16 Aug 2026, 13:26 UTC≈2,330 views86 reactionsread 19 August 2026 Photo
🐴 Harree Awwaalamte 🦄
▬▬▬▬▬▬▬▬▬
Seenaa Gabaabduu kana irraa Waan baay'ee barattu!
📝 Guyyaa tokko qotee bulaa tokko jalaa Harreen waggaa hedduu isa tajaajile tokko boolla gad fagoo keessa jalaa bu'e!
🐴 Harreen kunis boollicha keessaa bahuuf wixxifatullee boollichi gadi fagaachuu isaa irraa kan ka'e ba'uu akka hin dandeenye yommuu isaaf galu achuma keessa taa'ee sagalee isaa ol kaasee halaakuu eegale!
🐴 Qotee bulaa…
❤61🥰15🙏5😘3🎉2
14 Aug 2026, 15:34 UTC≈3,300 views86 reactionsread 19 August 2026 Photo
🗣️ Nama Hundumaaf Yeroo, Humna, Jaalalaa fi Amanamummaa Kee Kennuurraa of Qusadhu!
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
💡 Suurichi ergaa jireenyaa, hariiroo fi of-eeggannoo baay’ee cimaa qaba. Wanti inni guddaan jedhu:
“Not everyone deserves what you give.” — Nama hundumaaf yeroo, humna, jaalalaa fi amanamummaa kee kennuun sirrii miti.
🏺 1. Okolee cabaa — “WRONG PERSON”
Okoleen guddaan caccabee, bishaan keessaa yaa’aa jira. Kun nama yooki…
❤59👍18🥰6🙏2🎉1
12 Aug 2026, 17:13 UTC≈4,530 views73 reactionsread 19 August 2026 📝Faayidaalee Callisuu ✅
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
✍️Yeroo tokko tokko calluma jechuun ogummaa guddaa akka qabaataniif nama gargaara! Sababiilee armaan gadii kanneenif callisuu qabda!
1. Callisi! ➡️Aarii ho'aa keessatti!
2. Callisi! ➡️Yoo ragaa hunda hin qabaanne ta'e!
3. Callisi! ➡️Yoo seenaa sana hin mirkaneessine.
4. Callisi! ➡️ Yoo jechi kee nama dadhabaa ta'e mufachiise.
5. Callisi! ➡️Yommuu yeroon yeroo dhaggeeffachuu ta'e.…
❤56🥰10😍4😘3
5 Aug 2026, 17:44 UTC≈7,950 views85 reactionsread 19 August 2026 📝 Jireenya kee keessatti jijjiirama fiduun si rakkise taanaan, "Kiyyoo Yaadaa" (Mindset Traps) Armaan Gadii Sadan(3) Kanneen of keessa barbaadi! ❌🔥
▬▬▬▬▬▬▬▬▬
✍️ Hedduun keenya jijjiiramuu, hojjechuu fi milkaa'uu ni barbaanna. Garuu yeroo hojii irra oolchinu, bu'aan keenya akka barbaadnu hin ta'u. Qorannooleen saayikoloojii akka agarsiisanitti, rakkoon guddaan hojii keenya utuu hin taane, karaa yaadnu keessatti "kiyyo…
❤71👍11🥰2😍1
4 Aug 2026, 17:05 UTC≈7,060 views93 reactionsread 19 August 2026 📝 Sadarkaalee 25 (Digdamii Shan) Namummaa (Personality) Gaarii Gabbifachuuf Fayyadan
▬▬▬▬▬▬▬▬▬
⚪️1ffaa: Itti gaafatamummaa fudhachuu!
⚪️2ffaa: Namoota biroof dursa kennuu!
⚪️3ffaa: Atis namootni biroonis akka injifatan hawwi!
⚪️4ffaa: Jechoota dubbattu of eeggannoon filadhu!
⚪️5ffaa: Namoota hin ceepha'in, hin mormin!
✅6ffaa: Kolfi; nama gaarii ta'i!
✅7ffaa: Amala namoota gara gaaritti hiikkadhu!
✅8ffaa: Namoota sir…
❤70👍8🥰8😘3🎉2🙏2
31 Jul 2026, 15:34 UTC≈8,310 views100 reactionsread 19 August 2026 Gorsa xinnoo kana
HUBADHU!
▬▬▬▬▬▬▬▬▬
🔴 Bagan kufes; bagan ka'es, kan Albeenis danqaraanis natti fiigu argeera jette dullattiin Sa'aa.
✅ Mudannoon rakkinaa yeroo tokko tokko eenyummaa hiriyoota kee dhugaa hedduu si barsiisa.
➡️"Nama hundumaaf gaarummaa yaadi,
garuu hiriyaa filadhu!” jedhu Giriikonni.
✉️ Gorsa Xinnoo kana Qalbifadhu!
❌ Namaaf jettee yeroo kee hin gubin!
❌ Jaallatamuufis ta'ee jaalachuufis jettee h…
❤73👍19🥰4😍3🙏1
29 Jul 2026, 16:41 UTC≈7,210 views100 reactionsread 19 August 2026 Photo
Irraa Baradhaa!👆
▬▬▬▬▬▬▬▬▬
🔴Guyyaa tokko Jeedalaa fi waraabessi utuu waliin deemaa jiranii dirree irratti sangaa guddaa du'e tokko argan.
Waraabessichi akkuma amala isaa kajeellaa garmaleetiin, hunduma isaa anuma qofatu nyaata jechuun sassataan isa qabe. Jeedalli garuu dhimmicha ogummaa fi obsaan ilaaluu feete.
✍️ Waraabessichi jeedalittiidhaan, Sangaan kun kan koo qofa! Ati xiqqoodha, Nyaachuu hin dandeessu! jedhe…
❤66👍20😍7🥰6🙏1
28 Jul 2026, 16:11 UTC≈7,110 views103 reactionsread 19 August 2026 Photo
Simbirroo fi Qonnaan bulaa tokko
▬▬▬▬▬▬▬▬▬
🔴 Yeroo tokko simbirroon bareedduun, baallee hedduu qabdu tokko bosona keessa jiraachaa turte. Guyyaa tokko qonnaan bulaan tokko sanduuqa guutuu midhaan baatee yeroo darbu isheen isa argite.
✍️ Qonnaan bulaan sun midhaan isaa baallee simbiraan wajjin wal jijjiiruuf gara gabaa deemaa akka jiru yeroo itti himu, simbirtuun sun baay’ee gammaddde.
➡️“Midhaan argachuuf dadhabuu …
❤69👍22😍4🎉3😘3🥰2
27 Jul 2026, 16:33 UTC≈7,410 views113 reactionsread 19 August 2026 Photo
Hin Baqatin!
▬▬▬▬▬▬▬▬▬
✍️ Guyyaa tokko mismaaratu gaaffii tokko madooshaa gaafate. "Ati garaa jabina akkamiitu sirraa mul'ata? Maaliif yeroo hundumaa mataa koo keessa na dhoofta? Anaanis, sanyii koo hundumaas mataa keessa nu dhoofta; garaa laafummaan guyyaa tokkoof maaliif sirraa hin mul'atu?" Jedhe.
🔴Madooshaanis gaaffii kana ajaahibsiifatee takka itti yaadee deebii kenneefii "Maaliif gaaffii gowwaa na gaafatta? At…
❤64🥰26👍16😍5🎉2
21 Jul 2026, 08:05 UTC≈9,650 views126 reactionsread 19 August 2026 Photo
✅ Dubbiilee Gaggaarii Guyyaa Guyyaadhaan ofirratti Dubbachuu Qabdu ✍️
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
1. Ani nama gaarii dha!
2. Ani bareedaadha!
3. Ani nan hojjedha!
4. Ani nan jaaladha!
5. Ani dhiifama godha!
6. Ani nama mul'ata qabudha!
7. Ani nan galateeffadha!
8. Ani nama abjuu qabudha!
9. Ani nan baradha!
10. Ani nan dubbisa!
11. Ani nama gadi jedhudha!
12. Ani obsa nan qaba!
13. Ani ajajamaadha!
14. Ani nama milkaa'aa dha
15. An…
❤96😘9🥰8🎉5😍5👍3
16 Jul 2026, 05:18 UTC≈10,600 views131 reactionsread 19 August 2026 DAAMUU Fi TITIISA
▬▬▬▬▬▬▬▬
🗣️ Daamuu fi Titiisni obbolaadha. Daamuun angafa yoo ta'u, Titiisni immoo quxisuudha. Haa ta'u malee jireenya mataa isaanii jiraachuuf waan baay'ee hojjetu. Lamaan isaanii iyyuu baal'ee qabu; ni balali'u!
💭 Hojii hojjetanii fi jireenya jiraatan irratti hundaa'uun ilaalchi isaan nama biratti qaban gargari!
✅ TITIISA (TISIISA): Titiisni dhaloota isaa irraa kaasee hanga gaafa du'uutti jiruu…
❤100👍22🥰5🎉2😘2
14 Jul 2026, 06:11 UTC≈9,270 views131 reactionsread 19 August 2026 📝Kanniisaa fi Titiisa
▬▬▬▬▬▬▬▬▬
🔴Namni Maaliif Na Hin Jaallatu? 🤔
🖥 Gaaffii kana titiisatu kanniisa gaafate. Akkas jettee gaafatte. "Ani akka kee ilkee hin qabu. Nama hin hiddu, nama hin waraanu. Jireenya koo qofaan jiraadha. Ati immoo ilkee qabda, nama hiddita, garuu akkuma koo ilbiisadha malee bineensa guddaa miti. Namoonni immoo si jaallatu. Anaan immoo of irraa na darbatu. Ani nyaata isaaniirra yoon taa'e irraa …
❤96😍11👍8🙏8😘3🎄2🥰2🌚1
Showing the 12 most recent of 23 posts we hold for @Gaggeessummaa. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.