23 Aug 2026, 19:09 UTC21 views1 reactionsread 24 August 2026 🤝 Hin dhiphaatinaa — ati nama cimaa dha!
---
✅ Yoo milkaa'te — gaarii dha!
✅ Yoo milkaa'u baatte — baay'ee baay'ee gaarii dha 😊✨
Sababni isaa...
👇👇👇
🌱 Daandiin jireenyaa barnoota qofa miti!
🛤️ Waaqayyo karaa isaa keessatti si qajeelcha
🕊️ Yeroo tokko tokko karaa dhabuu keenya keessatti karaa haaraa argina
🌟 Halkan gaarii qabaadhaa 🌙
💤 ulfinaan rafi — boruun kee ifa!
🫶 Isin jaalatamtoota dha — kan jaalatu, kan ta…
❤1
17 Aug 2026, 20:14 UTC53 views3 reactionsread 24 August 2026 7) Mallattoolee fi ibsitoota biyyaaleessaa keessatti walqixa mul'ataniiru?
8) Seenaa biyyaalessaa keessatti iddoo walqixa argataniiru?...
Gaaffiiwwan biroo hedduu itti dabaluun ni danda'ama.
Gaaffiiwwan kana kaasuun faayidaa addaa gaafachuu miti; gaaffii lamummaa walqixaati.
Dhimmi Muslimootaa dhimma amantaa qofaadhaa?
⭕⭕⭕⭕⭕⭕⭕⭕⭕⭕⭕⭕⭕
Amala dhugaa gaaffichaa adda baasuun barbaachisaadha. Lammiin Muslimaa tokko ra…
❤2👍1
17 Aug 2026, 20:14 UTC44 viewsread 24 August 2026 "Gaaffii yoo kaastan seekulaarizimiin na yaadachiisa"
🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴
Biyya keenya keessatti amalli durii kan nama yaaddessu tokko jira. Muslimoonni Itoophiyaa dhimma seenaa, haqa, bakka bu'iinsa, barnoota, diinagdee, mirga namoomaa, hirmaachisummaa dhaabbilee ykn mirga heera mootummaa kaasuun gaaffii yeroo dhiyeessan, yeruma sana “seekulaarizimii” kan yaadatan qaamoleetu jiru.
Damee fi bakka hundatti walqixxummaan qaba…
17 Aug 2026, 20:14 UTC31 viewsread 24 August 2026 Jechi kun Muslimoota ijaarsa biyyaa, beekumsa maddisiisuu, saayinsii, siyaasa, aadaa, ijaarsa dhaabbilee, iddoo murteessummaa fi ajandaawwan biyyaalessaa irraa kan fagaatan godhee dhiyeessa.
Muslimni akka barsiisaatti hin ilaalamu. Akka saayintistiitti hin ilaalamu. Akka abbaa fardiitti hin ilaalamu. Akka qopheessaa imaammataatti hin ilaalamu. Akka abbaa seenaattis hin ilaalamu. Akka lammii guutuuttis hin lakkaa'amu.…
17 Aug 2026, 20:14 UTC31 viewsread 24 August 2026 “Islaamni yoo Salaateefi daldale kan biraa maal barbaada?”
🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥
Gaaffiiwwan lamummaa saanduqa “dhimmoota amantaa” keessatti ukkaamsuu balaa caasaa fi sirnaan tajaajila alagaa taasisuu.
📶📶📶📶📶📶📶📶📶📶📶📶📶
Ahmedin Jebel-አሕመዲን ጀበል
🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴🔴
“Islaamni yoo sagadeef daldale malee maal barbaada?” jedhu kun jecha haaraa miti. Bara dheeraaf kan dhaalame, dhalootarraa dhalootatti kan deddeebi’ame, har’as ifatti dubba…
4 Aug 2026, 13:36 UTC124 views33 reactionsread 24 August 2026 📝Ati isa kam?
▬▬▬▬▬▬▬▬▬
✅ Abbaan tokko hiikkaa jireenyaa ilma isaa barsiisuuf bishaan qodaa sadiitti naqee ibidda qabsiise.
1. Qodaa jalqabaatti dinnicha.
2. Qodaa lammaffaatti hanqaaquu.
3. Qodaa sadaffaatti buna itti dabalee .
Daqiiqaa muraasa booda bu'aa isaa ilma isaatti agarsiise:
➡️1. Dinnichi: Utuu hin seenin dura jabaa ture, garuu bishaan bulluqaa keessa yeroo darbu, lallaafaa fi laafaa, dadhabaa ta'e.
➡️2. …
❤12💯11👍9👏1
30 Jul 2026, 19:06 UTC88 viewsread 24 August 2026 https://t.me/SkillMoney01_bot/earn?startapp=ref_97BBA647
19 Jul 2026, 14:40 UTC175 views33 reactionsread 24 August 2026 Posted without readable text
👍13💯11❤9
16 Jul 2026, 14:00 UTC178 views33 reactionsread 24 August 2026 Rahamataaf nagaya
Kan akka galaanaa
Nabiitti haa bu'u
Kan yaa'u wal faana
Caalaa khalqii cufaa
Muhammad musxafaa
Raahmata itti buusi
Rabbi alfa alfa
#Muhammad❤️
@Bahar_creative
💯13❤10👍10
14 Jul 2026, 21:09 UTC172 views25 reactionsread 24 August 2026 Assalaamu aleeykum warahmatullaahi wa barakaatuhuu
Haadha "SABBATA LAMAA beektuu"????
Dubbisaamee seenaa dhugaafi akkaan abdii namatti horuufii hedduu garaa nama nyaatuudha!👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
Asmaa’aan intalli Abii Bakrii (R.A) seenaa Islaamaa keessatti dubartoota seenaa boonsaa fi gootummaa guddaa qaban keessaa ishee tokkodha.
Seenaan isheen maqaa "Haadha Sabbata Lamaa" (zat al-Nitaqayn) jedhamu ittiin argatte, yer…
❤15👍6💯4
14 Jul 2026, 20:33 UTC129 views20 reactionsread 24 August 2026 Waan dalaguuf namatti hin ulfaanne garuu Faayidaa guddaa Nama Rabbitti amaneef qabu kana beektuu?? Eeyyeen ni beektu😁
Garuu meeqa keennatu hojiirra oolchaa jira?? Jiraayyuu😁
Hojiirra oolchuuf yaalluumee😉
Rabbiin nuuf haa laaffisuu maalidhaayyu garuu inni sila??😳
Ila kuunnooti asiin gadi👇 laali
Ishii ammuma laala😁😁
Faayidaalee wuduu'aan deemuu / yeroo kamuu wuduu'a ufii eeggatuun nama Rabbiitti amaneef qab…
❤7👍6💯5🙏2
14 Jul 2026, 20:16 UTC113 views27 reactionsread 24 August 2026 “Gaaf tokko namni tokko si filata, guyyaa guyyaanis si filachuu isaa itti fufa, siif ja'ee hundaa ni dhaba, si dhabuu irra garuu jiruu dhabuu filata.” ♥️
Inshaa’Allah😇
💔Jaalalti miidhaa miti.
👍10❤9💯8
Showing the 12 most recent of 20 posts we hold for @Bahar_creative. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.