31 Jul 2026, 11:06 UTC≈1,560 views2 reactionsread 6 September 2026 🙏E-Birr qabduu?
✅Steps
1. *602#
2. 4 (Wegagen Bank)
3. First name= Maqaa keessa
4. Middle name= Maqaa abbaa
5. Last name= maqaa Akaakayyuu
6. 1 or 2
7. 00131064 galchaa
8. PIN mataa keessanii lak. Dijiitii afur galfadhaa
✅Kana raawwachuun screen shot godhaa bilbila keessan wajjin ergaa Kaardii moobayilaa badhaafamaa!
👇👇👇
@ANG2050
❤2
30 Jul 2026, 10:53 UTC≈1,440 views3 reactionsread 6 September 2026 ✅Garuu Maallaqa kamuu akka hin galchine 🙏🙏🙏
🔥3
16 Jun 2026, 15:15 UTC≈2,790 views32 reactionsread 6 September 2026 Forwarded from @Saayikoloojii1
✅Akkaataa Dhiirri Tokko Shamarree Tokko Qalbii Ishee itti hatu (Harka Keessa Galchatu)
➡️Durba tokko akkuma argeen "Sin jaaladhe" jechuu irraa of eeggachuu qaba. Yeroo tokkotti ariifachuun sodaa fi shakkii uuma.
🤝 Lakkofsa bilbila ishee erga fudhateen booda, torban tokkoof ykn isaa ol taa'ee bilbiluufii qaba. Malee inni ammuma bilbila fudhatanii daqiiqaa 5 booda "ani siif du'uuf" jedhan sun nama tasgabbii hin qabne…
❤20👏12
7 Jun 2026, 19:22 UTC≈2,470 views12 reactionsread 6 September 2026 Forwarded from @Saayikoloojii1
✅Jecha namaa obsaan dabarsi
Beela garaa kolfaan dabarsi
Rakkoo jireenyaa taphaan dabarsi
Yeroo fi umurii qabdu hojii fi barnootaan dabarsi
Akka namaan ta'aaf osoo hin taane nama keessaa naman ta'uuf hojjedhu🙏
@Saayikoloojii1
👍9❤3
19 May 2026, 09:39 UTC≈3,270 views12 reactionsread 6 September 2026 Jirtuu?
❤12
30 Dec 2025, 08:52 UTC≈5,280 views14 reactionsread 6 September 2026 Forwarded from @Saayikoloojii1
Yeroo walqunnamtii saalaa dubartiin iyyuu (sagalee baasuu) kan dandeessu sababoota adda addaa irraa kaʼeeti. Kun waan idilee fi uumamaa dha; namni hundi akkasuma miti. Sababoonni ijoo kanaan armaan gadiitti ibsamu:
1. Gammachuu fi fedhii saalaa cimaa
Yeroo fedhiin saalaa dabalu, miirri gammachuu fi kakaʼumsi ni cima. Kun dubartiin akka iyyitu ykn sagalee baastu taasisa.
2. Qaamni miira baasu (response of the body)
Y…
❤13👏1
24 Dec 2025, 09:47 UTC≈4,620 views1 reactionsread 6 September 2026 Photo
Photo, posted without a caption
❤1
24 Dec 2025, 07:26 UTC≈4,190 viewsread 6 September 2026 Photo
Photo, posted without a caption
24 Dec 2025, 07:25 UTC≈4,130 views1 reactionsread 6 September 2026 Photo
Photo, posted without a caption
❤1
23 Dec 2025, 06:39 UTC≈3,970 views15 reactionsread 6 September 2026 ✅Steps
1. *602#
2. 4 (Wegagen Bank)
3. First name= Maqaa keessa
4. Middle name= Maqaa abbaa
5. Last name= maqaa Akaakayyuu
6. 1 or 2
7. 00131064 galchaa
8. PIN mataa keessanii lak. Dijiitii afur galfadhaa
✅Kana raawwachuun screen shot godhaa bilbila keessan wajjin ergaa Kaardii moobayilaa badhaafamaa!
👇👇👇
@ANG2050
👎13❤2
27 Nov 2025, 14:19 UTC≈4,950 views28 reactionsread 6 September 2026 Dubartiin tokko marsaa laguu ishee(peereediin) ishee itti dhufee guyyaa meeqa gidduutti ulfoofti?
***
1. Mala riitimii/kalandariii ji’aa
Tooftaan kun tooftaa bara durii kaasee namoonni hedduun fayyadamaa turanidha.
Malli ulfa karoora malee ittisuu kun kalandarii guyyootaa beekuu irratti xiyyeeffata. Dubartii giddugaleessaan laguu ishee guyyaa 26-32 argitu keessatti guyyaan itti hanqaaquun ovaarii keessaa gadi-lakkifa…
❤22🍓3🔥3
22 Nov 2025, 03:48 UTC≈4,180 views23 reactionsread 6 September 2026 Dhiirota Qofaaf! Turtii walqunnaamtii saal'aa dheeressuu
Walqunnaamtiin saalaa gaa'ela keessatti ga'ee ol'aanaa qaba. Dhiironni turtii walqunnaamtii saalaa akkamiin dheeressuu danda'uu?
1. Afuura dheeraa (deap breath ) fudhachuu. Yoo xixiqqeessanii afuura baafatan gara dafanii sanyii kormaa dhangalaasuutti geessa.
2. Yoo qunnaamtii saalaa godhan yoo miirri olka’ee sanyiin kormaa dhangala’uuf jedhu bakka qaamni saal…
❤20🥰2👏1
Showing the 12 most recent of 18 posts we hold for @Jaalala_dhugaa_irraa. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.