8 Aug 2026, 03:34 UTC18 views6 reactionsread 8 August 2026 👋Hi!
🔵 Join the Best Channels below 👇
┃_
┃Reading PDF 📖
┃_
┃Leadership and Psychology 🥇
┃_
┃Walaloo Jaalalaa ❤️
┃_
┃Love Tips 💋
┃_
┃Hariiroo Jaalalaa 🌷
┃_
┃@Amharic_proverb ✉️
┃_
┃Love Heart 😵💫
┃_
┃Facts and Knowledge ✅
┃_
┃Siifol Tech 🖥
┃_
┃@Dhimma_Fayyaa 💊
┃_
┃English Class 🎓
┃_
┃Now Speak English 🕖
┃_
┃Jara Tech 🚀
┃_
┃Crypto Earn 💸
┃_
┃@Gaaela_Gaarii 🎀
┃_
┃Getu Official
┃_
┃Arara Tv World Wide ❤️
┃_
┃Spiritu…
😘3❤1👍1😍1
7 Aug 2026, 16:18 UTC93 views10 reactionsread 8 August 2026 Photo
🔵OF-EEGGANNOO IJA YKN AGARTUUF GODHAMUU QABU
Ijji bu’aa dhagna keenya keessaa murteessaa ta’ee fi of eeggannoo baay’ee barbaaduudha.
➡️Wantoota ija keenya miidhan
1. Ifa fodda televeziyoonii , bilbila fi kompiyuutara irraa dhufu
2. Ifa aduuf baayyee saaxilamuu (UV ray)
3. Alkoolii fi tamboo gar malee
4. Awwaara fi wanttoota alaa ija keenya galan
5. Nyaata madaalamaa dhabuu fakkeenya, Hanqina nyaata vitamin A jaami…
🥰4❤3👍2😘1
6 Aug 2026, 16:19 UTC161 views14 reactionsread 8 August 2026 Photo
"Operation dhaan deessa naan jedhani..."
Haati tokko Operation (Surgery) dhaan akka deessuuf sababi maal fa'i?
Afaan Meedikaalaatiin procedure'n hojjetamu Cesarean Section (CS) jedhama!
Cesarean Section jechuun gadameessa baqaqsanii daa'ima fi ofkaltii (Placenta) karaa garaa haadhaa baasuu jechuudha.
Sababootni Isaas
[ ] Miixuun yoo akka eegametti deemuu dide.
[ ] Daa'imarra balaan yoo ga'e (Fetal distress).
[ …
❤6👍4😘3😍1
5 Aug 2026, 16:06 UTC212 views13 reactionsread 8 August 2026 Photo
FUNUUNA ykn DHIIGUU FUNYAANII ( nasal bleeding) AKKAMIIN
DHAABUU QABNAA? YEROO BAAY'EE MALIRRAA KA'AA?
1. Funyaan keenya quba gudaa fi quba elemtuu gidduutti
jabeessinee qabachuudhaan gara lafee jalatti argamuutti gadi
dhiibuu.
2. Gara fuulduraatti xiqqoo gadi jechuu. Gara dudduubaatti jechuun
dhiigni akka ujummoo nyaataa ykn ujummoo qilleensaa seenu
taasisa malee dhiiga dhaabuuf hin gargaaru.
3. Gadi ciisuu dhiis…
👍7🥰3😘3
4 Aug 2026, 17:21 UTC235 views13 reactionsread 8 August 2026 Photo
RAKKOOWWAAN ULFA BAASUUN WAL-QABATAN MAALII?
Gaaffii baay'een keessan karaa keessaan na gaafattaniif deebii dha.
Maxxansa kana irratti kan ilaallu ulfa baasuu (abortion) isa karaa yaala fayyaan sababawwan fudhatama qaban garaagaraa irraa kan ka’e taasifamuu fi osoo hin barbaadin dubara irraa ofumaan bahuu jalqabuudha yookiin ba'ee dhumuu dha.
Dubbii keenyarratti ulfa baasuun karaa lama kunis, qoricha liqimfamuu fi …
🥰6👍3😘3😍1
3 Aug 2026, 16:37 UTC330 views12 reactionsread 8 August 2026 Photo
Ulfa ta’uun alatti laguun maaliif hafuu yookiin dhabbataa ta’uu dhiisaa?
•••
Hafuu yookiin yeroon isaa wal jala daddarbuu laguuf sababoota hedduutu jira.
• Cinqama sammuu yookin rakkoolee xiinsammuu biro kanneen akka mukaa’ummaa cimaa
• Dhukkubbii qaamaa kamiyyuu
• Rakkoowwan hormoonii qaama keenyaa madaala isaa dhabuu kanneen akka Taayiroyidii
• Harma hoosisuu (dubarri deesse keessattuu hanga ji’a 6 tti)
• Sochii q…
😘6❤3👍2😍1
2 Aug 2026, 18:07 UTC309 views16 reactionsread 8 August 2026 Photo
FAYYAA SAMMUU FI BUNA DHUGUU
Buna dhuguun biyya keenya keessatti dhugaatii isaa irra darbee faayidaalee hawaasummaa hedduuf akka oolu beekamaa dha. Qorannoo baayyeen biyyoota guddataniin as ba’aa ture yeroo baayyeef miidhaa isaa irratti kan xiyyeeffate ture. Yeroo ammaa kana faayidaalee bunni fayyaa namaatiif keessattuu fayyaa sammuutiif godhu qorannoo hedduun as ba’aa jiru. Mee isaan keessaa muraasa haa ilaallu:
**…
😍7❤6👍2😘1
1 Aug 2026, 18:06 UTC305 views8 reactionsread 8 August 2026 Photo
Faayidaalee Kaarootiin qabu:
Kaarootiin fayyaa ilma namaaf wantoota barbaachisan keessaa isa tokko. Innis of-keessaa qabiyyee hedduu kan fayyaa qaama keenyaaf barbaachisan kan akka 'alpha & beta carotene' vaayitaminoota, albuudota garagaraa fi kompaawundoota biroo of keessaa waan qabuuf kaaroota yoo kan argannu ta'e guyyaa guyyaan soorata soorattan keessa galchuun faayidaa hedduu argattuu. Isaan keessaa muraasni:-
…
😍5❤1👍1😘1
31 Jul 2026, 18:03 UTC325 views14 reactionsread 8 August 2026 Photo
Faayidaalee Jinjibilaa:
Jinjibilli keemikaala “Gingerol” kan faayidaalee armaan gadii kennu of keessaa qaba.
– Fedhii (appetite) nyaataa nuuf dabala.
– Balaqqama (balaqqama konkolaataa keessaa dabalatee) nurraa ittisa.
– Dhukkuubbii marsaa laguu ni hir’isa.
– Nyaanni garaa keessaa daakamuu dhabuu (indigestion) nurraa ittisa.
– Vaayiresii qufaa dadhabsiisuun diifafa nurraa balleessa.
– Dhukkubbii maashaa erga ispoort…
❤9👍3😘2
30 Jul 2026, 18:04 UTC367 views12 reactionsread 7 August 2026 Photo
Faayidaalee Avokaadoo nyaachurraa argannu.
••
✍️ Avukaadoo kuduraa faayidaa olaanaa qabuudha, moggaasa “kuduraa fayyaa ilma namaaf barbaachisaa” jedhamuunis beekkama. Qabiyyee isaa keessatti viitaminoota, albuudota garaagaraa fi wantoota qaamaaf murteessoo ta’an heddu of keessaa qaba. Faayidaaleen isaa kan akka dandeettii qaamni dhibee dandamachuu dabaluuf gochuu, bullaa’insa nyaataa fooyyessuufi dhukkuba garaachaa i…
❤6👍3🥰2😍1
29 Jul 2026, 02:36 UTC422 views17 reactionsread 7 August 2026 Photo
Diinota Ilmaan Namaa Afran.
Ragaan Dhaabbata Fayyaa Addunyaa (WHO) akka agarsiisutti dhukkuboonni diina ilma namaa ta'uun akka addunyaatti lubbuu namaa galaafatuun sadarkaa tokkoo hanga 4 qabatan dhukkuba onnee, faalij, dhukkuba sombaafii michii sombaa wal duraa duubaan sadarkaa qabatanii jiru.
1. Dhukkuba Onnee (Ischemic Heart Disease)
- Sababa hiddoonnni dhiiga onnerraa gara qaamaa geejjiban dhiphachuun ykn cu…
❤9😍4🔥3😘1
28 Jul 2026, 02:36 UTC395 views14 reactionsread 7 August 2026 Photo
Hin qisaasinaa!
Ofiin ofirraa dhangalaasun (seeggaan) miidhaa fayyaa baay'eef kan nama saaxilu hoggaa ta'u isaan keessaa tokko dhiirotaratti baay’ina sanyiin kormaa gad buusun dhala dhabuuf ykn maseenummaf nama saaxila. Dubartoonni dubrummaa qaban ammoo ofiin ofirraa dhangalaasuuf hoggaa gorogoran miira keessa galuun humnaan rukutanii dubrummaa ofirraa balleessu. Kanaaf bishaan keessaniifii dubrummaa teessan hin qis…
❤9😘3🥰2
Showing the 12 most recent of 13 posts we hold for @Dhimma_Fayyaa. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.