4 Aug 2026, 03:35 UTC115 views5 reactionsread 6 August 2026 Forwarded from @hopepromotion
✅ Daqiiqaa 30 booda ni balleeffama - Channelee Kanneen ariifadhaa Join Godhadhaa! 🎄 📊⬇️
┃📩 Now Speak English
┃─
┃😀 Daily Info
┃─
┃😁 Kottaa Kolfaa
┃─
┃⚽️ Football Highlight
┃─
┃❓ Kana Beektuu
┃─
┃👤 @Gaggeessummaa
┃─
┃📚 @Books_Club12
┃─
┃😄 Dinqisiisoo Addunyaa
┃─
┃💡 Beekumsa Waliigalaa
┃─
┃✍ Seenaa Oromoo
Ariifadhaa Join Godhadhaa! 👇👇
Free promotion
✍️ Contact: @Getu_Abera
😘3👍1😍1
3 Aug 2026, 16:40 UTC180 views7 reactionsread 6 August 2026 👋Hi!
🔵 Join the Best Channels below 👇
┃_
┃Reading PDF 📖
┃_
┃Leadership and Psychology 🥇
┃_
┃Walaloo Jaalalaa ❤️
┃_
┃Love Tips 💋
┃_
┃Hariiroo Jaalalaa 🌷
┃_
┃@Amharic_proverb ✉️
┃_
┃Love Heart 😵💫
┃_
┃Facts and Knowledge ✅
┃_
┃Siifol Tech 🖥
┃_
┃@Dhimma_Fayyaa 💊
┃_
┃English Class 🎓
┃_
┃Now Speak English 🕖
┃_
┃Jara Tech 🚀
┃_
┃Crypto Earn 💸
┃_
┃@Gaaela_Gaarii 🎀
┃_
┃Getu Official
┃_
┃Arara Tv World Wide ❤️
┃_
┃Spiritu…
😘3👍2❤1😍1
31 Jul 2026, 02:39 UTC320 views8 reactionsread 6 August 2026 Photo
💔 Jaalalli shamarranii dhiirota hawwachuuf ulaagaalee gurguddoo 3 qabaachuun irra jiraata jedhamee yaadama, Kunis,...⏩See More
👉 See More
See More
❌ Dhiironni ariitiin jaalala simatan dhuma irratti,...➡️See More
❤4🥰2😘2
29 Jul 2026, 18:31 UTC337 views7 reactionsread 6 August 2026 Photo
Balaa kirkira lafaa Jappaan mudateen hanga ammaatti namoonni 13 du'uun mirkanaa'e
Balaa kirkira lafaa magaalaa OfunatoMadda suuraa,AFP via Getty Images
Ministirri Muummee Jappaan Sanayi Takaayichii balaa kirkira lafaa kibba lixa biyyattiitti mudateen hanga ammaatti namoonni 13 du'uu himan.
Lubbu-baraartonni hedduun bakka balaan mudatetti bobbaafamuun hojii saffisaan hojjetaa jiraachuus ibsan.
Giddugala gabaa guddi…
👍3😍3😘1
25 Jul 2026, 02:43 UTC430 views10 reactionsread 6 August 2026 Photo
❤️ "Jaalalli madda nagaan irraa maddu kan ta'eef sababa gurguddoo 4 ...⏩ As tuquun dubbisaa
👇👇
See More
See More
😍5❤3🥰2
25 Jul 2026, 02:38 UTC352 views7 reactionsread 6 August 2026 👋Hi!
╔┓┏╦━━╦┓╔┓╔━━╗
║┗┛║┗━╣┃║┃║╯╰║
║┏┓║┏━╣┗╣┗╣╰╯║
╚┛┗╩━━╩━╩━╩━━~
🔵 Join the Best Channels below 👇
Reading Materials & Psychological Channels 👇
┃_
┃Reading PDF 📖
┃_
┃Leadership and Psychology 🥇
┃_
┃Walaloo Jaalalaa ❤️
┃_
┃Love Tips 💋
┃_
┃Hariiroo Jaalalaa 🌷
┃_
┃@Amharic_proverb ✉️
┃_
┃Love Heart 😵💫
┃_
┃Facts and Knowledge ✅
┃_
Educational Channels
┃_
┃Siifol Tech 🖥
┃_
┃Researchers Review ☁️
┃_
┃@Dhimma_Fayyaa 💊…
❤4👍1👏1😘1
22 Jul 2026, 19:28 UTC337 views4 reactionsread 6 August 2026 Photo
❤️ Jaalalli iddoo gurguddoo afuritti qoodama. ➡️As tuquun dubbisi!
👇👇👇
🫱✨ See More👈
🫱 ✨See More👈
⬆️⬆️⬆️
😍2😘2
22 Jul 2026, 18:33 UTC350 views7 reactionsread 6 August 2026 Photo
Tiraamp buufata Niwukilaraa Iraan haleeluuf dhaadatan
Waraanni Ameerikaa fi Iraan gidduutti adeemsifamaa jiru guyyaa 11ffa seeneera. Tiraamp buufata nuukileeraa Iraan haleeluuf dhaadate
🥰3👍2❤1😘1
20 Jul 2026, 23:37 UTC478 views9 reactionsread 6 August 2026 Photo
Boordiin Filannoo Itoophiyaa naannoo Amaaraa bakka filannoon hin gaggeeffamin turetti filannoo gaggeessuuf qophii ta'uu ibse
Loogoo Boordii Filannoo BiyyaalessaaMadda suuraa,NEBE
Boordiin Filannoo Biyyaalessaa Itoophiyaa filannoon marsaa 7ffaa bakkeewwan hin gaggeeffamin hafetti filannoo gaggeessuuf qophiirra jiraachuu ibse.
Naannoo Amaaraa keessatti bakkeewwan filannoon itti hin gaggeeffamne jedhe naannoo filannoo…
❤3👍3🥰2😘1
19 Jul 2026, 07:12 UTC564 views9 reactionsread 6 August 2026 Photo
Riqicha manca'e, namoonni gubbaaddhaa jalaayis mul'atu Madda suuraa, Riqicha kaaba Iraanitti haleellaa Ameerikaatiin barbadaawuu aangawoonni himan
Loltoonni US lama Jordaan keessatti ajjeefamuu booda US fi Iraan wal haleellaa bulan
US Sanbat-duraa haleellaa qilleensaa marroo hedduu Iraanirratti raawwatte, haleellaawwan kun kan qiyyaafatan basaasawwan handaara galaanaa fi buufataalee ittisa qilleensaa ta'uu aangawoo…
😍5❤2🥰2
18 Jul 2026, 17:22 UTC407 views10 reactionsread 6 August 2026 Photo
US halkan torbaaf Iraan rukutte; Iraanis biyyoota michuu Ameerikaa haleeluu cimsite
Waraanni Ameerikaa erga pirezidaantiin US Doonaald Tiraamp waliigalteen dhukaasa dhaabuu yeroo ''xumuramuu'' labsanii as Iraan irratti halkan torbaffaaf walittifufinsaan haleellaa raawwachuu isaa ibseera.
👍5❤3🥰1😍1
18 Jul 2026, 02:39 UTC403 views8 reactionsread 6 August 2026 Photo
Har'a Finfinneetti hiriirri nagaa akka taasifamu poolisiin beeksise.
Guyyaa har'aa magaalaa Finfinneetti hiriirri nagaa akka gaggeeffamu poolisiin magaalaa Finfinnee beeksise.
Hanga hiriirri kuni xumuramutti karaan gara Addabaabayii Masqalaa geessu akka cufamu beeksiseera.
Sababa hiriira kanaas yoo ibsu ''jeequmsa Naannoo Tigraayitti hammaataa dhufe mormuufi dhaabsisuuf'' akka ta'e ibse.
Akkasumas ''mootummaa fed…
❤4🥰2😍2
Showing the 12 most recent of 19 posts we hold for @BBC_Afaan_Oromoo1. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.