1 Jul 2026, 13:29 UTC518 views7 reactionsread 7 August 2026 AMANTAAN DHUGAAN HINJIRU KIRISTOOS ISA DHUGAA MALEE.
•Amantaan yeroo baay’ee sirna namoonni diriirsan, seera ittiin jiraatan, hojii amantaa , fi aadaa waaqeffannaa irratti ijaaramti; kunniin mataan isaanii bu’aa qabanis, jireenya namaa keessatti jijjiirama gadi fagoo fiduu dhiisuu danda’u.
•Amantaan yeroo tokko tokko bu’uura ofii irratti ijaaramti: hojii gaarii, seera eegu, fi ilaalcha namaa irratti. Kun garuu yero…
❤7
16 Jun 2026, 17:15 UTC777 views10 reactionsread 7 August 2026 HARKA ABBAA KEENYA KEESSA JIRRA.
•••••••••••••••••••••••••••••••••••••••
Abbaa keenya inni ta'e Waaqayyo gaafa hundayyuu utuu nu hin dadhabin harka isaan nu qabe jira. Harka Waaqayyoo Abbaa keenya keessa jiraachuun waan salphaa miti, isaan gaafa hundayyuu qabamnee bara baraan jiraachuun keenya nagaa waaqummaa nuuf kenna, gammachuu isaa akka gammannu nu godha.
•Abbaan koo inni anatti isaan kenne, hundumaa irra gudd…
❤10
30 May 2026, 09:52 UTC720 views4 reactionsread 7 August 2026 HARKA KEE DIRIIRSI
•••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••
#KUTAA17FFAA
••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••
"Ergasii namichaan, “Harka kee diriirsi!” jedhe; namichis diriirse, harki isaa deebi'ee akkuma isa kaanii fayyaa ta'e." -Maatewos 12:13
Mana sagadaa keessatti yeroo Yesuus namicha harki isaa goge sana argu, namoonni hedduun isa ilaalaa turan; garaan isaanii garuu jabaatee ture. Geggeessitoonni am…
❤4
30 May 2026, 09:52 UTC980 views5 reactionsread 7 August 2026 Namoonni hedduun Waaqayyo akka hojjetu eegaa jiru; garuu waan isaanii cabee jiru Isa duratti diriirsuu didaa jiru. Dhukkuba keenya ni dhoksina, laafina keenya ni haguugna, rakkoo keenya ni ukkaamsina. Garuu Yesuus waan nuti akka hin jirre fakkeessinu hin fayyisu. Waan Isa duratti dhiheessinu fayyisa. Cabinni kee humna Isaa ol miti. Amantii fi ayyaana Waaqayyoon nuuf kennamen waan kamiyyuu isa duratti haa diriirsinu a…
❤4🥰1
19 Mar 2026, 07:15 UTC≈1,030 views7 reactionsread 7 August 2026 KUTAA 1FFAA
GUYYAA HUNDUMAA MACAAFA QULQULLUU DUBBISUU
Amantoonni baay’een yeroo hunda dubbii Waaqayyo isa barreeffame Macaafa Qulqulluu hin dubbisan, dubbicha keessan immoo hafuura isaaniin Hafuura Qulqulluu hintuqan akkasuma jireenya dubbicha keessa gara ofiitti hin fudhatan. Jireenya kiristaanummaa keenyaaf qabxiin baayyee barbaachisa ta'e guyyaa guyyaan Macaafa Qulqulluu dubbisuu fi dubbii dubbisne sanaan Goof…
❤4👍3
19 Mar 2026, 07:15 UTC≈1,340 views7 reactionsread 7 August 2026 Yeroo inni akkas jedhu Yesuus isaan waliin ture. Kanaaf, dubbicha Yesuus irra barachaa turan. Har'a dubbicha argachuuf garri nuy deemu qabnu gara Macaafa Qulqulluu dha. Akkuma baratoonni Gooftaa waliin turan gaafa hundayyuu dubbichaa waliin yeroo keenya dabarsuu qabna. Dubbichaa waliin yeroo keenya dabarsuun Gooftaa waliin yeroo keenya dabarsuu dha. Abbaa dubbicha isa ta'e waliin yeroo keenya dabarsuudha. Sagalee Mac…
❤6🥰1
10 Mar 2026, 06:42 UTC≈1,130 views3 reactionsread 7 August 2026 Maddi jaalala qaraxxoota jaalala Waaqayyoo miti!
•Isin warra isin jaallatan qofa yoo jaallattan gatii maalii argattu? Kana immoo qaraxxoonni iyyuu ni godhu mitii? -Mat. 5:46HAHB
Jaalalli Waaqayyo namoota nu jaallatan qofaa akka jaallannu nu hingodhu kana ol namoota hundumaa akka jaallannu akkasuma immoo isaaniif akka kadhannu nu godha. Qaraxxoonni namoota isaan jaallatan in jaallatu, har'a nuyis jireenya kiristaan…
❤3
10 Mar 2026, 06:42 UTC≈1,110 views5 reactionsread 7 August 2026 Jireenya mudaa malee Waaqayyo jiraachuuf akkasuma akka Abba keenya mudaa malee ta'uuf jaalala Waaqayyoon namoota hundumaa jaallachuu danda'u qabna.
Guyyaa gaarii
#Karaadhugaa
@karaadhugaa
🥰5
7 Jan 2026, 19:06 UTC≈1,730 views11 reactionsread 7 August 2026 ILMI NUUF KENNAMEERA.
••Mucaan nuuf dhalateera, ilmis nuuf kennameera; humni mootummaa isaa gatiittii isaa irra jira; maqaan isaa, “Gorsaa,
dinqii, Waaqayyo-jabaa, abbaa bara baraa, angafa nagaa” in jedhama.
Isaayaas 9:6
••Manatti lixaniis mucicha haadha isaa Maariyaamii wajjin argatanii, lafatti gad gombifamanii isaaf sagadan; qorxii isaaniis bananii, warqee, ixaanaa fi qumbii harka fuudhaa kennaniif.
Maatewos 2:11…
❤9👏1🥰1
7 Jan 2026, 19:04 UTC≈1,140 views3 reactionsread 7 August 2026 NUY NAANNAWA WAAQUMMAA KEESSATTI ISA AKKA AYYAANNEFFANNUF WAAQAYYO NAMA TA'E.
•Dubbiin foon taʼee nu gidduu jiraate. Nus ulfina isaa, ulfina Ilma Tokkicha ayyaanaa fi dhugaadhaan guutamee Abbaa biraa dhufe sanaa argineerra.•Guutama isaa irraas hundi keenya ayyaana irratti ayyaana arganneerra. •Yesuusis deebisee, “Ani dhuguman, dhuguman sitti hima; namni yoo lammata dhalate malee mootummaa Waaqaa arguu hin dandaʼu” j…
❤3
7 Jan 2026, 19:04 UTC≈1,060 views6 reactionsread 7 August 2026 Ijoollee ifa ta'u keenyan ifa erga taanee naannoo biyya kan hafuura in taane keessa jiraachuun Waaqayyoof gammachuu hin kennu." Yesuus ammas, “Ani ifa addunyaa ti. Namni na duukaa buʼu kam iyyuu ifa jireenyaa qabaata malee dukkana keessa hin deddeebiʼu” jedhee isaanitti dubbate."
(Yoh.8:12 HABH). Addunyaa amantaa keessatti wanta barreeffamne didne wanta hin barreeffamne keessa deddeebi'un dukkana keessa jiraachuun fa…
❤6
23 Dec 2025, 07:31 UTC≈1,160 views9 reactionsread 7 August 2026 Nuyi Ammantootni Kiristoos Keessatti Guutuu Taaneera.
Nuyi Kiristoos wajjin tokko waan taaneef, nuyi qooddattoota wanta Inni fiixaan baase, argate, akkasumas harka keessa galfate hundumaati . Nuyi amantoonni bu’aalee (miseensota) Kiristoos isa hunda-of keessatti haammataati. Nuyi Isa keessa ka'aamneerra, Isaa wajjin tokkoomneerra, akkasumas akka abbaa manaa keenyaatti Isatti maxxanneerra (Qol. 1:28, Room.7:2-4)… Nuy…
❤7😁1😢1
Showing the 12 most recent of 20 posts we hold for @karaadhugaa. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.