dafanii Xumuruu (Premature Ejaculation)
•••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••
Namoonni HAADHA MANAA isaanii waliin walqunnamtii saalaa jalqabuuf utuu jedhanii, utuu qunnaamtii hin godhiin jalaa qaamni kormaa
dhangala'u ykn eegalanii daqiiqaa 1 gaditti xumuran rakkoo kana qabu jedhamee yaadama. Waanti kun takkaa yoo nama qabate waan nama hin gadhiifne yokaan nama waliin hafu miti. Wa…
👍43👏5🤔4
27 Dec 2024, 13:16 UTC≈5,380 views14 reactionsread 24 August 2026 Photo
Yeroo tokkotti dhiiraa lama irraa ulfaa'uu (superfecundation)
***
Dubarri tokko yeroo hanqaaquun gadhiifamtu( Ovulation) yeroo gabaabaa keessaatti dhiira lama wajjiin qunnamtii saalaa yoo goote carraan lamaan isaanitiin ulfaa'uu ni jira!
Daa'immaan haala kanaan dhalatan lakkuu yoo yoo dhalataniyyuu wal hin fakkaatan kunis abbaa isaanii fakkaachuu danda'u jechuudha!
Biyyaa keenya keessaattis yeroo da'ima lakkuun dhal…
👍14
25 Dec 2024, 05:26 UTC≈4,740 views12 reactionsread 24 August 2026 Vitamin D hojiiwwan fayyaa barbaachisoo qaama keessatti hojjetaman hedduudhaaf barbaachisaa dha. Sababoota ijoo vitaamin D barbaachisaa ta’eef muraasni kunooti:
1. Fayyaa lafee: Vitamin D xuuxamuu kaalsiyeemii garaacha keessatti gahee murteessaa kan qabu yoo ta’u, kunis lafee fi ilkaan fayyaa ta’e eeguuf baay’ee barbaachisaadha. Daa'imman irratti rickets fi ga'eessota irratti osteomalacia fi osteoporosis ittisuuf ga…
👍12
24 Dec 2024, 20:31 UTC≈4,220 views0 reactionsread 24 August 2026 Photo
Mallattoowwan armaan gadii qabaannaan Hir’ina Vaayitamin D tahuu mala waan taheef qorannoo isaa gochuun yaalamaa
1. Dhukkubbii Lafee
2. Dhukkubbii maashaa
3. Dadhabbiin Yeroo baay’ee namatti dhaga’amuu
4. Miirri namaa jeeqamuu(mukuu/Dibbirtii)
5. Dhukkubbii Buusaa lafee
22 Dec 2024, 19:08 UTC≈3,300 views4 reactionsread 24 August 2026 Video
HIRKOO_MARSAA_2_FFAA_-_KUTAA__21_FFAA(480p).mp4
HIR-KOO ... Kutaa 3
✨ Gadhiifamera ✨
📲sнαяє📲ѕнαяє📲 sнαяє
👇👇👇👇 👇 👇👇👇👇
▷ @hirkodirama ◁
▷ @hirkodirama◁
🔺🔺🔺Join us 🔺🔺
#Diramaa_Hirkoo
#hirkoo
👍4
16 Dec 2024, 14:33 UTC≈5,410 views27 reactionsread 24 August 2026 Photo
Fedhii wal-qunnamtii saalaa dhiiraa maaltu hir'isa?
1.Dhiphina /stress
2.Sochii qaamaa gochuu dhiisuu ykn sochii qaamaa garmalee humnaa oli gochuu
3.Ulfaatina qaamaa garmalee
4.hirriba dhabuu
5.Ofitti amanamummaa dhabuu
6.Alkoolii baay’inaan dhuguu
7.Dhibee akka sukkaaraa fi dhiibbaa dhiigaa
8.Qorichoota tokko tokko kanneen dhiibbaa dhiigaaf kennaman fi mukuu namaaf kennaman (side effect)
9.Hir'achuu hormoonii teste…
👍27
6 Dec 2024, 05:26 UTC≈6,860 views26 reactionsread 24 August 2026 Maaltu Bareedina fuulaa balleessa?
1. Ifa Aduu- Carallaan Ifa aduurraa dhufu ykn UV ray kallattiin yeroo baayyeef fuula keenya yoo argate gogaan qaama fi fuula keenya akka shushuntuuruuf dafee dulloomu godha. Keessattuu Aduun akka biyya keessaa sahaa 4:00-10:00 jiru aduu hamaadha. Kanaaf Ifa Aduu keessa hojii hedduminaan nu tursu qabaanne wantoota Ifa Aduu direct kanneen gogaa keenyarraa dhorkan uffata harkaa dheera…
👍26
Showing the 12 most recent of 20 posts we hold for @heran_official. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.