10 Aug 2026, 04:22 UTC213 views8 reactionsread 19 August 2026 OROMIYAA
●Yeroo jalqabaaf maqaa Oromiyaa jedhu kan moggaase fi kaartaa Oromiyaa kan sarare namaa maqaan isaa "Luws Craft" jedhamudha bara 1837 hanga 1850 tti osoo baha Afriikaa naanna'ee maqaa moggassu.
¤ Bara sanas Oromiyaa har'aa kana "Ormaaniyaa" jedhee moggaasee ture!
¤ bara 1970 keessa immoo "biyya Oromoo "jedhamee moggaafame.
¤ bara 1976 tti ammoo "Oromiyaa" jedhamee moggaafame.
● Afaan Oromoo…
👍5❤3
Signed Mohammedsani Husein
5 Aug 2026, 19:15 UTC297 views9 reactionsread 19 August 2026 Kabajamtootaafi jaalatamtoota maatii chaanaalii dhangaa Oromiyaa baga gammaddan chaanaaliin keessan kan yeroo adda cite amma haala gaariin deebi'ee ittu fufuuf qophii isaa xumuratee jira baga gammaddan isiniin jenna
🥰5❤3👏1
Signed Mohammedsani Husein
13 Oct 2024, 16:48 UTC≈3,960 views20 reactionsread 19 August 2026 Nan Danda'a!
Namicha lammii Indiyaa tokkotu jira. Heyyama
barsiisummaa argatee Oromiyaa keessatti barsiisuuf dhufe.
Akkuma dhufeen mana barumsaa tokkotti ergame.
Mana barumsaa itti ergame sana yeroo deemu bakki
qullaan jiru tokko qofa ture. Innis barnoota Afaan
Oromoodha.
"Maal wayya? Iddoon qullaan nuti qabnu Afaan Oromoo
qofaa!" jennaan, "Rakkoon hin jiru! Galmee jechootaa
naaf kennaa malee inuman barsiisa! Nan da…
❤13🥰4👍3
Signed Hawi
21 Sept 2024, 18:59 UTC≈3,140 views24 reactionsread 19 August 2026 @-Gootota Gola Oromiyaa-@
♡__☆☆__♡
Boorana Jaatanii Alii Tandhuu,
Barana mee Rabbii kee Kadhuu.
Gujii Jeneraal Xulaa Duubee,
Tokkummaan maaf nu dhibee?
Biyya Jaatanii Alii qabna
Boorana Gumi gaayyoo,
Biyya Leenjisoo Diigaa
Arsii Ambatoo Daayyoo.
Biyyi tiyya heddu qabdi
Yoom gootota dhabee,
Biyya Gujii Girjaa irraa
Jeneraal Xulaa Duubee.
Dachii qananiituu teenna irraa
Saannatee Tulluu dimmtuu,
Dalloo mana…
👍17❤5🥰2
Signed Tahir Dedefo
21 Sept 2024, 17:48 UTC≈2,180 views14 reactionsread 19 August 2026 Photo
Photo, posted without a caption
👍6❤4🥰4
Signed Tahir Dedefo
15 Sept 2024, 11:26 UTC≈2,120 views14 reactionsread 19 August 2026 Ni dandeessa!
Haala koo ilaalee kan natti murteessu
Hin dandeessu jedhee mogolee na buusu
Dadhabbii koo ibsee hamilee na cabsu
Waa akkan hin hojjenne booddee na deebisu
Amma deebiin qabaaf waanan ittiin jedhu
Dubbadheen falmadha afaan hin qabadhu
Nan danda'an jedha eenyutu naan morma?
Kaayyoo koo dhugoomsuun ni danda'ama!
Hin danda'u jedhee sammuun koo hin amanu
Abdii kutee taa'ee kufaatiif nan kennu
Karaa dogoggoree…
👍10❤4
Signed Hawi
9 Sept 2024, 09:18 UTC≈1,990 views16 reactionsread 19 August 2026 Ganamaan hirriba kaanee,saamumaa jibuutiitiin fuula dhiqanna,uffata turkiiyaa gac,goonee hujiitti qajeella, saa’atii kooriyaa dirannee harka facaasaa sochoona, kophee caayinaa godhannee,lafaan dhiitaa oolla,buna siinii yamanii miila lama jalaa qabdutti makrajii ingilizii keessaa buufannee dhuugna,baajajii hindiin miila sadi itti goote yaabbannee gulufna,zeyitii ruusiyaatiin waxii dhuugna,raashiana kanaadaa liqimsaa,b…
👍13❤3
Signed Tahir Dedefo🍅
8 Sept 2024, 05:40 UTC≈1,930 views24 reactionsread 19 August 2026 Karra shaanan finfinne
1,karra koree✓karra gara sabbataa, walqixxee, Jimma....
2,karra Qirxii karra gara sululta fiichee...
3,karra Alloo ✓karra gara walloo...
4,karra Qaalluu✓ karra gara Bishooftuu, Adaamaa,...
5,karra Gafarsaa✓ karra gara Hoolata. Amboo, Lixa geessu
Kutalee Bulchinsa
Magaala finfinne
1✓kutaa magaalaa Addis ketema
2✓kutaa magaala Gulelle
3✓Kutaa magaalaa Lideta
4✓kutaa magaalaa Kirko…
👍17🥰4❤3
Signed Tahir Dedefo🍅
5 Sept 2024, 16:12 UTC≈1,690 views16 reactionsread 19 August 2026 Hin gumgumiin, uumaa kee galateeffadhu!
Ni danda'ama ta'ee utuu danda'amee
Uumaan kee waa'ee kee utuu gaafatamee
Utuu yaada kennee maaliif akka si uume
Maal dubbata laata deebiinsaa maali mee?
Ani nama kana lafarratti uumuun koo
Hamaattii isa eegee 'sa jiraachisuun koo
Sammuu isaaf kennee nama taasisuun koo
Wanta biraaf miti sababni koo tokko
Walirraa utuu hin kutiin haala kam keessattuu
Ana uumaa isaa akka galateef…
❤8👍3🥰2🙏2😱1
Signed Hawi
5 Sept 2024, 14:06 UTC≈1,490 views18 reactionsread 19 August 2026 Photo
Roobert Mugaabee fi haati warraa isaa ijoollee 6 erga waliin godhatanii booda guyyaa tokko wal lolaan.
Achii haati manaa isaa baay'ee aartee uffata ishee boorsaatti guurrachuu eegalte.
Mugaabeen gocha ishee kanatti ajaa'ibsiifamee " Maaliif uffata kee waliitti guurracha jirta?" ittin jedhe.
Isheeniis "kanan booda si waliin jiraachuun na gahe jira gara harmee kootin deema..."
Innis gara kutaa ciisichaa deemee uffata …
👍11🥰4❤3
Signed Tahir Dedefo🍅
2 Sept 2024, 17:40 UTC≈1,490 views9 reactionsread 19 August 2026 #ARSII
••••••
Maqaan Arsii jedhu kun hedduu turaadha.qorataan seenaa kan warra arabaa sheikh Isaq Ahmed Alawi jaarraa 12ffaa keeyssa gaafa biyya Afrikaa tana daawwatu
Gosa Arsii jedhamtu naannoo laga ganaalee tanatti argee Akka ture kitaaba isaa gubbatti ibsee jira.( Madda : oromo and the Christian kingdom of Ethiopia).
Gara biraatiin kitaaboota gara garaa gubbatti maqaan gosa Arsii…
🥰6👍2❤1
Signed Tahir Dedefo🍅
2 Sept 2024, 17:40 UTC≈1,300 views1 reactionsread 19 August 2026 Photo
Photo, posted without a caption
🥰1
Signed Tahir Dedefo🍅
Showing the 12 most recent of 20 posts we hold for @Dhangaaoromiyaa. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.