22 Jun 2026, 09:23 UTC229 views3 reactionsread 14 September 2026 « Barattoonni Dhaabbilee barnootaa ol'aanoo irraa gara maatii deebitan Beekumsa shari'aa diin keessanii barachuun boqonnaa dabarsuu irratti xiyyeeffachuun isin irra haa jiraatu. Yeroon keessa jirru yeroo kamuu caalaa diin keenya beekuu fii sirriitti hubachuu nu dirqamsiisa. yeroon boqonnaa gannaa kun immoo yeroo qaalii namni rabbiin ﷻ isa waffaqe gama barnoota diin isaatiin hedduu itti of jijjiiruu fii waan hedduu it…
❤3
14 May 2026, 18:42 UTC273 views3 reactionsread 14 September 2026 Haati tee ati hojjattuus hojjachuu baattuus si jaalatti. Jaalalti ishee uumama. Waan si nyaachistu ni qabdi taanaan, hifannaa tokko malee siif kenniti. Garuu guyyaa ati hojjattee galtu akkaataan isiin itti seeqaa "abaluu kiyya, dadhabaa ooltee hoodho mee kana naaf nyaadhu" siin jettu adduma.
Hojiif olii gad cehuun kee akka haati kee onnee irraa sitti seeqqattu godha. Haala mijataa hin eeginii, haala keessa jirtu mij…
👍3
16 Apr 2026, 18:40 UTC238 viewsread 14 September 2026 Forwarded from @ararsodevPhoto
🚀 Portfolio Upgrade — Admin Panel Added
I’ve just taken my portfolio website to the next level by building a fully functional admin panel for my site.
This upgrade gives me complete control over how I manage contact form submissions—making everything faster, cleaner, and more professional.
Key features:
✅ View all messages with details (date, name, email, project type)
✅ Mark messages as read / unread
✅ Reply dire…
11 Apr 2026, 16:33 UTC201 views4 reactionsread 14 September 2026 Photo
I’m excited to share that I’ve officially launched my professional portfolio website 🚀
Over the past week, I designed and developed this project using HTML, CSS, and JavaScript for the frontend, along with Firebase for backend logic and Firestore as the database.
The website features a functional system where visitors can send messages and feedback, and as an admin, I can efficiently manage and review all submissio…
❤4
10 Apr 2026, 13:52 UTC198 viewsread 14 September 2026 Forwarded from @freshmanethiopianPhoto
✨📣 🅾duu Gammachiisaa Barattoota Yuunivarsiitii Ethiopia Guutuu (Freshman Student's) Hundaaf 🇪🇹✨
Barattoonni Yuunivarsiitii Ethiopia 🇪🇹 Freshman hundi keessanuu Baga Gammaddan Isiniin jenna! 🎉
Maarree, Developers Ciccimoon Team Dhaan Ta'uun Application “Freshman Ethiopia” jedhu,
👉 Kan bifa ajaa'ibaatiin qophaa'e
👉 Akkasumas technology waliin Kan Deeggarame
👉 Bifa hawwataa ta’een kan hojjatame Barattoota Yuunivarsii…
25 Feb 2026, 11:42 UTC595 viewsread 14 September 2026 Biyya teenya dabalatee biyyoota Afrikaa hedduu keessatti barattoonni hedduun barnoota teekinooloojii mooraa yuunivarsiitii fi kolleejjii garagaraa keessatti ni baratu. Barattooni hedduunis muummeewwan barnootaa teekinooloojii kanneen akka software Engineering, Computer Science, Computer Engineering, Information System, Information Technology fi kkf haalaan filatu. Garuu kan nama dhibu irra hedduun barattootaa maqaadh…
14 Feb 2026, 13:22 UTC218 viewsread 14 September 2026 https://www.linkedin.com/newsletters/full-stack-development-journal-7427947189563334656
11 Feb 2026, 12:14 UTC271 views3 reactionsread 14 September 2026 Photo
I’m excited to share that my LinkedIn network has grown to over 500 amazing connections.
Thank you to everyone who connected with me, supported me, shared knowledge, and inspired me through your posts and conversations. This platform has helped me learn, grow, and connect with professionals from different fields including technology.
As a Computer Science student, I truly value being part of this professional commu…
❤3
7 Feb 2026, 12:20 UTC246 views2 reactionsread 14 September 2026 Har'a waa'ee Mobile Operating System waliin ilaalla. Nu waliin turaa.
Mobile Operating Systems kanneen jennuun sirna hojii kan bilbiloota irratti hojjataniidha.
Isaanis kanneen armaan gadiiti:
● Android – Dhaabbata Google tiin kan hojjatame yeroo tahu, sirna hojii addunyaa irratti haalaan fayyadamamuu fi bilbilootni android ittiin hojjataniidha.
● iOS – Dhaabbata Apple tiin kan dhihaate yeroo tahu, bilbilootni iP…
❤2
5 Feb 2026, 07:49 UTC222 views2 reactionsread 14 September 2026 AI Assistant maali?
Artificial Intelligence Assistant jechuun hubannoo Nam-tolchee kanneen bakka namaa bu'anii yeroo namni hin jirretti tajaajila barbaachisu maamiltootaaf kennaniidha. Yeroo ammaa kanatti software, website fi application garagaraa kanneen hojjataman harki caalaan isaanii AI Assistant waliin hojjatamu. Dhaabbileen hedduunis yeroo tajaajiloota kanneen hojjechiifatan AI Assistant qabaachuu akka ulaagaa…
👍2
5 Feb 2026, 07:48 UTC162 viewsread 14 September 2026 Photo
Photo, posted without a caption
29 Jan 2026, 14:58 UTC369 views1 reactionsread 14 September 2026 Photo
#Backend Developer 🤣🤣🤣🤣
😁1
Showing the 12 most recent of 19 posts we hold for @creativedev_lab. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.