11 Aug 2026, 16:22 UTC182 views8 reactionsread 12 August 2026 ♥♥ Jaalala Hiyyeessaa ♥♥
Kutaa 3
Seenaa jireenya dhugaa irratti hundaa’e
Yeroo sana k obboleessi koo xiqqaan na dhiibee gara alaatti fiige. yeroo Xiqqoo booda Melat qabatee deebi’e. maal jedhee akka inni fide beekuu baadhus “Mee balbalarraa nuuf gori” naan jedhee harkaa qabee gara keessaatti galche. Sana booda bakka ani ciisu, siree koo dulloomaa irra Melat as taa'i jedheen.
Ani amma illee rifadhee dhaabbadheen tur…
👍4❤2😘2
8 Aug 2026, 16:16 UTC452 views19 reactionsread 12 August 2026 “Jaalala Hiyyeessaa”
Seenaa jireenyaa dhugaa irratti hundaa’e
🗓 #Kutaa 1ffaa
Maqaan koo Biiniyaam jedhama. Ani bakkan itti dhaladhee guddadhe maqaa hin qabu jechuun magaalaa Finfinnee keessatti cina daandii aspaaltii irratti mana xixiqqoo sharaa irraa hojjetame keessatti. Abbaa koo hin beeku. Haadha koo qofatu na guddiste. Obboleessa tokko illee qaba; maqaan isaa Naatii jedhama. Haati keenya akka nu hin beelofne…
❤11👍5😍2😘1
8 Aug 2026, 03:34 UTC460 views10 reactionsread 12 August 2026 👋Hi!
🔵 Join the Best Channels below 👇
┃_
┃Reading PDF 📖
┃_
┃Leadership and Psychology 🥇
┃_
┃Walaloo Jaalalaa ❤️
┃_
┃Love Tips 💋
┃_
┃Hariiroo Jaalalaa 🌷
┃_
┃@Amharic_proverb ✉️
┃_
┃Love Heart 😵💫
┃_
┃Facts and Knowledge ✅
┃_
┃Siifol Tech 🖥
┃_
┃@Dhimma_Fayyaa 💊
┃_
┃English Class 🎓
┃_
┃Now Speak English 🕖
┃_
┃Jara Tech 🚀
┃_
┃Crypto Earn 💸
┃_
┃@Gaaela_Gaarii 🎀
┃_
┃Getu Official
┃_
┃Arara Tv World Wide ❤️
┃_
┃Spiritu…
🥰6😍3🔥1
8 Aug 2026, 02:29 UTC405 views10 reactionsread 12 August 2026 Photo
Xiyyeeffannoo hin kadhatiin ; Gatii kee ijaarradhu! 💎
“Namootatti of ibsuuf hin dadhabiin; garuu of guddisuuf ciminaan hojjedhu.
Namoonni baay’een, ‘Maaliif na hin hubanne? Maaliif bakka naaf hin kennine?’ jechuun xiyyeeffannoo kadhachaa yeroo isaanii gubu.
Dhugaan garuu kana: ati yeroo gatii qabaattu, namoonni ofumaan yeroo isaanii keessatti xiyyeeffannoo siif kennu.
Billaacha dirree keessaa ari’uuf hin fiigin; b…
👍5🥰3❤2
3 Aug 2026, 16:40 UTC672 views8 reactionsread 12 August 2026 👋Hi!
🔵 Join the Best Channels below 👇
┃_
┃Reading PDF 📖
┃_
┃Leadership and Psychology 🥇
┃_
┃Walaloo Jaalalaa ❤️
┃_
┃Love Tips 💋
┃_
┃Hariiroo Jaalalaa 🌷
┃_
┃@Amharic_proverb ✉️
┃_
┃Love Heart 😵💫
┃_
┃Facts and Knowledge ✅
┃_
┃Siifol Tech 🖥
┃_
┃@Dhimma_Fayyaa 💊
┃_
┃English Class 🎓
┃_
┃Now Speak English 🕖
┃_
┃Jara Tech 🚀
┃_
┃Crypto Earn 💸
┃_
┃@Gaaela_Gaarii 🎀
┃_
┃Getu Official
┃_
┃Arara Tv World Wide ❤️
┃_
┃Spiritu…
❤5🥰3
31 Jul 2026, 02:39 UTC801 views12 reactionsread 12 August 2026 Photo
Ani murattuun kee
Xiiqoftuun kaleessaa
Ani maraatun kee
Siif taanan dabeessa
Abdiin buunaan qilee
Jaalalli na waadee
Waraanamuu malee
Wal'aanamuu didee
Si yaadachuun kalee
Of dagachuu fide!
Ta'us sittaa tolu
Miidhamus miidhagi
Guyyaan darbuu hinoolu
Bulii fayyuu argi!
:¨·.·¨: 💔
`·. ❤️
➖➖➖➖➖➖➖➖
👍5😘3🥰2😍2
29 Jul 2026, 15:31 UTC845 views18 reactionsread 12 August 2026 𝐒𝐞𝐞𝐧𝐚𝐚 𝐨𝐧𝐧𝐞𝐞 𝐧𝐚𝐦𝐚𝐚 𝐭𝐮𝐪𝐮
Gurbaan tokko jaalallee saa baayyee jaallatu takka waliin wal arguuf kaaffee tokkotti wal beellaman. Wal arganiis erga xiqqoo taphatanii booda, jaalalleen isii kun isiidhaaf kennaa haguugame jiru tokko kenneef.
Isiinis kennaa san bantee yogguu ilaaltu '𝑨𝒔𝒉𝒂𝒂𝒏𝒈𝒖𝒍𝒍𝒊𝒊𝒕𝒊𝒊𝒅𝒉𝒂. Isheenis baayyee aaruun ashaangulliiticha darbattee gatte. Innis xiqqoo aaruun, garuu suuta jedhee maaliif darbattee gatt…
👍6🥰4😍4❤3😘1
25 Jul 2026, 02:43 UTC≈1,000 views11 reactionsread 12 August 2026 Photo
Lakkuulee Oromoo kanaan nuuf jiraadhaa, gammachuu malee gadda hin arginaa jedhii darbi🥰❤️🥰❤️
❤8🥰3
25 Jul 2026, 02:37 UTC860 views15 reactionsread 12 August 2026 𝐒𝐞𝐞𝐧𝐚𝐚 𝐨𝐧𝐧𝐞𝐞 𝐧𝐚𝐦𝐚𝐚 𝐭𝐮𝐪𝐮
Gurbaan tokko jaalallee saa baayyee jaallatu takka waliin wal arguuf kaaffee tokkotti wal beellaman. Wal arganiis erga xiqqoo taphatanii booda, jaalalleen isii kun isiidhaaf kennaa haguugame jiru tokko kenneef.
Isiinis kennaa san bantee yogguu ilaaltu '𝑨𝒔𝒉𝒂𝒂𝒏𝒈𝒖𝒍𝒍𝒊𝒊𝒕𝒊𝒊𝒅𝒉𝒂. Isheenis baayyee aaruun ashaangulliiticha darbattee gatte. Innis xiqqoo aaruun, garuu suuta jedhee maaliif darbattee gatt…
❤8👍3🥰2😘2
24 Jul 2026, 02:40 UTC853 views16 reactionsread 12 August 2026 Photo
Jaalalaan si eegee
Yoo taates dhukkuba
Dirree jireenyarraa
Maafan abdii dhaba?
Akka hin suphamnetti
Narraa cittus ati
Sirraa abdii muruun
Nama jibbuu miti!
Kan dhufe yoo dhufe
Kan hafes ni hafa
Miiltoon fedhes kufee
Jireenyi itti fufa!
❤6😘5🥰3👍2
22 Jul 2026, 19:28 UTC925 views10 reactionsread 12 August 2026 Photo
❤️ Lagaaf tabba heddu 🌧️🙌
Nagaadhan darbinee 🤝🌐
Gaddaaf gammachuutti 😢🎉
Wal jajjabeessinee 💪❤️
Bullee waliin turuuf 🗣️
Abdiidhaan wal eegnee 🌟👀
Har’a garaa muruuf 🧠💡
Bakka jirtu hinbeekne! 🏠❓
Anii.... 🤔
Cabus caba lakkuu 🌌
Otoon si abdadhuu 💙
Si dhabus si hin yakku 🚫😢
Balleessite hin jedhu! 🛑🙅♂️
:¨·.·¨: 💔
`·. @Walaloo_Jaalalaa24 ❤️
➖➖➖➖➖➖➖➖
❤6👏2🥰2
22 Jul 2026, 19:12 UTC898 views9 reactionsread 12 August 2026 💓 Gumaacha naaf laatte
Dhibee kee fudhadhee
Waan ati dubbatte
Jaalalaan hubadhee
Fayyuuf fedhii dhabee
Dideen dhukkubsadhe!
😘6🥰2❤1
Showing the 12 most recent of 24 posts we hold for @asoosamaafiwalaloo. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.