9 Jun 2026, 13:44 UTC197 views1 reactionsread 6 August 2026 Photo
#BARNOOTA ISLAAMAA
Barnoonni Islaamaa salaata qofaan kan daangeffamu miti. Inni karaa jireenyaa guutuu nama barsiisuudha.
Nabiyyiin ﷺ ni jedhan:
«طَلَبُ الْعِلْمِ فَرِيضَةٌ عَلَى كُلِّ مُسْلِمٍ»
"Barnoota barbaadachuun Muslimoota hunda irratti dirqama."
Dargaggaan Muslimaa tokko:
Qur'aana barachuu qaba.
Aqiiqaa isaa beekuu qaba.
Akhlaaqa gaarii qabaachuu qaba.
Beekumsa amantii fi addunyaa wal bira qabee barachuu qaba…
❤1
Signed ஜ۩۩ஜ IBN DAAWUDஜ۩۩ஜ
16 Aug 2024, 10:10 UTC≈1,290 viewsread 6 August 2026 إن خير يوم طلعت عليه الشمس هو يوم الجمعة
irra caalaan guyyaa aduun irratti baatuu ykn bariitu guyyaa JUM´AATI
فيه ساعة يستجاب فيها الدعاء،
Ammallee guyyaa san keessa sa´aatii du´aa´iin keessa qeebalamtutu jira
والصدقة فيه خير من الصدقة في غيره من الأيام
Ammallee sadaqaan guyyaa san keessa kennatamtu kan guyyaa biroo irra caaltuudha
.. فأكثر من الدعاء والصدقات في هذا اليوم
Kanaaf guyyattii san keessa du´aa´ii fi …
Signed ஜ۩۩ஜ IBN DAAWUDஜ۩۩ஜ
25 Jun 2024, 05:33 UTC≈2,630 viewsread 6 August 2026 Egamaan rabbii nagaa fi rahmanni isarratti haa jiraatu akkana jedhe:
Addunyaan gammachuudha, gammachuun hundarra gaariin dubartii qajeeltuudha.
Sheek Ibnu Uthaymeen Rabbi rahmata haa godhu akkana jedhan:
Namni tokko dubartii amantii fi sammuu isheetiin qajeeltuu yoo argate, addunyaa kanarraa gammachuu hundarra gaarii ta’e kana jechuudha
Iccitii isaa, qarshii isaa fi ijoollee isaa waan eegdufi
Isheenis nama sa…
Signed ஜ۩۩ஜ IBN DAAWUDஜ۩۩ஜ
24 Jun 2024, 05:49 UTC≈1,180 viewsread 6 August 2026 Yeroo keessi kee qulqulluu taate
Bakka hin beekne irraa Rabbiin ifa siif kenna.
Namoonni bakka ati hin beekne irraa si jaallatu, .
Namni sitti haajomuu fi si barbaadu bakka ati hin beekne irraa sitti dhufa.
🌹 @Ehsan_tube 🌹
Signed ஜ۩۩ஜ IBN DAAWUDஜ۩۩ஜ
15 Jun 2024, 17:21 UTC≈1,270 viewsread 6 August 2026 Photo
Baga Ayyaana iid al-ad-haa (arafaa) waggaa 1445tiin nagaan isin gahe.
Iida nagahaa kan milkii kan gammachuu siniif haa ta'u
እንኳን ለ1445ኛዉ የኢድ አል-አድሃ (አረፋ) በዓል በሠላም አደረሰችሁ!
በዓሉ የ ሠላም ደስታና የሰኬት የሁንላቹ
عيدكم مبارك تقبل الله أعمالكم وجعل جميع ذنوبكم مغفورة في عيد الأضحى وكل عام وأنتم بخير.
@Ehsan_tube
Signed ஜ۩۩ஜ IBN DAAWUDஜ۩۩ஜ
1 Jun 2024, 06:53 UTC≈1,190 viewsread 6 August 2026 Photo
Jireenya kee keessatti akka mukaa namoonnii dhagaadhaan dhahanuu muktimmoo firiidhaan isaan dhahuu tahi.
https://t.me/Ehsan_tube
https://t.me/Ehsan_tube
Signed ஜ۩۩ஜ IBN DAAWUDஜ۩۩ஜ
19 May 2024, 04:57 UTC≈1,330 viewsread 6 August 2026 Namichi tokko saalihoota keessaa tokkotti odeessa (namiimaa) qabate dhufe
Saalihtichis akkana jedheen:
Namimaan Yakka cimaa sadii natti fidde:
1- Obboleessa koo irraa na fageessite
2- Qalbii koo duwwaa immoo dhuunfatte
3- Lubbuu koo keessattis bakka lubbuu keetii balleessite
Yahya Ibnu Kathir Rabbi rahmata haa godhu akkana jedhe:
“Namni maqaa waan saahireen ji’a tokko keessatti hin balleessin sa'aatii tok…
Signed ஜ۩۩ஜ IBN DAAWUDஜ۩۩ஜ
17 May 2024, 09:35 UTC≈1,290 views0 reactionsread 6 August 2026 Gurbaan tokko akkana jedhe: Sufyaan bin Uyaynaan waliin deemaa osoon jiruu kadhataan tokko itti dhuftee waan kennu dhabee booye, kanaaf anis akkana jedhe: Yaa Abuu Muhammad maaltu si boochise? Innis akkana jedhe: Namni waan gaarii sirraa abdatee isa hin arganne caalaa balaan maali? Jedhee.
@Ehsan_tube
Signed ஜ۩۩ஜ IBN DAAWUDஜ۩۩ஜ
26 Apr 2024, 13:16 UTC≈1,780 views2 reactionsread 6 August 2026 Aliin bin Abii Xaalib Rabbiin irraa haa jaalatuu akkana jedhe: “Addunyaan dhumtee aakhira dhufte, kanaaf ijoollee aakhiraa keessa ta’i ijoollee adunyaa keessa hin ta’iin.”
@Ehsan_tube
👍2
Signed ஜ۩۩ஜ IBN DAAWUDஜ۩۩ஜ
26 Apr 2024, 12:29 UTC≈1,590 viewsread 6 August 2026 Anas bin Maalik (Ergamaan Rabbii Rabbi isa haa qananiisu, nagaa akka isaaf haa kennu, akkana jedhe: (Jibriil akka daawwitii adii tuqaa gurraacha irra jiru kana natti dhufe. Anis akkana jedheen: Yaa Jibriil, kun maali? Innis akkana jedhe:
Jimaata kana Rabbiin isinis ta'e ummata keessaniif ayyaana haa godhu, isin Yihudootaa fi Kiristaanota dura waan jirtaniif, sa'aatii hojjetaan tokko illee itti walii hin galle keessa…
Signed ஜ۩۩ஜ IBN DAAWUDஜ۩۩ஜ
25 Apr 2024, 09:48 UTC≈1,190 viewsread 6 August 2026 Omar Ibnu Al-Khattab, Rabbiin irraa haa jaalatu, akkana jedhe: (Sooma ykn Salaata nama kamiiyyuu hin laalin, garuu yeroo inni odeesse dhugaa dubbii isaa, yeroo imaanaa itti kenname amanamummaa isaa, yeroo inni quuqama isaa ilaalaa malee ni fayya) [((Hilyat Al-Awliya') Abuu Nu'aym (3/27) tiin.]
@Ehsan_tube
Signed Abu_khubeib
9 Apr 2024, 15:42 UTC≈1,600 viewsread 6 August 2026 Forwarded from @AbiyAhmedAliofficialPhoto
እንኳን ለ1445ኛው የኢድ አልፈጥር በዓል አደረሳችሁ፡፡
Baga Ayyaana Iid Alfaxir 1445ffaan Isin Gahe
Signed ஜ۩۩ஜ IBN DAAWUDஜ۩۩ஜ
Showing the 12 most recent of 19 posts we hold for @Ehsan_tube. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.