14 Aug 2026, 15:39 UTC160 views4 reactionsread 16 August 2026 Forwarded from @Caayaadiiinaalislaam
๐บ BARAKAA QURโAANAA FI KABAJA WARRA QURโAANAA ๐บ
Guyyaa Qiyaamaa namni hundi bakka tokkotti walitti qabama.
Garuu warri Qurโaana qaraโan, Qurโaana ุญูุธ (hifz) godhan, beekumsaa fi hojii gaarii irratti jabaatan kabaja addaa qabu.
๐ Malaayikota kabajamoo fi qulqulluu waliin taโu.
๐ Guyyaa Qiyaamaa namni hundi walirraa dheessa; garuu warri Qurโaanaa fi warri beekumsa Diinii qaban kabaja fi badhaasa addaa argatu.
๐ Quโฆ
โค3๐1
12 Aug 2026, 20:11 UTC254 views3 reactionsread 16 August 2026 Forwarded from @maada_beekumsaa
๐น MUSLIMA TAโUU KEETIIF RABBIIF GALATA GALCHI! ๐คฒ๐
โ
Warra qabeenyaan dhaadatu gaafa argite, warra gosaa fi shanyiin dhaadatu gaafa argite, ati Diina Rabbiitiin dhaadadhu! Diin Islaamaa irra jiraachuu keetiin booni. Karaa Rabbii qabachuu caalaa wanti guddaan hin jiru.
โAni Muslima!โ jedhi. ๐ค
๐Muslima taโuu keetiif Rabbiif galata galchi.
๐ Rabbiin Diina kana nama jaalatuuf kenna; nama jaalatus iimaanaan badhaasa. Kโฆ
๐2โค1
8 Aug 2026, 16:36 UTC514 views13 reactionsread 16 August 2026 Forwarded from @Zaadul_muttaqiin
Seenaa Faaximah (r.a) Intala Nabii keenyaa (s.a.w)
โ๏ธ Faaximaa bint nabii keenyaa (r.a) haadha manaa Aliyyi bin Abii Xaalib. haadha hasaniifii huseen. Sadarkaa guddoo qabdi.
๐ Aa'isharra odeeffame akkana jette: โGuyyaa tokko Faaximaan deemaa nutti dhufte deemsi isii deemsa nabiiti fakkaata. Nabiin intala tiyya baga nagayaan dhufte jedhee simatee mirga yookaa bitaa isaa teessise. Eegasii dubbii wahii hasaasee itti hโฆ
๐6โค4๐ฅฐ3
4 Aug 2026, 16:34 UTC685 views7 reactionsread 16 August 2026 Forwarded from @Caayaadiiinaalislaam
๐ฟ Sabahaa Al-Kheeyr ๐ฟ
Yaa obboleessa koo fi obboleettii koo,
โ
Guyyaan har'aa kennaa guddaa Rabbiin siif kenne dha. Galata Rabbii baasi, salaata kee eegi, qalbii kees zikrii Rabbiitiin ifa godhi.
๐Rabbiin ol ta'e ni jedha:
๏ดฟุฃูููุง ุจูุฐูููุฑู ุงูููููู ุชูุทูู
ูุฆูููู ุงูููููููุจู๏ดพ
โ
โDhugumatti, qalbiin yaadannoo Allaahaatiin tasgabboofti.โ
โ
Har'a hojii gaarii tokko hojjadhu, nama tokko gammachiisi, araarama kadhadhu, namโฆ
โค3๐2๐2
1 Aug 2026, 19:33 UTC812 views8 reactionsread 16 August 2026 Forwarded from @CaayaadiiinaalislaamFile
๐ง Walaloo ajaaโibaa tan Dhageeffadhaa mee barakallaahufikum.
โ๏ธMata-Dureen isaaโ๏ธ
Dhiirummaan durba hanqatte๐
๐Warri Sagantaan isin jala darbe...Sagalee kana seenaa Dhageeffadhaa....๐บ
โ๏ธ @Caayaadiiinaalislaam โ๏ธ
โค4๐ฅฐ3๐1
1 Aug 2026, 19:00 UTC676 views5 reactionsread 16 August 2026 Forwarded from @CaayaadiiinaalislaamFile
๐ง Sagantaa Daaw'aa Mata-Dureen Muslimoota Kaleessaa fi Muslimoota Har'aa kan jedhuudha.......๐ค
By Oustadh Jibril Dita....๐
๐Warri Sagantaan isin jala darbe...Sagalee kana seenaa Dhageeffadhaa....๐บ
โ๏ธ @Caayaadiiinaalislaam โ๏ธ
โค4๐ฅฐ1
29 Jul 2026, 16:47 UTC918 views17 reactionsread 16 August 2026 Forwarded from @CaayaadiiinaalislaamPhoto
Jabaluu
Abukaatto haqaa
Seenaa badde baasu
Barruu isaa takkiittiin
Diina waywaachisu
Leenca ja'e waamuus
Hin gitun madaaluu
Anis abbaan qaba
Abbaa Leenca caalu
Badhaasa Rabbiiti
Kan ummata Islaamaa
Maqaan isaa Ammaddiin
Jabaluun beekkama
Yoo laaltu nam tokko
Garuu kumaa olii
Ijji budaa hin argin
Ammaddiin Jabalii
โค13๐ฅฐ3๐1
28 Jul 2026, 21:55 UTC760 views6 reactionsread 16 August 2026 Forwarded from @CaayaadiiinaalislaamFile
๐ง Maarii keenya Guyyaa har'aa kan fakkaata kuno
..โช end โ..
๐Mata-Duree Maarii keenya Eenyummaa Yesuus Kiristoosโ๏ธ
Ibnu Teymiya & Agenyo
๐Warri Sagantaan isin jala darbe...Sagalee kana seenaa Dhageeffadhaa....๐บ
โ๏ธ @Caayaadiiinaalislaam โ๏ธ
โค5๐ฅฐ1
26 Jul 2026, 04:20 UTC982 views7 reactionsread 16 August 2026 Forwarded from @CaayaadiiinaalislaamFile
Walaloo ajaaโibaa tan Dhageeffadhaa....๐น๐น
โ๏ธMata-Dureen isaaโ๏ธ
Dur Dubartiinis Dhiira๐๐
๐Warri Sagantaan isin jala darbe...Sagalee kana seenaa Dhageeffadhaa....๐บ
โ๏ธ @Caayaadiiinaalislaam โ๏ธ
๐5๐ฅฐ2
25 Jul 2026, 19:41 UTC883 views3 reactionsread 16 August 2026 Forwarded from @CaayaadiiinaalislaamFile
๐ง Sagantaa Daaw'aa Mata-Dureen Gahe dubartoonni Islaamummaa keessatti qabdu jedhu.......๐ค
By Oustadh Kedir Baqataa....๐
๐Warri Sagantaan isin jala darbe...Sagalee kana seenaa Dhageeffadhaa....๐บ
โ๏ธ @Caayaadiiinaalislaam โ๏ธ
๐2๐1
24 Jul 2026, 18:27 UTC909 views2 reactionsread 16 August 2026 Forwarded from @Rafiiqul_IslaamPhoto
๐จ๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐จ๐๐๐๐๐๐๐ ๐พ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐พ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
ุงูุญู
ุฏ ููู ุฑุจ ุงูุนุงูู
ูู ๐คฒ
Gammachuu guddaadhaan isin beeksisna! ๐
Tola Rabbiitiin ergasii deeggarsa keessaniin fuulli Telegram keenya hordoftoota 1,000 (1๏ธโฃ๐ ) ga'eera. Kun milkaa'ina keenya qofa osoo hin taane, milkaa'ina maatii keenya hundaati.
Galanni guddaan Rabbii keenyaaf haa ta'u. Itti aansuunis, galata guddaa isin hundaaf dhiyeessina. Jaalalli, deeggarsi, qooโฆ
๐2
Signed ใ๏ปฟ๐๐๐๐ข๐ข๐ช๐ฎ๐ฅ ๐๐ฌ๐ฅ๐๐๐ฆ ุฑููู ุงูุฅุณูุงู
ใ
23 Jul 2026, 14:39 UTC845 views9 reactionsread 16 August 2026 Forwarded from @maada_beekumsaa
Namni guyyaa qiyaamaa iddoo tokkorratti walitti qabama.
โ
haafiza qur'aanaa maleeโ๏ธ
๐ malaayikaa..!
๐ malakaa dalagaa namaa barreessan,kabajamoo, qulqulluu wajji tayu.
โ
Guyyaa qiyaamaa namni hundi walirraa dheessa haafiza qur'aanaa /ilma diin bare malee
๐ inna haadhaafi abbaa soqa taaja kabajaa isaan uffisuuf
๐qur'aanni jannata siseensisee qofa sirraa hin hafu,siwajji tura haga sadarkaalee jannataa keessa olfโฆ
๐6๐2โค1
Showing the 12 most recent of 23 posts we hold for @rayaa_jamaal. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked โ was rounded by Telegram before we ever saw it โ t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so โ1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.