31 Aug 2026, 08:18 UTC574 views16 reactionsread 3 September 2026 Photo
Hariiroo (Walitti dhufeenya)
✍️ Tole, mee waa’ee daangaa hariiroo irratti haa dubbannu. Cimaa ta'uu danda'a, nan hubadha. Namoonni hedduun Itoophiyaa, keessattuu maatii yookiin hiriyyoota dhiyootti, lakki jechuun itti ulfaata. Ofittoo ta’uu miti; sammuun kee akka hin tuqamne gochuudha. Yeroo hunda akka argamtuuf dhiibbaan sitti dhaga’amuu danda’a, yeroo humni si dhumaa adeemullee.
✔️ Qabsoon waloo kan biraan, bakka…
❤11🥰3👍1😍1
Signed Getu A. Oneta✟
30 Aug 2026, 08:03 UTC690 views19 reactionsread 3 September 2026 Photo
🌿 Yeroo ofiif kenni, Of Kunuunsi!
Yeroo tokko tokko yoo dadhabbiin, aariin, yookaan waan hundumaa irraa quufuun yommuu si mudate, ati kophaa kee miti. Kun mallattoo dadhabbii sammuu (burnout) ykn namootaaf yeroo dheeraa yaaduu fi kunuunsuu irraa dhufu dadhabbii gara-laafinaa (compassion fatigue) ta’uu danda’a.
➡️Xiqqoo of keessa ilaali: Waan duraan jaallattuuf fedhiin kee hir’atee jiraa? Namoota irraa fagaachuu ykn…
❤13🥰3😍3
Signed Getu A. Oneta✟
29 Aug 2026, 19:16 UTC669 views15 reactionsread 3 September 2026 Photo
@Gaaela_Gaarii ❤️
➖➖➖➖➖➖➖
❤10👍4🥰1
Signed Getu A. Oneta✟
29 Aug 2026, 15:11 UTC819 views20 reactionsread 3 September 2026 Haadha manaakeetiif Abbaa manaa gaarii jaalallee keetiif nama amanamaa ta'uu barbaadda yoo ta'e wantoota armaan gadii kana hojiirra oolchi.
1. Amanamaa ta'i. Tasgabbaa'i!
➡️Yeroo ishee wajjin deemtu nama sitti dhufe hundumaa wajjin ijakee hin facaaasin. Asiif achi ilaaltee akka waan garaa cininnaan si qabee hin godhatini. Baqqaa ati nama tokkodha nama tokko wajjin jiraachuu danddeessa, luka lama qabaataniif muka l…
👍11❤3🥰3😍3
Signed Getu A. Oneta✟
28 Aug 2026, 17:45 UTC893 views11 reactionsread 3 September 2026 Photo
@Gaaela_Gaarii ❤️
➖➖➖➖➖➖➖
❤9🥰2
Signed Getu A. Oneta✟
27 Aug 2026, 17:44 UTC≈1,050 views17 reactionsread 3 September 2026 Photo
@Gaaela_Gaarii ❤️
➖➖➖➖➖➖➖
❤8👍6😍3
Signed Getu A. Oneta✟
26 Aug 2026, 20:03 UTC≈1,190 views16 reactionsread 3 September 2026 Photo
✉️ Hariiroon jaalalaa bareedaa fi inni dhugaan, kan ati sodaa tokko malee miira kee itti mul’ifachuu, of-tuulummaa malee walitti dubbachuu, akkasumas yeroo hunda “Ani ga’aa laataa?” jechuun osoo hin shakkin jaallachuu dandeessudha. ❤️🌹
@Gaaela_Gaarii ❤️
➖➖➖➖➖➖➖
❤11😍3🥰2
Signed Getu A. Oneta✟
26 Aug 2026, 17:44 UTC≈1,140 views15 reactionsread 3 September 2026 Photo
@Gaaela_Gaarii ❤️
➖➖➖➖➖➖➖
❤10😍3👍2
Signed Getu A. Oneta✟
25 Aug 2026, 17:43 UTC≈1,300 views24 reactionsread 3 September 2026 Photo
@Gaaela_Gaarii ❤️
➖➖➖➖➖➖➖
❤17😍4👍3
Signed Getu A. Oneta✟
24 Aug 2026, 17:42 UTC≈1,420 views22 reactionsread 3 September 2026 Photo
❤️ Dubartoota miidhagoo fi jaallatamoo,
✍️ Yeroo tokko tokko yeroo walitti dhufeenya keessanii, dubbii kaka’umsaa qofa osoo hin taane, jireenya hiriyaa keessanii irratti dubbii gaarii fi jajjabeessaa dubbadhaa.
Fakkeenyaaf:
✉️ “Oo jaalallee koo, akkuma ati na gammachiisaa jirtu, Waaqni immoo carraa fi milkaa’ina guddaa siif haa kennu.” 🙏
✉️ “Mi’aawaa koo, akkuma ati na gammachiisaa jirtu, namoonni si gargaaranis …
❤16👍3🥰2😍1
Signed Getu A. Oneta✟
23 Aug 2026, 15:03 UTC≈1,610 views39 reactionsread 3 September 2026 Photo
ILAA "DHORKAADHA! JEDHAN🤔
👉Waldaan Warra Wangeelaa Qaala Hiwoot Itiyoophiyaa kanaan booda murtoo dabarsiteen gochoota armaan gadii irratti dhorkaa keesseetti.
1. Gabbarsuu cidhaa qarshii 50000 (Kuma shantamaa) ol kennuu ykn fudhachuun dhorkaadha.
2. Mana deebii ykn መልስ'f nama kudhanii (10n) ol affeeruun dhorkaadha.
3. Guyyaa dhalootaa, Mana ijaarratanii eebbisiisuu, Eebba barataa irratti diggisii hin barbaachifne qo…
❤24🥰8💯4👍2👏1
Signed Getu A. Oneta✟
21 Aug 2026, 02:17 UTC≈1,820 views20 reactionsread 3 September 2026 Photo
@Gaaela_Gaarii ❤️
➖➖➖➖➖➖➖
😍10❤7🥰3
Signed Getu A. Oneta✟
Showing the 12 most recent of 35 posts we hold for @Gaaela_Gaarii. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.