17 Aug 2026, 17:26 UTC312 views4 reactionsread 25 August 2026 Photo
Of-eeggannoo
Loltoonni murna Bilxiginnaa karoora sakattaa W30 jedhu qabachuun Lixa Wallaggaa aanaa Qilxuu Kaarraa irraa kallattii ganda Guyyoo Daallee, Waandii Daallee, Agamsa Bal'aa fi Daandii Guudii jedhuun amma halkan kana kallattiin magaalaa keessaa sochii gochuu qabattee halkan kana baatee waan jirtuuf uummanni bal'aan of tiksaa!
#Akeekni isaanii riphanii namoota miidhuu, butuun dirree waraanaatti erguu fi kann…
🔥4
2 Aug 2026, 11:53 UTC659 views7 reactionsread 25 August 2026 Waraa-nni seeraan hin taaligamne, injifachuu dhiisiiti, karaa injifannoo hin bahu!
Meeshaa waraa-naa ammayyaawaa hidhatus dursee yoo kaayyoo lol-uuf sammuu keessa hin qabaanne inni akka daakuu qilleensa irratti ol darbameeti. Hedduminni isaa yoo tokkummaa fi kaayyoo irratti calalamuun hin hundoofne innoo akka tuuta goondaa tooraan yaatuu miilli irra ejjeteeti!!
❤6🔥1
2 Aug 2026, 07:25 UTC593 views1 reactionsread 25 August 2026 Video
Safuu dha boo
Bireen Lola kaabaa Itoophiyaatti eegalee bakka isaalle quba hin qabu garagalee warra gaazexessaa gaafata 😜🤣
😁1
1 Aug 2026, 17:05 UTC580 views2 reactionsread 25 August 2026 Odeessa Waraana Kaabaa
Waraanni Biraanu Julaa kan booji'aamu malee booji'uuf hin leenjine lola salphaa TDF waliin godheen hanga ammatti loltoonni K/Abiyyi 350 TDFn qabamaniiru.
🫴Yaa Oromoo lola si hin ilaallanneetti dhiiga kee hin dhangalaasin.
🔥2
1 Aug 2026, 17:03 UTC492 views3 reactionsread 25 August 2026 Photo
Oduu Gama Sudaan Nu Dhaqabe
Waraanni mootummaa Sudaan kan Jeneraal Al-Burhaaniin hoogganamu dhiheenya kana haleellaa cimaa waraana Amity(RSF) irratti raawwateen diroonota hedduu Itoophiyaa keessatti Omishaaman haleellaa fi ajjeechaaf gara Sudaan ergaman kuffisuu isaa gabaase jira.
Dirooniin kunneen ammoo Itophiyaa keessatti wal-ta'iinsa UAE (United Arab Emirates) Omishaaman kan ergaman ta'u ragaa suuraa waliin wal …
🔥2❤1
20 Jul 2026, 17:33 UTC617 views4 reactionsread 25 August 2026 Ati waraa-na sabaa taanan jaarmiyaan hoogganamuuti qabda. Seera jaarmiyaa keetii hordofuuti qabda. Qabsoo ati taasiftu akka seera jaarmiyaatti malee akka seera dhuunfaa keetti akka hin taane hubachuu qabda. Qabsoo dhuunfaa geggeessita taanan jireenya dhuunfaa keessatti taasisuuti qabda. Gaafa akka jaarmiyaatti qabsooftu dhiibbaan alaa dhufaa humna waloomaan sirraa ca-ba. Humni kee nii itita. Injifannoon kee nii baay'…
❤2🔥2
8 Jul 2026, 13:53 UTC814 views8 reactionsread 25 August 2026 Photo
Wan Raajii
Ijoolle qabsoon mana baase kana sossobdee galchiite hunda gara bosona Cillimoo geessun rashantee jirti PP'n.
Ejjennoo qabaadhu gurbaa
Albadheessa taate qe'ee warra gumaati dheessite du'a lama hin du'iin.
😭5❤3
8 Jul 2026, 13:45 UTC672 views3 reactionsread 25 August 2026 Photo
Wa"raanni Bi"lisummaa Oromoo Zoonii GG Shawaa Lixaa Ona Cophiitti humna Wa"raana PP ganamaan dhokatee Opration'f bahe haxxeen haleelun Milkii argateera.
Namaaf Qabeenya humna kanarraa booji'uun Qabsoof Galii Godhee jira.
I U O'f
❤2🔥1
5 Jul 2026, 19:27 UTC620 views1 reactionsread 25 August 2026 Yoo humni Oromoo yoo hin jabaanne saffisa amma deemaa jiruun Xoophiyaan dii+gamuunuu Oromoof balaa hamaadha! Qabsaa'onnii fi jaarmiyoonni Oromoo dii-gamuu impaayeraa Xoophiyaa dura, ijaaraminsa humna Oromoo irratti gadi jabeessanii hojjechuuti qabu. Xoophiyaa qaamni biraa dii-guu Oromoo irratti ba'aa guddaa uuma. Yoo dii-ge Oromoodhumti ofirraa dii-gee biyya isaa, akka isaaf ta'utti walii galee tolfachuuti qaba. Kun…
🔥1
28 Jun 2026, 06:20 UTC844 views6 reactionsread 25 August 2026 Photo
Odeessa!😀
Namni kun Colonel Abarraa jedhama.
Ajajaa Kutaa Waraanaa 76ffaa(76ኛ ክፍለ ጦር አዛዥ)ti. Diina Damassasaan jira jedhee odoo dhaadatuu Faandoon isaa qamisii dubartii keessa gangalatuu mataa facaafte ajjeefte!
Kana Waraanni Biraanu Julaa Ittin Dhaadatu🤣
❤3🔥3
24 Jun 2026, 17:14 UTC881 views6 reactionsread 25 August 2026 Photo
Ilaali Impayeera Atii Itti Baqattuu
#Inbox
Isaa: Akkam bulte?
Anaa: Nagaa.
Isaa: Jaal Haccee mucaa karaa nagaa galee ajjeessan dhageesse?
Anaa: Lakki, dhugaa moo?
Isaa: Dhugaadha. Eda halkan naannoo sa'aatii 4:00tti kan ta'e dha. Qaama mootummaa keessaa milishaatu iddoo inni ciisee jirutti isa ajjeese. Dhoksaa jiru; warri aanaa sodaatanii kaabinoota irraa dhaga'e
Anaa: Dhumni Gantuu kanuma dha.
❤3😭3
8 Jun 2026, 10:44 UTC978 views7 reactionsread 25 August 2026 WBOn zoonii lixaa lixa wallaggaa aanaa Laaloo assaabii fi Aanaa Warra jirruutti akka dansaatti ergamtuu Impayeera cafaqee jira
❤6🔥1
Showing the 12 most recent of 15 posts we hold for @AbboomaaMitikkuuWaaqoo. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.