4 Nov 2024, 12:58 UTC≈655,000 views11,829 reactionsread 24 September 2026 beeksisa
Ramaddiin sagantaa PREMEDIAL ifoome.
Yaadachiisaa
Bara barnootaa 2016 barattoonni qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa darbanii fi qabxii darbiinsaa argattan yuunivarsiitiiwwan mootummaa Ministeera Barnootaa jala jiran keessatti sagantaa REMEDIAL irratti hirmaachuuf, ramaddii dhaabbata keessanii filannoowwan keessatti ilaaluu akka dandeessan isin beeksifna armaan gaditti tarreeffamtanii akkaataa bilbila erg…
❤4,080👍2,830👏798🔥791🙏586😇484🤔480🕊457
25 Oct 2024, 18:25 UTC≈563,000 views2,223 reactionsread 24 September 2026 📍 Ramaddiin yuunivarsiitii bara 2017 ifoomeera.
🔖 Bara 2016tti barattoonni qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa darbanii fi bu’aa darbiinsaa argatan sagantaa idileetiin dhaabbilee barnoota olaanoo mootummaa Ministeera Barnootaaf itti gaafatamummaa qaban akka baratan ramaddii ifoomeera.
📍 Filannoowwan armaan gadii kanaan ramaddii keessan ilaaluu akka dandeessan ibsameera:
Marsariitii 👇
https://placement.ethernet.edu…
❤964👍642🥰105🤔98😁82👏79🌚56🤬56
10 Sept 2024, 13:39 UTC≈552,000 views5,298 reactionsread 24 September 2026 Photo
Namni hin ilaallee jira Qormaata isaa?
👍2,040❤894🖕566😁410😭297🤣276🔥237🤡178
10 Sept 2024, 12:42 UTC≈513,000 views1,566 reactionsread 24 September 2026 Bu'aa qormaata maatirikii kutaa 12ffaa keessan galgala sa'aatii 6:00 irraa eegalee karaa filannoowwan kanaan ilaaluu dandeessu:Portal👉 https://result.eaes.et
Telegiraamii👉 https://t.me/EAESbot
Koodii durtii 'R' jedhu galchuun ergaa barreeffamaa gabaabaa gara 6284tti erguun bu'aa keessan beekuu dandeessu.
👍506❤420🤔102😁94🔥83🙏77👏67🥰67
9 Sept 2024, 19:38 UTC≈487,000 views2,700 reactionsread 24 September 2026 Bara 2016. Qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa irratti barattoonni dhibbeentaa 5.4 qabxii 50 ol akka galmeessan gabaafameera.
------------------------------------------------------------
Bara 2016. Ministirri barnootaa olaantummaan piroofeesar Birhaanuu Neegaa bu'aa qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa ilaalchisee ibsa gaazexeessummaa kennaniiru.
Akka ministirri kun jedhanitti barattoota qormaata biyyaalessaaf taa…
👍1,140❤863🥰108😁104👏102🔥90😭87🤔62
1 Aug 2024, 12:49 UTC≈589,000 views11,480 reactionsread 24 September 2026 Qabxiin Qormaata Naannoo Kutaa 6ffaafi kutaa 8ffaa bara 2016 beekame.
--------
BBO- Adoolessa 25/2016 Qabxiin qormaata barattoota kutaa 6ffaafi 8ffaa bara 2016 har'a ibsameera.
Bara Barnootaa 2016 Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaa Keessatti Barattootni Kutaa 6ffaa qormaata naannoo #fudhatan dhi 255,145
dub 248,581
walitti 503,726
#kan_darban_immoo,
kutaa 6ffaa
dhi 207,141
(81.18%)
dub 201,335
(80.99%)
walitti 4…
👍4,140❤2,870👎826🥰771👏698🔥535😁439🏆382
5 Feb 2022, 11:46 UTC≈973,000 views30,890 reactionsread 24 September 2026 Biiroo Barnoota oromiyaa #Join godha. Odeeffannoo Haaraa ba'an argachuuf @biiroo_Barnoota_ Oromiyaa 📌 @Biiroo_Barnoota_oromiya
👍11,900❤5,660👎2,840🔥1,920🥰1,370👏1,350😁1,350🤮1,190
Channel photo updated
Channel created
Showing the 9 most recent of 9 posts we hold for @Biiroo_Barnootaa_Oromiyaa. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.