5 Jun 2026, 20:49 UTC995 views11 reactionsread 12 August 2026 Ministeerri barnootaa appilikeeshinii “Agent AI Teacher Assistant” (Agentic AI Teacher Assistant) jedhu kan guutummaatti sarara irraa bahee hojjetu fi of danda’ee murtee kennuu danda’u horateera.
-----------------//-------------
(Ginbot 28/2018 E) Ministeerri barnootaa AI appilikeeshinii hojii guyyaa guyyaa barsiisota sadarkaa 2ffaa hir’isu, guutummaatti sarara irraa badee hojii of danda’ee hojjeta.
Akka ICT fi Digit…
❤8👍3
31 Mar 2026, 10:40 UTC≈1,920 views7 reactionsread 12 August 2026 File
NoteBook Ai app
Ai kan NoteBook download godhuf
@Oro_Tech_Tipz
👍7
23 Mar 2026, 13:08 UTC≈2,440 views9 reactionsread 12 August 2026 Dhuguma iran 🇮🇷 Addunyaa kana dukkaneessuufii ?
Iran 🇮🇷 Keebiliiwwan IT addunyaa 🌎 galaana jalaa yoo cirte maaltu taha ❓❓❓
Keebiliin galaana jalaa toora keebilii faayibar optikii kanneen galaanaa jala diriiran yoo ta’u, lafee dugdaa interneetii fi qunnamtii idil-addunyaati .
🌍 Keebiliin kun maali?
Isaanis keebilii baay’ee dheeraa ta’ee fi lafa galaanaa irratti awwaalame ykn diriirfamee fi:
• Intarneetii
• Bilbila…
❤5👍4
23 Mar 2026, 13:08 UTC≈1,720 viewsread 12 August 2026 Photo
Photo, posted without a caption
13 Mar 2026, 16:07 UTC≈1,870 views2 reactionsread 12 August 2026 Photo
🚨 BREAKING: Google maps Amma update har'aa waggoottan boodaa gaddadhisee jiraa
Kuunis navigation har'aa fi Gemini itti dabalate jira
👍2
7 Feb 2026, 10:15 UTC≈2,380 views10 reactionsread 12 August 2026 Forwarded from @abbi_tech
Google yaalii shaakala seensa yuunivarsitiitiif Scholastic Aptitude (SAT) bilisaa kennuu eegaleera.
Google yaaliiwwan yaalii artifishaal intelejensii Geminiitiin humneeffame yaaliiwwan scholastic aptitude bilisaa jalqabsiise. Barattoonni haala salphaan qormaata fudhachuu danda'u, bu'aa isaanii xiinxaluu fi gaaffii dogoggoraatiif ibsa bal'aa argachuu danda'u qajeelfama kennuudhaan. Google tajaajila kana haala qulqull…
❤10
5 Feb 2026, 12:15 UTC≈2,200 views5 reactionsread 12 August 2026 Forwarded from @abbi_tech
AI Assistant maali?
Artificial Intelligence Assistant jechuun hubannoo Nam-tolchee kanneen bakka namaa bu'anii yeroo namni hin jirretti tajaajila barbaachisu maamiltootaaf kennaniidha. Yeroo ammaa kanatti software, website fi application garagaraa kanneen hojjataman harki caalaan isaanii AI Assistant waliin hojjatamu. Dhaabbileen hedduunis yeroo tajaajiloota kanneen hojjechiifatan AI Assistant qabaachuu akka ulaagaa…
❤3🔥2
3 Dec 2025, 12:23 UTC≈1,910 viewsread 12 August 2026 Photo
Photo, posted without a caption
3 Dec 2025, 12:23 UTC≈3,030 views17 reactionsread 12 August 2026 Telegram Karaa Passkeys Osoo Koodii yookaan Lakkoofsa Bilbilaa Hin Barbaachisin Seenuuf Qophii Gochaa Jira
Gara fuula duraatti, Telegram sagantaa (feature) karaa Passkeys ittiin login gochuu hojiirra oolchuuf karoorfata jira . Mallattooleen jalqabaa qophii kanaa Telegram Beta version 12.2.8 kan Android irratti argamaniiru.
Faayidaan guddaan Passkeys osoo lakkoofsa bilbilaa yookaan koodii yeroo tokkoof qofa hojjetu …
❤7👍7🔥3
6 Nov 2025, 22:09 UTC≈3,500 views16 reactionsread 12 August 2026 Photo
Raashiyaan Siim Kaardii (SIM Card) Maatiin sochii ijoollee isaanii ittiin hordofan hojiirra oolchite.
Siim Kaardiin (SIM Card’n) maatiin sochii ijoollee isaanii ittiin hordofan ifoomsuu Ministirri Misooma dijitaalaa, Kominikeeshiniifi Miidiyaa Raashiyaa Maakisuut Shaadayeev himan.
Siim Kaardiin kunis Nageenya daa'immanii eeguuf yaadamee kan qophaa'edha jedhame.
Akkasumas Siim Kaardiin kun ijoolleen umriin isaani…
❤12👍4
10 Oct 2025, 18:49 UTC≈3,020 views9 reactionsread 12 August 2026 Photo
Itoophiyaatti haleellaan Saaybarii dabalaa dhufuu ibsameera.
Itoophiyaatti haleellaan Saaybarii bara 2017 qofa yeroo 13,400 ol akka aggaamame Bulchiinsi Nageenya Neetworkii Odeeffannoo (INSA) beeksisuun gabaafame.
Itoophiyaan bara darbe 2016 A.L.I aggaammiin haleellaan saayibarii 8,854 taasifamee akka ture ibsuun, bara 2017'tti gara 13,496’tti olguddachuu Daayirektarri Olaantuun dhaabbatichaa Aadde Tigisti Haamiid…
❤5🔥3🥰1
10 Sept 2025, 18:22 UTC≈3,630 views10 reactionsread 12 August 2026 Photo
Baga Geessan
#Jijjiirama_Waggaa_Ayyaantutu_Arga!
Ummata Itoophiyaa Hundaan Baga Bara Haaraa 2018 Nagaan Geessan/Geenye Jedhuun, Barri Haaraan Kan Nagaa, Gammachuu, Fayyaa, Badhaadhinaafi Milkaa'inaa Akka Ta'u Hawwa!
#Bara_Gaarii!
ለኢትዮጵያ ሕዝብ በሙሉ እንኳን ለአዲሱ ዓመት 2018 በሰላም አደረሳችሁ/አደረሰን እያለ፤ አዲሱ ዓመት የሰላም፣ የደስታ፣ የጤና፣ የብልፅግናና የስኬት ዓመት እንድሆንልን ተመኝቷል!
#መልካም_አዲስ_ዓመት!
❤10
Showing the 12 most recent of 14 posts we hold for @Oro_Tech_Tipz. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.