29 Jul 2026, 04:02 UTC480 views1 reactionsread 18 August 2026 ❗️❗️❗️❗️❗️❗️
Seenaa dubartii waggaa 5tti daa'ima Kiilogiraama 2.7 ulfaatu deessee...
•••
Lina Medina (Liinaa Madiinaa) seenaa yaalii fayyaa addunyaa keessatti haadha umurii xiqqoon mucaa dhalte ta'uun beekamti. Isheen Muddee 23, bara 1933 biyya Peru, ganda Tikrapo jedhamtu keessatti dhalatte. Onkololeessa 14, bara 1939 yeroo mucaa dhiiraa dhaltetti umriin ishee waggaa 5, ji'a 7, fi guyyaa 21 qofa ture. Jalqaba irra…
❤1
Signed Tashale Tola $
29 Jul 2026, 04:02 UTC441 viewsread 18 August 2026 Photo
Photo, posted without a caption
Signed Tashale Tola $
21 May 2026, 04:26 UTC≈1,220 views1 reactionsread 18 August 2026 Namni kam akka dubbisee yaada kennu nan barbaada
👇👇👇
https://www.facebook.com/share/p/1B7fjmRMH6/
❤1
Signed Tashale Tola $
19 May 2026, 11:27 UTC≈1,400 views2 reactionsread 18 August 2026 Photo
#Beeksisa_Qaxarrii
#Ogeeyyii_Jalqabaa1000f
#Abbaa_Taayitaa_Galiiwwanii_Oromiyaa
✍️ Akkaataa Armaan Gadiitti Baasee Jira.
1.Ulaagaawwan isaa fi bakka galmee sirriitti dubbisaa.
1.Galmeen giddu gala ibsame msratti Guyyaa 13-09-2018 irraa eegalee guyyootaa hojii 7 walitti aanan keessatti yeroo ta'u, galmeen sa'atii hojiittidha.
Fuula telegramii
👇👇
https://t.me/adeemsacima
https://t.me/adeemsacima
Hiryoota Keessaniif #s…
❤2
Signed Tashale Tola $
16 Apr 2026, 15:01 UTC≈1,550 views2 reactionsread 18 August 2026 Namootni liizin lafa mana jireenya feetan liinkii banuun dubbisaa
👇👇👇
https://www.facebook.com/share/p/1FWCRnEYjQ/
🔥2
Signed Tashale Tola $
8 Apr 2026, 04:30 UTC≈1,670 viewsread 18 August 2026 Dubbiin garagalttoo taatee liinkii cuqaasuun dubbisaa
👇👇👇👇
https://www.facebook.com/share/p/1CY2JUbTb2/
Signed Tashale Tola $
27 Mar 2026, 05:00 UTC≈1,860 views2 reactionsread 18 August 2026 Ajayiba https://www.facebook.com/share/p/17AUiX79Vf/
❤2
Signed Tashale Tola $
21 Mar 2026, 06:01 UTC≈1,920 viewsread 18 August 2026 Dubbisaa
👇👇👇👇
https://www.facebook.com/share/p/1C9RswqBcM/
Signed Tashale Tola $
Personal Development pinned «Namoonni kan kasaaraniif gabaan waan dhibeef miti! Warreen bizinasa hin eegalle qarshii waan hin qabneef miti! Warreen hojii qacarrii hojjetan cinatti madda galii biraa kan hin qabaanneef yeroo dhabuu fi maallaqa waan dhabaniif miti! Barattootni kan barnoota…»
19 Feb 2026, 07:07 UTC≈2,160 views6 reactionsread 18 August 2026 Namoonni kan kasaaraniif gabaan waan dhibeef miti!
Warreen bizinasa hin eegalle qarshii waan hin qabneef miti!
Warreen hojii qacarrii hojjetan cinatti madda galii biraa kan hin qabaanneef yeroo dhabuu fi maallaqa waan dhabaniif miti!
Barattootni kan barnoota cinaatti madda galii hin uummannneef barnoonni waan isaan daangesseef miti!
Deebii: Bizinasa ijaaruun dursa of ijaaruutu dursa! Namni ofin ijaarre carraan ka…
❤6
Signed Tashale Tola $
19 Feb 2026, 07:07 UTC≈1,480 views1 reactionsread 18 August 2026 Photo
Photo, posted without a caption
❤1
Signed Tashale Tola $
14 Nov 2025, 13:17 UTC≈2,440 views9 reactionsread 18 August 2026 Photo
Guyyaa 43 booda mootummaan Ameerikaa gara hojii idileetti deebi'eera
DV-2027 ilaalchisee dhiyootti waan haaraa nu dhageessisu jedhamee eegama!Fore More information please open link
👇👇👇👇
Dv 2027
For More information about Dv
👇👇👇👇👇https://doroapp.com/dv-lottery-2027-requirements-everything-you-need-to-know/
❤9
Signed Tashale Tola $
Showing the 12 most recent of 14 posts we hold for @adeemsacima. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.