8 Jun 2026, 08:39 UTC455 views6 reactionsread 24 August 2026 Photo
Leencatu jedhani...
Erga dhalatee hoolota waliin oolee bulee guddate. Akkuma isaanii marga dheedee bishaan dhugee mana tokko waliin bulaa oolmaa tokko waliin oolaa guddate. Leenci kun ilaalcha hoolaa of keessatti guddisuun amalaa fi ilaalcha hoolaa ofitti fudhatee ani Hoolaadha ofiin jedhee isaan waliin jiraata ture. Guyyaa keessaa guyyaa gaaftokkoo marga dheedicha irraa bishaan dhuguuf hora deemani. Achi ga'aniis b…
❤6
Signed Abdi Hm
27 Apr 2026, 09:50 UTC718 views8 reactionsread 24 August 2026 Photo
"Eega yaaduun kee hin oolle murtee malee hin ka'in"
Join👇👇 sher godhi
@Galmee_Hayyoota
@Galmee_Hayyoota
❤8
Signed Abdi Hm
17 Feb 2026, 16:53 UTC≈2,050 views5 reactionsread 24 August 2026 Photo
#Ramadaana
Soomni guddaan Ji’a Ramadaanaa guyyaa boruu eegala.
Ji'i ji’a Ramadaanaa mul'ateera. Jechuun haramayin gabaaseera.
Salaanni Taraweeh har’a galgala eegala, soomni Ramadaanaa boru, eegala.
hordoftoota amantii Islaamaa maraan baga geessan jechaa ji’a soomanaa gaarii isiniif hawwa.
Join sher 👇👇godhi
@Galmee_Hayyoota
@Galmee_Hayyoota
❤5
Signed Abdi Hm
19 Jan 2026, 16:50 UTC≈2,040 views7 reactionsread 24 August 2026 Haala kee
keessaa tokko
namafi himte kan
hafe ni
tilmaamuu !
Kanaaf amala kee
namatti hin himin
Join sher 👇👇👇godhi
@Galmee_Hayyoota
@Galmee_Hayyoota
❤7
Signed Abdi Hm
21 Dec 2025, 19:03 UTC≈2,090 views7 reactionsread 24 August 2026 Ofitti murteessee ❌
Hanga dhaba lubbuu
Barbaacha kee miilli
Osoo ana dhukkubuu
Akka atileetii
Oliif gadi fiigee
Takka yaada jaaree
Takka takka diigee
Akka waan si arguu
Tolan cabee dhiige
Takka gaara gubbaa
Takka goodaa laalee
Sin argadha se'ee
Wanta hedduun yaale
Sitti dhihaachuudhaaf
Hin ciisne hin teenye
Garuu bara dheeraaf
Si arguun dandeenye
Milkaa'inni tureef
Hin kutadhu abdii
Waan dhamaatii guddaa
Bu'aa ca…
❤6👍1
Signed Abdi Hm
Live stream finished (22 seconds)
Live stream started
10 Oct 2025, 19:32 UTC≈1,880 views3 reactionsread 24 August 2026 Walitti dhufeenya ija kee lamaan gidduu jiru beektaa? Wal faana libsatu, wal faana deemu,wal faana boo'u, wal faana waa ilaalu akkasumas wal faana rafu. Ta'us garuu tasa wal arguu hin danda'an. Hiriyummaanis akkana ta'uu qaba!...Jireenyi hiriyaa malee hiika hin qabu (duwwaadha).
Join sher👇👇godhi
@Galmee_Hayyoota
@Galmee_Hayyoota
👍2❤1
Signed Abdi Hm
15 Sept 2025, 09:38 UTC≈2,530 views5 reactionsread 24 August 2026 Photo
Bu'aan qormaata akkamiin ilaalu danda'ama?
Barattoonni qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa bara 2017 qormaata fudhatan bu'aa yeroo gadhiifametti karaa asii gadii kanaan ilaaluu ni danda'u jedhameera.
Marsariitii 👉https://result.eaes.et
Ergaa barreeffamaa gabaabaa /SMS/👉 6284
Karaa Telegiraamii👉 https://t.me/eaesbot
Share waliif Gochuu hin dagatinaa!
Join 👇sher godhi
@Galmee_Hayyoota
@Galmee_Hayyoota
❤3🥰2
Signed Abdi Hm
9 Sept 2025, 14:15 UTC≈1,840 views3 reactionsread 24 August 2026 ..Waan dandeessu, waan qabduun, bakka jirtutti hojjedhu
..Sagaleen yaada namoota biroo sagalee keessoo keetii akka hin liqimsinee
..Shakkiin kufaatiin yoomiyyuu caalaa abjuu ajjeesa
..Sammuu jechuun dandeettii jijjiirama wajjin walsimsiisuudha
Join👇👇sher godhi
@Galmee_Hayyoota
@Galmee_Hayyoota
❤1🤗1😘1
Signed Abdi Hm
16 Jul 2025, 18:42 UTC≈2,050 views17 reactionsread 24 August 2026 #Update #Official #BBO #Kutaa_8ffaa #Grade_8_Result
Bu'aan barattoota kutaa 8ffaa bara 2017 kan naannoo Oromiyaa yeroo ammaa kana ilaalamaa jira.
Barattoota kutaa 8ffaa hanga ammaatti hin ilaallanne hundaaf #share taasisaa!
Qabxii keessan ilaallachuuf liinkii armaan gadii fayyadamaa!
https://oromia.ministry.et/#/result
Guutummaa odeeffannoo kanaa fi akkaataa itti ilaallatan argachuuf channel armaan gadii join f…
❤9👏2🥰2😘2💋1🤗1
Signed Abdi Hm
11 Jul 2025, 14:37 UTC≈4,040 views7 reactionsread 24 August 2026 "Eenyummaa keenyaaf gadi aantummaa laachuun kaayyoo keenya gatii dhowachuudha"
Join👇👇sher godhi
@Galmee_Hayyoota
@Galmee_Hayyoota
❤5🤗2
Signed Abdi Hm
Showing the 12 most recent of 20 posts we hold for @Galmee_Hayyoota. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.