28 Jul 2026, 17:32 UTC≈1,410 views20 reactionsread 15 August 2026 Ati tokkoma kooppiin kee hin jiruu, Nama kamiinuu of hin madaalin.
Namni kamiyyuu daandii, haalaa fi kaayyoo mataa isaa qaba.
Yeroo hunda nama biraa bira of qabuun gammachuu kee hata. Dorgommiin dhugaa mataa kee wajjin
Daandii kaayyoo
imala qabsoo kee wajjin taasisi
Madaala kee kan beeku sima qofa.
Yaadadhu : Kaleessa caalaa har’a fooyya’aa jirta taanaan boruun kee immoo harra irra fooyyeedha
Tarkaanfii Qaba…
❤20
11 Jul 2026, 10:37 UTC≈2,790 views27 reactionsread 15 August 2026 Namni dukkana lafaatti gatee si biraa deeme,waan waraabessi si godhe si gaafachuu mirga hin qabuu beeki.
ila
Gaafa roobni dhaabate xilaan ba'aadha yoo jette jalqabuma qabatee manaa hin bahin,bitteellee qarshii kee hin qisaasinii,jismii rooba dandahu tolfadhu.
Jaaloo
Ka bu'aaf si barbaadu hunda duuka qilee bu'uu dhiisi,kaayyoon imaluu bari,galma kee laalaa ijjadhu,tooftaafi tarsiimoo seensaafi bahiinsaa lafa kaawwad…
❤20👍6🥰1
9 Jul 2026, 08:48 UTC≈2,540 views20 reactionsread 15 August 2026 Oolmaa kee laalladhu,nama si marsee jiraatu adda baasi,hiriyaa barnoota jaalatu,saahiba hujii jaalatu, nama daaangaa namaatiifi daangaa Rabbii tikfatu wajji jiraataa jirta moo,isa ganamaafi galgalallee dhimma nama dhuunfaa hujii taasifatee alanshaa oolu,kan garaa ufii qofa hinjifatuu dadhabe wajji jiraataa jirta? uf sakatta'i.
Eeee.
Yeroo garii namatu na barbaachisa jettee laga meeqa ceetee itti geettee,yeroo kamuu …
❤19👍1
12 Jun 2026, 08:19 UTC≈2,940 views34 reactionsread 15 August 2026 Dhiirota akkasii wajjin jireenya milkaa'inaa hin dabarsitu !
1. Dhiira Xuuxuuf araadaan dhukkaa'ee suusiin rukutamee Laamsha’e
2. Dhiira Salaata dabarsu (hin salaanne)
3 Dhiira Salaata walitti guuree salaatu
4 Dhiira Haadhaf Abbaa isaatti Jallatu
5 Dhiira Dubartitti qoosu
6 Dhiira waa'een islaamummaaf muslimootaa isa hin yaachifne
7 dhiira Dogna waa hiixachuu harki isaa hin beekne
8 Dhiira Bu'…
❤23👍10😭1
11 Jun 2026, 16:55 UTC≈2,420 views15 reactionsread 15 August 2026 “Nyaanni hundi qaama hin ta’u; Qaamni hundis nyaata hin ta’u”
https://t.me/Imaluuf/
❤10👍5
10 Jun 2026, 12:50 UTC≈2,580 views24 reactionsread 15 August 2026 Doktoora Fayyaa erraa gara Maaraataa Daandii erraa tahuu
Namni isin Suuraa erratti Argutan Kun Doktoor muhammad Saalih Al-Abiidii jedhama.
Ogeessa fayyaa doktoora ajaaibaa kan Baqaqsanii yaaluu erratti erra guddaa Umurii isaa fixeedha
Guyyaa Tokko Akkuma Ojii isaa Dhukkubsataa yaaluuf kutaa Operation ykn Baqaqsanii yaaluu seene
Namni Inni harra yaaluuf deemu kun nama isatti jabaa waan taheef ofeeggannoodhaan oj…
❤23😁1
10 Jun 2026, 12:50 UTC≈1,780 viewsread 15 August 2026 Photo
Ajaaiba
👇
8 Jun 2026, 16:20 UTC≈2,310 views7 reactionsread 15 August 2026 Photo
Gubbaa baatee mullachuun kee jagna ( goota) tahuu kee hin mirkaneessu, yeroo haalli miijofteef Harreenis gaara kortee mullachuu dandeessi
https://t.me/Imaluuf/
😁5👍2
8 Jun 2026, 12:09 UTC≈2,520 views5 reactionsread 15 August 2026 𝐎𝐟 𝐒𝐨𝐛𝐧aam...!👌
1. Karoorsanii dilii hujuu irra, nyaata summaawe Nyaachuu wayya.
2. Baratanii Itti hojjachuu dhabuu irra, wallaalumma ofiitiin gaarii dalagutu caala.
3. Sadaqaa namaaf kennanii dhaadachuu irra, Miskiinummaa wayya.
4. Maallaqni gammachuu siif hin bitu, garuu gammachuu sijalaa hata. Namni gurguddaa fi kabajamaan hedduu maallaqa dhabuu isaatiin xiqqeeffameera.
5. Osoo Rabbiin kafana kabajaa isatti u…
❤5
8 Jun 2026, 11:44 UTC≈2,130 views6 reactionsread 15 August 2026 Bifa sooqiddaatiifi sukkaaraa addaan baasuun,bifa kookaatiifi peepsii adda foohuun itti fufa,umrii nama dheeressinaan,raajii guddaa argita.
Eeeee.
Ardiifi samii takka jalatti wajji uumamnee,aduufi urjiin qixa nutti bahaa,akki itti yaadnuufi akki itti jiraannu wal-adda tahuun isaa qorannoo guddaa barbaachisa.
Maraafuu
Waa barachuu,waa qorachuu,waa hubachuu,waan beekanitti hojjachuufi kallattii sirrii hordofuuf yaal…
❤5👍1
24 May 2026, 14:14 UTC≈2,780 views18 reactionsread 15 August 2026 "wallaalli Afaan male,Gurra hin qabu"Muhammad Alii(Burhaan Addis)
Biyyoonni gurguddoon kaleessaa,kan har'aa fi boris qaroominaan humnaa fi diinagdeen maqaa kaafnu beektota,Ogummaa (xibeb) barbaacha of kennaniin ala miti.
Giriik fi pershiyaan,portugali fi turk,Ingliz fi Amerikaan, beektota gurguddoon durfamaniiti,kan Addunyaarraa yeroosaaniitti biyyoota maqaaanuu isaan hin beekne humnaa,diinagdee fi siyaasaan,dhoksa…
❤17👍1
24 May 2026, 14:14 UTC≈2,250 viewsread 15 August 2026 Photo
Photo, posted without a caption
Showing the 12 most recent of 20 posts we hold for @Imaluuf. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.