2 Sept 2026, 09:51 UTC322 views6 reactionsread 5 September 2026 Photo
Guyyoota Qaammee: Olkaβiinsa Itoophiyaaf!
Olkaβiinsi haala baratamaa keessaa saaffisa olaanaan olkaβuudha. Itoophiyaanis qormaatota keessa turteefi jirtu injifachuun saffisa olaanaan imala badhaadhinaa gama Hawaasummaa, Dinagdeefi Siyaasaan jalqabde milkeessuuf tirannaarraa gara utaalchootti ceβaa jirti.
Guyyootni Qaammee bara kanaas labsii olkaβiinsaaf buβuura kan kaaβaan yoo taβu, guyyootni shananuu moggaasa ofiβ¦
β€2π2π2
Signed Hayiluu Girmaa
1 Sept 2026, 17:58 UTC360 viewsread 5 September 2026 https://t.me/hiikaayaadaa
Signed Hayiluu Girmaa
1 Sept 2026, 17:09 UTC362 views6 reactionsread 5 September 2026 Photo
"No free launch" jetti Faranjiin!
"Namichatu paarkii bineensotaa ijaaree gatii seensaa $300 goonaan namuu seenuu dide. Gatii kana fooyyessee $200 goonaanis homtuu dide. $10 goonaanis homtuu seenuufii dide.Dhumarra gatii seensaa tola goonaan namni martuu seene. Erga namni martuu seenuu mirkaneeffateen booda Leenca hidhaa jiru hiikee gadi dhiisee gatii bahumsaa 500$ godhe.Martuu mormii malee kaffalee baqatee yaa'e.
β¦
β€6
Signed Hayiluu Girmaa
1 Sept 2026, 11:08 UTC382 views2 reactionsread 5 September 2026 Ammaa Dandeessuu jireenya kee mo'achuuf Utalii Utalii jireenya kee Gulaalii
Waan boruu ta'uu hin beektuu
@Ilmaakaayyoo
π’JOIN & πSHARE
βββββββββββββββββ
πJOIN: @hiikaayaadaa
πJOIN: @hiikaayaadaa
πJOIN: @hiikaayaadaa
βββββββββββββββββ
β€2
Signed Hayiluu Girmaa
31 Aug 2026, 17:23 UTC448 views3 reactionsread 5 September 2026 Fedhii ilmaa daangaa hin qabuu jedhama garuu bakka itti daangaa qabuu jiraachuu malaa.
Yaadaa fi Qalbii kee gammachuu yoo qabatee fuula gammaddda siti dhufa
Jireenyi kee haa ulfaatuu malee psycho kee iddoo kennii ofii irraati nagaa kenniifii Jireenyi ilmaa nama akkumaa ilkaan Saree waljala darbaa dha.
Waan boruu ta'uu hin beektuu
@Ilmaakaayyoo
π’JOIN & πSHARE
βββββββββββββββββββ
πJOIN: @hiikaayaadaa
πJOIN: @hiiβ¦
π2β€1
Signed Hayiluu Girmaa
29 Aug 2026, 09:45 UTC627 views7 reactionsread 5 September 2026 Mee #Comment #Godhaa
Hiikaa Yaadaa Channel
Mee Yaadaa akkami qabduu
@Ilmaakaayyoo
π’JOIN & πSHARE
ββββββββββββββββββββ
πJOIN: @hiikaayaadaa
πJOIN: @hiikaayaadaa
πJOIN: @hiikaayaadaa
ββββββββββββββββββββ
β€4π3
Signed Hayiluu Girmaa
28 Aug 2026, 19:53 UTC633 viewsread 5 September 2026 βDon't Just
Don't just learn, experience.
Don't just read, absorb.
Don't just change, transform.
Don't just relate, advocate.
Don't just promise, prove.
Don't just criticize, encourage.
Don't just think, ponder.
Don't just take, give.
Don't just see, feel.
Donβt just dream, do.
Don't just hear, listen.
Don't just talk, act.
Don't just tell, show.
Don't just exist, live.ββ¨
~ Roy T. Bennett
@hiikaayaadaa
Signed Hayiluu Girmaa
28 Aug 2026, 18:24 UTC651 views4 reactionsread 5 September 2026 JAALALLEETOOβ
Bidiruu jaalalaatin
Gara kootti dhuftee
Osoon ani hin beekiin
Onneekoo na tuqxe
~~~~
Hidhaa jaalalaatin
Miila koo sakaaltee
Furtuu jaalalaatin
Miirota koo bante
~~~~
Eeboo jaalalaatin
Lapheekoo warantee
Haaduu jaalalaatiin
Onneekoo mummurte
~~~
Jaalala dhugaatiin
Keessa kootti seente
Amanamummaa keetiin
Madaakoo wal'antee
~~~~
Ogummaa jaalalaatiin
Obsa na barsiiste
Eessan orma laaβ¦
β€3π1
Signed Hayiluu Girmaa
28 Aug 2026, 14:21 UTC572 views6 reactionsread 5 September 2026 Photo
Ijii kee Agartuu kee dha
π Arraba kee eeggadhu!
π Fayyaa kee eeggadhu!
π Kabaja kee eeggadhu!
==https://t.me/hiikaayaadaa
π’JOIN & πSHARE
ββββββββββββββββββββ
πJOIN: @hiikaayaadaa
πJOIN: @hiikaayaadaa
πJOIN: @hiikaayaadaa
ββββββββββββββββββββ
π5β€1
Signed Hayiluu Girmaa
27 Aug 2026, 18:07 UTC636 views5 reactionsread 5 September 2026 Of Too'achuun yaada kee irratti gooftummaa qabaachuu irraa eegala.Yoo waan yaaddu to'achuu baatte waan hojjettu to'achuu hin dandeessu.
βββββββββββ
β€5
Signed Hayiluu Girmaa
27 Aug 2026, 16:18 UTC667 viewsread 5 September 2026 βNamoonni si hin amanan taanaan rakkoo miti; ati ofitti amanuu kee hin dhabin.β π₯
BTW #Pick_Life_Lesson
Signed Hayiluu Girmaa
27 Aug 2026, 16:09 UTC480 views8 reactionsread 5 September 2026 Photo
Ofitti amani. Hojjedhu. Itti fufi. Milkaaβinni si eega. π
βͺοΈβͺοΈβͺοΈβͺοΈβͺοΈβͺοΈβͺοΈβͺοΈβͺοΈ
βJalqabni kee xiqqaa taβuu dandaβa; garuu yoo hin dhaabbanne, bakka guddaa geessa.β πͺ
βNamoonni si hin amanan taanaan rakkoo miti; ati ofitti amanuu kee hin dhabin.β π₯
βKufuun kee dhuma miti; kaβanii irra deebiβanii yaaluun kee injifannoo dha.β
βDaandichi yoo ulfaate, kaayyoon kee guddaa taβuu isaa yaadadhu.β π
βDogoggora kee irraa baradβ¦
β€3π3π2
Signed Hayiluu Girmaa
Showing the 12 most recent of 20 posts we hold for @hiikaayaadaa. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked β was rounded by Telegram before we ever saw it β t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so β1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.