25 Aug 2026, 09:50 UTC≈4,690 views74 reactionsread 2 September 2026 Jijjiirraa online ilaalchisee godina harargee lixaa aana hawwii qajeelfamaan alaa ba'anii wagga15 ol malee approve hin goonu jedhanii maaloo sagalee nuu ta'a jijjiirraan tuttuqaa irraa bilisa jechaa mirgii barsiisaa maaf sarbamaa BBO, waldaa barsiisota oromiyaa adaraa horddoffii nuu Godhàa.
❤63👏6👍3👎2
Signed Shemsu Shifa Muhammed
25 Aug 2026, 09:49 UTC≈4,700 views17 reactionsread 2 September 2026 #Adeemsa_Qabxii_Kutaa_12ffaa_Ittiin_Ilaallattan!
= = =
✅ Qabxii Qormaata kutaa 12ffaa bara 2018 gaafa 18/12/2018 waaree dura ykn gaafa 19/12/2018 waaree booda akka gadi lakkifamu ministeerri Barnootaa ibse karaalee armaan gadiitiin adeemsa armaan gadii kana hordofuun ilaallachuu dandeessu!
1. Website ፡ https://result.eaes.et
2. Telegram bot፡ https://t.me/EAESbot
#website
1. Liinkii kana banuu: https://result.eaes.e…
❤14👎2😱1
Signed Shemsu Shifa Muhammed
12 Aug 2026, 22:23 UTC≈11,300 views30 reactionsread 2 September 2026 File
Ramaddii waytii Barnootaa Bara 2019.pdf
❤18👍9🔥3
Signed Shemsu Shifa Muhammed
12 Aug 2026, 21:02 UTC≈10,000 views19 reactionsread 2 September 2026 Photo
#Kutaa8ffaa_MBBA_Dorgomaniif!
#Galmee: Guyyaa 2qofatu hafa!
#GuyyaanQormmaata: Hagayya 20/2018 waan ta'eef ganama sa'aatii 1:30tti buufata itti galmooftanitti argamuun #online'n akka qoramtan Biiroo Barnootaa Oromiyaa beeksiseera!
❤18🔥1
Signed Shemsu Shifa Muhammed
9 Aug 2026, 11:41 UTC≈12,600 views133 reactionsread 2 September 2026 #Oduu_Gammachiisaa
#Moosaajiin_Jijjiirraa_Barsiisotaa_Banameera
✍️ Barsiisonni keenya jijjiirraa hawwiin eegaa turtan baga gammaddan jechuu barbaanna!
Liinkiin kanaan seenuun ilaalaa!
https://tmis.oeb.gov.et/landing
❤60👍45👏27🔥1
Signed Shemsu Shifa Muhammed
8 Aug 2026, 19:25 UTC≈10,600 views17 reactionsread 2 September 2026 Oduu Gammachiisaa!
Barattoota Kutaa 10ffaa Manneen Barnootaa Bultii Addaatti Barachuu Barbaadan Hundaaf
----------
BBO - Hagayya 02/2018 Ministeerri Barnootaa Itoophiyaa Manneen Barnootaa Bultii Addaa Sad. 2ffaa Shan Keessatti Bara 2018 Irraa Eegalee Barattoota Qaxalee Kutaa 9ffaa Simachuun Barsiisuu Kan Eegale Ta'uun Ni Beekama.
Haaluma kana bu'uureeffachuun Ministeerri Barnootaa Bara Barnootaa 2019 Barattoota …
❤13👍3🥰1
Signed Shemsu Shifa Muhammed
8 Aug 2026, 10:57 UTC≈7,680 views12 reactionsread 2 September 2026 Photo
Liinkii Galmee:-
https://exam.oeb.gov.et/
❤10👍2
Signed Shemsu Shifa Muhammed
8 Aug 2026, 05:58 UTC≈7,600 views13 reactionsread 2 September 2026 Photo
#SIRREEFFAMA
Galmee Barattoota Manneen Barnootaa Bultii Addaafi Addaa Sad. 2ffaa Dorgommiin Galuu Barbaadan Hundaaf
Haaluma kanaan:
#Ergaawwan sirrachuu qaban #lama yoo ta'an;
1) #Iddoo_Galmee :- Iddoon Galmee ibsaman sunniin hin barbaachisan.
Kanaafuu, Galmeen Oonlaayiniin(#Online)n Waan Gaggeeffamuuf barataan kamiyyuu bakkuma barbaade jiraatee(taa'ee) #Liinkii asii gadiitti fayyadamuun #Lakkoofsa_galmee (Registr…
❤12👏1
Signed Shemsu Shifa Muhammed
6 Aug 2026, 09:43 UTC≈9,860 views34 reactionsread 2 September 2026 Photo
#QabxiiDorgommiiMBBultiiAddaa2018
#Ministirii: dhi 83 fi isaa ol, dub 80 fi isaa ol
#GuyyaaGalmee: Adoolessa 30-Hagayya 12/2018
#GuyyaaQormaataa: Hagayya 19/2018 online kennama!
❤31👍3
Signed Shemsu Shifa Muhammed
4 Aug 2026, 04:32 UTC≈11,400 views111 reactionsread 2 September 2026 Photo
#SagantaaJijjiirraaBarsiisotaa2019
❶Hagayya 1-10 Moosaajiin waajiraalee barnootaaf baname baajata qaban fi hanqina barsiisota qaban irratti hundaa’uun feedhii jijjiirraa manneen barnootaa iddoo banaa qaban ni guutu.
❷Hagayya 11-16ti Moosaajiin Barsiisaaf banaa tahee barsiisaan fedhii jijjirraa ni guutu.
❸Hanga hagayya 1tti barsiisonni Waajjiraalee Barnootaa Aanaa isaanii irraa "Username fi paswad" fudhachuun wantoota…
❤66👍45
Signed Shemsu Shifa Muhammed
30 Jul 2026, 18:10 UTC≈10,800 views85 reactionsread 2 September 2026 #Beeksisa_Qabxii_Qormaata_Kutaa_6ffaa_2018
#Barattoota_Qormaata_Kutaa_6ffaa_Bara_2018_Fudhatan_Hundaaf
•=•=•=•=•=•
✅ Qabxiin qormaata kutaa 6ffaa bara 2018 gaafa guyyaa boruu Adoolessa 24/2018 Waaree Dura Sa'aatii 4:00-6:00 keessatti kan ibsamu tahuu BBO beeksiseera.
👍50❤21👏6🔥4🥰4
Signed Shemsu Shifa Muhammed
30 Jul 2026, 08:02 UTC≈10,500 views29 reactionsread 2 September 2026 File
#Dogoggora_sirreeffame
#Barsiisota Dippiloomaa irraa gara #Digriitti barnoota fooyyeeffachuuf dorgomtan kanneen gosti barnootaa keessan dogoggora akka qabu aanaa keessanitti iyyachaa turtaniifi barsiisonni muraasni bakki Yuunvarsiitii itti ramadamtan jijjiirameera waan ta'eef hordofaa.
👍19❤9👏1
Signed Shemsu Shifa Muhammed
Showing the 12 most recent of 22 posts we hold for @Shemsu01. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.