29 Jul 2026, 15:03 UTC72 views8 reactionsread 24 August 2026 Photo
Namni kami?
Isa gaafa haqaa moo isa gaafa raqaa
Isa gaafa nagaa moo isa gaafa ragaa
Isa gaafa dabaa moo isa gaafa dhabaa
Isa gaafa gammachuu isa gaafa argachuu
Isa gaafa nageenyaa isa gaafa qabeenyaa
Isa gaafa gaddaa moo isa gaafa addaa
Isa gaafa cidhaa moo isa gaafa hidhaa
Isa gaafa jaalalaa isa gaafa halaalaa
Isa gaafa nyaataa isa gaafa ijibbaataa
Isa gaafa liqii moo isa gaafa xiiqii
Isa gaafa roorroo moo isa gaafa…
❤3🥰3🔥2
Signed Dereje Sime
17 Jul 2026, 14:00 UTC142 views2 reactionsread 24 August 2026 Of fakkaadhu/Of tahii jiraadhu
Jireenya kana keessatti wanti hunda caalu ofii taatee jiraachuudha. Addunyaan nuti irra jirru tun, addunyaa wacaan guutamteedha; namni hundi akka ati isa fakkaattuu fi akka ati deemsa isaanii hordoftu barbaada. Garuu ati eegaa eenyummaa keetiiti; kophaa kee ta'uu keetti hin dhiphatin, namoota fakkaachuufis of hin rakkisin. Sammuu keenyaa nagaa kan argatu waan gurri keenya dhagahuufi waa…
🔥2
Signed Dereje Sime
16 Jun 2026, 08:34 UTC238 views4 reactionsread 24 August 2026 Photo
"Adunyaa kanaa irraa firrii anii qabuu tokkoo namichaa uffataa hodhuudha ."jedhee namichii
Maliif yoo jedhamuu "Isaa kaleessaatin nan Safaruu" jedhee!!
👉Firrii kenyaa innii samii kiristoos Iyesuusis kalessaa keenyaan borii keenyaa hin ballessuu
👉Cabaa keenyaa kalessaa tuttuqee waransaa nuttin ho'isuu
👉Carraa dhumaa keenyaa jalqabaa keenyaan hin ijaaru
👉Kalessaa keenyaa imalaa cubbuu haqee akkaa guyyaa dhaloota keeny…
🔥4
Signed Dereje Sime
10 Jun 2026, 07:49 UTC164 views11 reactionsread 24 August 2026 Photo
Photo, posted without a caption
👍6❤3🔥2
Signed Dereje Sime
10 Jun 2026, 07:48 UTC150 views5 reactionsread 24 August 2026 ✔️Ani of koof qulqulluu ta'e si xurreessu.
Qacoon dur sababa gara garaan rakkoo keessa galee sobuus danda'a osoon beeku fi osoon hin beekin nama miidhu danda'a
Harkaa dhabuuf nama jaalattuu gammachiisuuf badii raawwadheen jira ta'a san akkan taasisuuf bu'urrii koo rakkoo keessa jiru yerichaaf akka furmaatatti fudhadheen ta'ina ceephoo koo har'ati.
Amma sababa badii kaleessa itti yaadee dhiphadhuu fi iddoo keennuuf hi…
❤4👍1
Signed Dereje Sime
28 May 2026, 13:17 UTC150 views6 reactionsread 24 August 2026 Photo
Bakka siif hin malle hin dhaabbatiin!
Titiisni maaliif xureeffatamti beektaa filannoo bakkaafi xiyyeeffannoo hin qabdu!
Bakkuma argite qubatti ,qulqulluufi balfaa adda hin baafattu, kanaaf bakka hundatti barrisaa argamti.
Kanaaf jibbamti, Ajeeffatamti!
Namni hunduu tisiisa hin jaallatu, qodaa tisiisni irra qubatetti hin nyaatu, hin dhugu , yoo akka tasaa titiisni urra qubatte meeqa of mil'ata of shakka, ofitti am…
🔥5❤1
Signed Dereje Sime
31 Mar 2026, 14:24 UTC217 views5 reactionsread 24 August 2026 Photo
“Milkaa’inni guyyaa tokko keessatti hin dhufu; obsaan ijaarama.”
Waaqni guddaan Beekadha.
One day is Coming soon 🔜
https://t.me/eenyuuakkahaadhaa
🔥5
Signed Dereje Sime
26 Mar 2026, 17:14 UTC238 viewsread 24 August 2026 Jaalalaf jireenya sirrii jiraachuuf Murannoo qabaachuu qabna Qalbii guutuu itti keennuu qabna Yeroo, fayyaa fi humna keenyatti guutummaatti fayyadamuun hojjechuu qabna. Gammachuu yeroo gabaabaa irratti hin xiyyeeffannu. Dadhabina fi sodaa of irraa buqqifnee tarkaanfii fudhachuu qabna.
Yoo jabaatee jabaa taata
Qabaatu hundatu siif fira
Dabdu firaaf antee keetu si jibba nagaanu ba'aa itti ta'a
Jalaalaan cimaa
Hojiif ga…
Signed Dereje Sime
25 Mar 2026, 09:14 UTC237 views4 reactionsread 24 August 2026 Waan ati sodaattu caala waan ati tuffattetu si kuffisa! Omaa nagochuu hin danda’u jettee haqa hin dabsiin! Gorsa!
https://t.me/eenyuuakkahaadhaa
👍4
Signed Dereje Sime
8 Mar 2026, 19:41 UTC282 views8 reactionsread 24 August 2026 Photo
Yaa Anaa uffachaa Jira qull'aa kooti
Nyaadhe beela'a, dhugeen dheebodha
Aduutu Baha garuu yeroo mara natti qorra.
Yaa Anaa Yaadeen xinxala
Xinxaleen yaada ,
Yaadan hixachaa, hixadhee Yoom bira gahu⛹️♂️
Jabaan Waaqa 🙏
@eenyuuakkahaadhaa
@eenyuuakkahaadhaa
❤5🔥2👍1
Signed Dereje Sime
25 Feb 2026, 09:13 UTC222 views6 reactionsread 24 August 2026 Photo
"Shakespeare "_akkas jedhe:
Yeroo hundumaa gammachuun natti dhagahama.
Maaliif akka ta'e beektaa? Sababni isaas
Nama kamirraayyuu homaa hin eegu.
▪Ofiif qofa jiraadhu.
▪Yeroo hunda wanti eegamu nama dhukkubsa.
▪Gammachuu fi Kolfaa itti fufi.
▪Jireenyi gabaabaa dha. Kanaaf jireenya kee jaalladhu.
Dubbachuu kee dura Dhaggeeffadhu.
Barreessuu kee dura Yaadi.
Baasii osoo hin godhin dura, Galii argadhu.
Kad…
👍4🔥2
Signed Dereje Sime
3 Feb 2026, 11:11 UTC308 views8 reactionsread 24 August 2026 Photo
Kaleessi Cheekii badeedha. Har'i kaashii nuti of harkaa qabnuudha. Guyyaan borii hin beekamu. Kanaaf har'aa keenyatti fayyadamuu qabna.
Jabaan Waaqa 🙏
@eenyuuakkahaadhaa
@eenyuuakkahaadhaa
🔥6❤2
Signed Dereje Sime
Showing the 12 most recent of 20 posts we hold for @eenyuuakkahaadhaa. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.