30 Nov 2025, 09:49 UTC≈3,370 views42 reactionsread 24 August 2026 #ASOOSAMA_GABAABAA
#MIIRA_MIIDHAME
#Kutaa_3ffaa
Barr. Jaali Abata
Ayii anaa maal irraa akkan eegalu wal laaleen peennaa koo qabadheen Afaan kiyya ittiin rurukutaan qooxii manaa ilaaleen yaadaan dhidhime...... Achii asis deebi'een imaltuu yaadaa jedheen mata duree godhadhee katabuu itti fufe....
Imalli yaada koo tokko jedhee eegalee..... Maal jedhee akkan ee…
❤26👍11🥰5
30 Nov 2025, 09:49 UTC≈2,680 viewsread 24 August 2026 Photo
Photo, posted without a caption
29 Nov 2025, 04:54 UTC≈2,720 views10 reactionsread 24 August 2026 #ASOOSAMA_GABAABAA
#MIIRA_MIIDHAME
#Kutaa_2ffaa
Barr. Jaali Abata
Guyyaa miti kan abaarame;- ana kan abaarame jedheen yaada koo keessa deebi'a. Uffffffff Jedheen imala yaada koo keessa bahee turetti deebi'ee dhidhime...
Jechoonni gara sammuu kootti toora galanii akka ya'aa bishaani natti lola'aanis Ani garuu baase waraqaa irratti katabuuf ammayyu tole hin jenne. Sabab…
❤9👍1
29 Nov 2025, 04:54 UTC≈2,310 viewsread 24 August 2026 Photo
Photo, posted without a caption
13 Aug 2025, 17:26 UTC≈4,110 views24 reactionsread 24 August 2026 #ASOOSAMA_GABAABAA
#MIIRA_MIIDHAME
Barr. Jaali Abata
Sagaleen muuziqaa ani dhageeffadhu gurra kooti akka damma minya'uu. Qophummaa koos na dagachiisani miiraa yaadaan na gulufsiisu. Farda yaadaan imaleen guyyoottan dabarsaa turre yaadadha. Tuujjuba yaadadhan dhugameen egeree koo dagadha.
Jireenyaaf abdii kutadheen seen-duubee koo abaara. Sagalee koo ol-kaase iyyuuf afaan koo dubbiin luugameera ..…
❤24
13 Aug 2025, 08:13 UTC≈3,570 views6 reactionsread 24 August 2026 Photo
Coming soon 🥰 react
❤3🥰2👍1
26 Jul 2025, 09:09 UTC≈4,540 views27 reactionsread 24 August 2026 Amaloota Yeroo Durbi Tokko Dhiira Jaallattu Agarsiiftu
------------------
1. Yeroo Haasoftu, Kolfitu, Taphattuu Fi Teessu Ija Hattee Hattee Si Ilaalti Taanaan
2. Si Fuulduratti Dhiiraa Wajjin Taphachuu Fi Hasa'uu Baayyifti Taanaan
3. Yeroo Hiriyoota Ishee Waliin Teessu Waa'ee Kee Hammaa Hamma Haasofti Taanaan
4. Lafa Ati Jirtutti Dhiyoo Taahuu Jaallatti Taanaan.
5. Gaafa Sitti Haasoftu Harkishee Fi Qaamni Ishee Ni Ho…
🥰13❤8👍6
8 Jun 2025, 11:07 UTC≈5,570 views61 reactionsread 24 August 2026 #Ana = akkam bareeddu koo?
#Ishee=Ng
##Ana = hiriyaa dhiira qabdayi?
#Ishee=eeyyeen
#Ana= silaa hiriyaan si godhadha.
#Ishee= ano qaba cidha torbe dhufu geggeffana
#Ana=tolee konkolaata kootinin isin ajjaba
#Ishee= in amanuu konkolaata qabdamo
#Ana= eeyyee konkolaatas manas qaba.
#Ishee=ano qaldiifan siin jedhe malee hiriyaa hin qabum lubbu koo
#Ana=anis qaldiifan jedhe malee konkolaatas manas hin qabu…
🤣26❤18👍11🤪4😁2
8 Jun 2025, 11:07 UTC≈5,140 views13 reactionsread 24 August 2026 #KUTAA CIISICHAA SEENAN!
▰▰▰▰▰▰▰▰▰▰▰▰
▣Abbaa manaa fi haadha manaatu yaada tokkorratti wal lolu. Ergasii utuu dhiifama waliif hin godhiin kutaa ciisichaa seenu. Lamaan isaaniyyuu eenyu dursee akka dhiifama gaafatu wal eegan.
▣ Borumtaa abbaan manaa lafa hojiitti Wal gahii qaba ture. duraan haadha manaatu 'yeroon sitti gahee ka'i' jedhee hirriiibaa dammaksa. Amma garuu Wal mufatan.
▣Kanaaf abbaan manaa 'boru Wal gah…
❤8👍5
2 Apr 2025, 15:47 UTC≈6,370 views9 reactionsread 24 August 2026 Qajeelfama jireenya mataa kee qabaadhu! Ta'uu baannan... Namoota sitti fayyadamaniif garba taatee hafta!
❤9
25 Mar 2025, 15:52 UTC≈6,700 views26 reactionsread 24 August 2026 Isheenis itti seeqatte. Biyya isaa gaafatte. Innis biyyaa isaafi waan keessa jirus itti hime. Biyya Chaaynaatti barachaa akka tureefi ari’amuun biyyatti galuu, erga biyya gales daandiirra jiraachaa kan jiru ta’uu gurra buuse.
Intalattiin garmalee gaddite. Fuutee manattiin galte. Osoo akkasiin jiranuu jaalala eegalan. Rakkoo heddus waliin siphatan.
Osoo kun kanaan jiruu ijoollee naannoo isaa jiran, barattoota kutaa …
👍15❤11
25 Mar 2025, 15:52 UTC≈5,520 views9 reactionsread 24 August 2026 #Physics Barachuun Amma ture maal godhu🫣❤️
Dargaggeesi yeroo sadi yuunivarsiitiirraa ari’amee daandiirra jiraachaa ture, seenaa hojjate.
Daani’eel Shaambal jedhama. Magaalaa Dirre Dhawaa, Ganda Qoreetti dhalate.
Yeroo barnoota sad.1ffaa barachaa turetti barataa dhibaa’aa, qabxii gadi aanaa galmeessu (poor performance) ture.
Akka carraa ta’ee yeroo ‘ministirii’ fudhatan mucaa cimaa tokko bira taa’ee qabxii 96 fide.…
👍7❤2
Showing the 12 most recent of 20 posts we hold for @Jechoota_jalalaa. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.