5 Sept 2026, 02:42 UTC11 views4 reactionsread 5 September 2026 Forwarded from @hopepromotion
✅Daqiiqaa 30 booda ni balleeffama - Channelee Kanneen ariifadhaa Join Godhadhaa! 🎄📊⬇️
┃📩Now Speak English
┃─
┃😀Daily Info
┃─
┃😁Kottaa Kolfaa
┃─
┃⚽️ Football Highlight
┃─
┃❓Kana Beektuu
┃─
┃👤@Gaggeessummaa
┃─
┃📚@Books_Club12
┃─
┃😄Dinqisiisoo Addunyaa
┃─
┃💡Beekumsa Waliigalaa
┃─
┃✍Seenaa Oromoo
┃─
┃✉️ Join 10K+ Special Channel
┃─
┃ © Books and Psychology
┃─
Ariifadhaa Join Godhadhaa!👇👇
Free promotion
✍️Contact: @Ge
🥰2👍1😘1
3 Sept 2026, 18:08 UTC29 views7 reactionsread 5 September 2026 Don’t lose this list, it could be very helpful
---
1. Viralsky.ai (write viral posts)
2. Boosend.ai (automate DMs)
3. Perplexity.ai (research anything)
4. Suno.ai (create AI music)
5. Canva.com (design graphics)
6. ElevenLabs.io (clone voices)
7. Aitrendz.xyz (find 3700+ AI tools)
8. Luma.ai (create 3D models)
9. Vibefluencer.io (content prompts)
10. Florafauna.ai (AI content canvas)
11. Descript.com (edit videos)
12…
😍3👍2😘2
30 Aug 2026, 15:13 UTC80 views6 reactionsread 5 September 2026 Photo
Hub: Tajaajila paaspoortii hundarratti ashaaraan ni kennama!
Namoonni baay'een akkuma durii paaspoortii haaraa baafachuu qofaaf ashaaraan kennama jedhanii yaadu. Garuu yeroo dhiyoo asitti namni paaspoortii haareffatus, kan bade baafatus ta'e, tajaajila kamiyyuu argachuuf dirqama biiroo immigration deemee ashaaraa kennuu fi suuraa haaraa ka'uu isa barbaachisa.
Sababnisaas paaspoortiii inni fudhatu E-Passport waan ta…
😘3😍2❤1
29 Aug 2026, 23:19 UTC73 views9 reactionsread 5 September 2026 Photo
27 Hagayya 2026
Gargaarsa hubannoon namtolcheen(AI)'n baqaqsanii yaaluun sammuu jalqabaa taasifame
Nama wal'aansi baqaqsanii yaaluu taasifameefMadda suuraa,UCH
Dhukkubsataan addunyaa jalqabaa deeggarsa AI'dhaan wal'aansa baqaqsanii yaaluu sammuu taasifate.
Riyaas Hibeert abbaa ijoollee lamaa lammii UK otoo wal'aansa kana hin taasifanne taheetii qaroosaa dhaba ture jedhe hakiimni Hospitaala Yunivarsiiti Kooleejii L…
😘7🥰2
29 Aug 2026, 17:48 UTC76 views7 reactionsread 5 September 2026 👋Hi!
🔵 Join the Best Channels below 👇
┃_
┃Reading PDF 📖
┃_
┃Leadership and Psychology 🥇
┃_
┃Walaloo Jaalalaa ❤️
┃_
┃Love Tips 💋
┃_
┃Hariiroo Jaalalaa 🌷
┃_
┃@Amharic_proverb ✉️
┃_
┃Love Heart 😵💫
┃_
┃Facts and Knowledge ✅
┃_
┃Siifol Tech 🖥
┃_
┃@Dhimma_Fayyaa 💊
┃_
┃English Class 🎓
┃_
┃Now Speak English 🕖
┃_
┃Jara Tech 🚀
┃_
┃Crypto Earn 💸
┃_
┃@Gaaela_Gaarii 🎀
┃_
┃Getu Official
┃_
┃Arara Tv World Wide ❤️
┃_
┃Spiritu…
😍4👍2❤1
19 Aug 2026, 10:07 UTC177 views9 reactionsread 5 September 2026 👋Hi!
🔵 Join the Best Channels below 👇
┃_
┃Reading PDF 📖
┃_
┃Leadership and Psychology 🥇
┃_
┃Walaloo Jaalalaa ❤️
┃_
┃Love Tips 💋
┃_
┃Hariiroo Jaalalaa 🌷
┃_
┃@Amharic_proverb ✉️
┃_
┃Love Heart 😵💫
┃_
┃Facts and Knowledge ✅
┃_
┃Siifol Tech 🖥
┃_
┃@Dhimma_Fayyaa 💊
┃_
┃English Class 🎓
┃_
┃Now Speak English 🕖
┃_
┃Jara Tech 🚀
┃_
┃Crypto Earn 💸
┃_
┃@Gaaela_Gaarii 🎀
┃_
┃Getu Official
┃_
┃Arara Tv World Wide ❤️
┃_
┃Spiritu…
👍4😍2😘2❤1
8 Aug 2026, 16:38 UTC243 views13 reactionsread 5 September 2026 Photo
☎️ Koodiiwwan Barbaachisoo Bilbiloota Android (Ethiopia keessatti)
1️⃣ Lakkoofsa IMEI ilaaluuf
👉 *#06#
IMEI (International Mobile Equipment Identity) bilbila keenyaa beekuuf nu fayyada.
2️⃣ Call Forwarding (Bilbila gara biraatti darbuu) ilaaluuf
👉 *#21#
bilbilli keenya bilbila biroo irratti hidhamuu fi dhiisuu isaa baruuf nu fayyada.
3️⃣ Call Waiting (Bilbilli keenya qabamee jiraachuu beeksisu)
👉 *43#
Yoo bilbila …
😍7❤3🥰2👏1
7 Aug 2026, 17:08 UTC377 views11 reactionsread 5 September 2026 ➡️ Waa'ee Software Engineering.
📚 Software Engineering'n damee injinariingii yeroo ammaa barattoota hedduun biratti jaallatamaa jiruudha. sooftiweerota adda addaa (System or application softwares) uumuu fi hojjechuuf field'n yunivarsiitiiwwan keessatti dhiyaatu 'Software Engineering' jedhama.
📚 Sagantaa digirii jalqabaan software engineering'n waggaa meeqa fudhata?
⏳ Yuunivarsiitiiwwan Itoophiyaa hedduun keess…
❤5🥰3😍2😘1
4 Aug 2026, 02:47 UTC210 views12 reactionsread 5 September 2026 Photo
Koomputerri Maali? (Hiikaa fi Bu'uura)
Namoonni baay’een koomputara waan salphaa godhanii yaadu, garuu hojii isaanii adda adda dha. Mee sirriitti haa ilaalluu.
🌐 Koomputerri maalii?
Koomputera jechuun meeshaa elektironiksii data (odeeffannoo) fudhate, sassaabe, hojjete, fi xumura irratti bu’aa isaa kennudha.
💻 Jecha salphaan:
=>> Koomputara = “Hojjetaa data saffisaa”
📌 Hojii isaa:
=>> Data (Galchituu) fudhata
=>…
❤6🥰2😍2👍1🔥1
31 Jul 2026, 02:39 UTC225 views10 reactionsread 5 September 2026 Photo
Gosoota Koomputaraa (Desktop, Laptop, Tablet)
Namoonni baay’een koomputara jechuun desktop qofa jedhanii yaadu, garuu koomputerri gosa garaa garaa qaba. Mee sirriitti haa ilaalluu.
🌐 Gosoota Koomputaraa maalii?
Koomputara jechuun meeshaa data hojjetu dha, garuu bifa fi guddina adda addaa qabaachuun kaayyoo garaa garaaf oola.
💻 Jecha salphaan:
=>> Gosoota Koomputaraa = “Hojjetaa bifa adda addaa”
📌 Gosoota Gurguddo…
🥰6👍2😘2
25 Jul 2026, 02:43 UTC250 views15 reactionsread 5 September 2026 Photo
☎️ Apps Akkamitti Uumamu?
Har'a bilbila keenya keessatti app hedduu fayyadamna. WhatsApp, Telegram, TikTok, YouTube, Facebook, Google Maps fi kanneen biroo guyyaa guyyaan nu gargaaru. Garuu yeroo tokko of gaafanneerraa?
👉 "Apps kunneen akkamitti uumamu?"
Mee salphaatti haa hubannu.
💡 App jechuun Maali?
App (Application) jechuun:
👉 software hojii tokko hojjechuuf qophaa'e dha.
Fakkeenyaaf:
WhatsApp ergaa wal jijji…
😍8❤4😘3
22 Jul 2026, 19:28 UTC204 views12 reactionsread 5 September 2026 Photo
Meta’n Instagram Plus qabatee dhufe! 🚀
Kumpaaniin Meta tajaajila kaffaltii ykn Premium Subscription haaraa "Instagram Plus" jedhamu qopheessuun yaalii jalqabuu isaa beeksiseera. Tajaajilli kun namoota kaffaltii kaffalaniif carraawwan (features) addaa ta’an kan dhiheessuudha.
Faayidaalee Instagram Plus keessatti hammataman keessaa:
* Story Dhoksaadhaan Ilaaluu: Suuraa ykn Viidiyoowwan sa’aatii 24 booda badan, eenyumm…
❤7👍2🥰2😘1
Showing the 12 most recent of 20 posts we hold for @Siifol_Tech. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.