12 Jul 2025, 16:54 UTCโ2,720 views28 reactionsread 9 November 2026 โ warri biraa waan "aydol show" qabaniif jecha nutis "aydol show" qabaachuun dirqama nurratti hintahu. Warri biraa sirba waan qabaniif nuti sirbuun nurraa hin'eeggamu. Warri biraa yoonifi ayyaanoota bid'aa fii shirkii qabaatan nuti ayyaanoota isaanii kabajuuf hindirqamnu. Sababni isaas nuufii isaan garagar waan taaneefi. Nuti immoo akka warra kaanii tahuun nuuf hin hayyamamne.
โบ Nuti muslimoonni bakka hundatti hirmaโฆ
โค26๐1๐ข1
Signed KADIR ISLAM
10 Jul 2025, 08:04 UTCโ1,800 views5 reactionsread 9 November 2026 โข Yeroo hijaabni dhorkamu faayidaa hijaabaa,
โข Yeroo salaanni dhorkamu faayidaa salaataa,
โข Yeroo shari'aan dhorkamu faayidaa shari'aa isaanif ibsuf hinyaalin.
Sababni isaan wantoota kanneen irraa sidhorkan midhaa qaba jadhanii waan yaadanif osoo hintahin, waan amantii keetif jibbinsa qabanniifii hamma atis akka isaanitti kafartuutti nagayaan sidhiisanii taa'uu hinbarbaanneefi.
Ragaan waayee kanaatis, jecha rabbii โฆ
โค5
Signed KADIR ISLAM
7 Jul 2025, 14:31 UTCโ1,610 views20 reactionsread 9 November 2026 #๐ ๐ฒ๐ฒ ๐ข๐๐ผ๐ผ ๐ฅ๐ฎ๐๐๐๐น๐น๐ถ ๐ฅ๐ฎ๐ฏ๐ฏ๐ถ๐ถ ๐๐๐๐ฏ๐ฎ๐ป ๐๐ต๐๐ณ๐ฒ๐ฒ ๐ถ๐ท๐ฎ ๐ธ๐ฒ๐ฒ๐๐๐ฎ๐ป ๐ถ๐๐ถ๐ป ๐ค๐ฎ๐ฏ๐ฒ๐ฒ ๐บ๐ฎ๐ฎ๐น ๐๐ผ๐ผ๐๐ฎ๐ป๐ฅน๐ฅ. #๐๐บ๐ถ๐บ๐บ๐ฎ๐ป ๐๐ฎ๐ฟ๐ฐ๐ฎ๐ฎ๐๐ฎ๐ฎ..
#๐ฆ๐ฒ๐ฒ๐ป๐ฎ๐ฎ_๐๐ท๐ฎ๐ฎ_๐ถ๐ฏ๐ฎ๐ฎ
โ.๐๐ฎ๐ฎ๐ณ ๐ง๐ผ๐ธ๐ธ๐ผ ๐ก๐ฎ๐ฏ๐ถ๐ถ ๐ ๐๐ต๐ฎ๐บ๐บ๐ฎ๐ฑ {๏ทบ}
โ.๐๐ถ๐น๐ฎ๐ฎ๐น ๐ถ๐ฏ๐ป๐ ๐ฟ๐ฎ๐ฏ๐ฎ๐ต ๐ฑ๐๐ด๐ฑ๐ฎ ๐ฑ๐๐๐ฏ๐ฎ ๐ถ๐๐ฎ๐ฎ๐๐ถ๐ถ๐ป ๐ฑ๐ต๐๐ณ๐ฎ๐ป๐ถ๐ถ ๐ถ๐ท๐ฎ ๐ถ๐๐ฎ๐ฎ ๐พ๐ฎ๐ฏ๐ฎ๐ป๐ถ๐ถ ๐๐ฎ๐ด๐ฎ๐น๐ฒ๐ฒ ๐ท๐ถ๐ท๐ท๐ถ๐ถ๐ฟ๐ฎ๐๐ฎ๐ป๐ถ๐ถ "๐๐ป๐ถ ๐๐ฒ๐ป๐๐" ๐ท๐ฒ๐ฑ๐ต๐ฎ๐ป๐ถ๐ถ ๐ด๐ฎ๐ฎ๐ณ๐ฎ๐๐ฎ๐ป
โ.๐๐ถ๐น๐ฎ๐ฎ๐น๐ถ๐ ๐ฎ๐๐ถ ๐๐บ๐ฎ๐ฟ ๐ท๐ฒ๐ฑ๐ต๐ฒ๐ป ๐ ๐ถ๐๐ถ ๐ท๐ฒ๐ฑ๐ต๐ฎ๐ป๐ถ๐ถ๐ป
โ.๐๐ฏ๐ ๐๐ฎ๐ธ๐ฟ๐ถ ๐ท๐ฒ๐ฑ๐ต๐ฒ๐ป ๐๐บ๐บ๐ฎ๐ ๐ป๐ฎ ๐ต๐ถ๐ป ๐ฏ๐ฒ๐ฒ๐ธ๐ป๐ฒ ๐ท๐ฒ๐ฑ๐ต๐ฎ๐ป๐ถ๐ถ๐ป
โ.๐จ๐๐บ๐ฎ๐ฎ๐ป๐ถ๐บ๐ถ ๐ท๐ฒ๐ฑ๐ต๐ฒ๐ฒ๐ป ๐๐บ๐บ๐ฎ๐ ๐ฅ๐ฎ๐๐๐๐น๐น๐ถ ๐ฅ๐ฎ๐ฏ๐ฏ๐ถ๐ถ {๏ทบ} ๐บ๐ถ๐๐ถ ๐ท๐ฒ๐ฑ๐ต๐ฎ๐ปโฆ
โค17๐ฅฐ2๐1
Signed ๐๐๐โ๐๐๐๐ฆ๐ฆ๐๐ โ๐๐ ๐โ๐๐๐๐๐ข Gen
3 Jul 2025, 14:33 UTCโ1,100 views5 reactionsread 9 November 2026 Sadarkaa Umar nabii biratti qabu
Nabi Muhammad s.a.w dhugumatti kan jaalatuu tahe Umariin, kan faarsu taโe yeroo dheeraaf. Sunis waan argeefi dhugaa dubbachuu isaa, iimaana isaa, bololuu isaa diinii kanaaf jecha. Akkasumas nabi Muhammad s.a.w akkana jechuun isa faarsaa ture. โOsoo nabiyyiin naboodaan kan jiraatu taatee silaa Umartu taha.โ
Akka Anas ilma Maalik irraa nuu odeeffametti โGuyyaa tokko nabi Muhammad s.a.wAโฆ
โค5
Signed ๐๐๐โ๐๐๐๐ฆ๐ฆ๐๐ โ๐๐ ๐โ๐๐๐๐๐ข Gen
2 Jul 2025, 14:30 UTC907 viewsread 9 November 2026 Photo
Isaan kunneen shari'aa Rabbiitiin faallaa ta'uu haa hubannu
1 Biyyummaa: biyyaan wal qooduun shari'aan dhorkaadha. Muslimni bakka hundaa obbolaadha.
2 Diimokrasii: inni kunis kufriidha. Saara nam tolchee waan ta'eef.seerri guutuun qur'aanaa fi hadiisa qofa.
3 Heera: inni kunis angafa seeraati. Kan namni tume.isa seera diimokrasii dhaleedha. Hundisaanii hidhata walii qabu haraama. Har'a haqa waliif dhaamuu qabna. Bor โฆ
Signed ๐๐๐โ๐๐๐๐ฆ๐ฆ๐๐ โ๐๐ ๐โ๐๐๐๐๐ข Gen
1 Jul 2025, 14:56 UTC809 views4 reactionsread 9 November 2026 Photo
Qiblaan Muslimootaa Makkaa (ka'abaadha). Qiblaan Hooggantoota suudii immoo White House dha. Muslimoonni gara mana Rabbii ka'abaatti hajjii godhu, bulchitoonni isaanii immoo gara Waayit Haawusitti Hajjii raawwatu. Musliimonni Mana Rabbii ka'abaa naannaโu, bulchitoonni suudii fi sheekonni gariin achii immoo Tiraampiin naannaโu. Muslimoonni Safaa fi Marwa gidduutti kan deeman yoo ta'u, bulchitoonni Ameerikaa fi Israa'eโฆ
โค4
Signed ๐๐๐โ๐๐๐๐ฆ๐ฆ๐๐ โ๐๐ ๐โ๐๐๐๐๐ข Gen
1 Jul 2025, 14:36 UTC781 views5 reactionsread 9 November 2026 ๐จ๐ค๐๐ ๐ข๐ค๐ค ๐๐๐ช๐๐๐๐๐๐?
Dubartoonni baayโeen isaaniiโค๏ธ kaffaltiin nyaataa, mahriin ykn kaadhimaan fi manni jireenyaa itti gaafatamummaa dhiirotaa akka taโe ni amanu. Garuu abbaa warraa isaaniif ajajamamuu, Hijaaba isaanii haguuggachuu, Ilmaan isaanii Guddisuun, mana isaanii keessa turuun itti gaafatamummaa dubartootaati jedhanii hin amanan!?
https://t.me/+EF0YhS3VBQE5OTQ8
โค3๐2
Signed ๐๐๐โ๐๐๐๐ฆ๐ฆ๐๐ โ๐๐ ๐โ๐๐๐๐๐ข Gen
Channel photo updated
28 Jun 2025, 18:01 UTC786 views1 reactionsread 9 November 2026 Wanti uummata islaamaa Burjaajessee duraa duuba dhowwe maali beektuu??
Namoonni hedduun iimaana dhugaa qabaachuu isaanii waliin namoota isaan dursanii jiran beekumsaanis ta'e qabeenyaan, akkasumas aangoo fi dubbiin isaanii namoota biratti fudhatama qabaachuu yeroo argan, ajaja Rabbii lafatti dhiisanii ilaalcha isaan kanaa hordofuun karaa qajeelaa irraa dabu. Kun waan namoota hedduu mudatee jiruudha.Gariin ammoo osomโฆ
โค1
Signed ๐๐๐โ๐๐๐๐ฆ๐ฆ๐๐ โ๐๐ ๐โ๐๐๐๐๐ข Gen
26 Jun 2025, 14:11 UTC681 viewsread 9 November 2026 ุงูุณูุงู
ุนูููู
ูุฑุญู
ุฉ ุงููู ูุจุฑูุงุชุฉ ุนุงู
ูุฌุฑู ุฌุฏูุฏ ูุณุงู ุงููู ุงู ูููู ุนุงู
ุงููุชุญ ูุงูุฎูุฑ ูุงุงู
ุฉ ุงูุฅุณูุงู
ูู ุนุงู
ูุงูุชู
ุจุฎูุฑ
โ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ โ๐๐๐๐๐๐ ๐ ๐๐'๐๐ก๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐'๐๐ ๐๐๐๐.๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐ข๐ข๐๐๐๐๐๐ ๐๐ข๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐ก๐ก๐๐ โ๐ข๐๐๐๐ ๐๐ก๐ก๐ ๐๐๐ ๐ ๐๐๐๐๐ข, ๐๐๐ ๐โ๐๐ฆ๐๐๐ ๐๐ข๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐ ๐ ๐ค๐๐๐๐๐๐๐๐๐ข ๐๐ข๐ข๐ โ๐๐ ๐ก๐๐๐ ๐๐ ๐ข. ๐๐๐๐๐ ๐ข๐๐ โ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ฆ๐๐ ๐ ๐๐๐๐๐๐๐โ๐ข ๐๐๐๐ฆ๐โ๐ ๐ค๐๐ ๐ ๐๐๐๐๐, ๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐ ๐ ๐โ๐๐๐๐๐ก๐ ๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐ฅ๐๐๐๐ฅ๐๐๐๐๐ ๐๐ ๐๐๐ โ๐๐๐๐๐๐๐ข ๐๐ข๐ข
Signed ๐๐๐โ๐๐๐๐ฆ๐ฆ๐๐ โ๐๐ ๐โ๐๐๐๐๐ข Gen
26 Jun 2025, 11:57 UTC700 viewsread 9 November 2026 Obsaan #Dubbisaa
Seenaan nama gaarii hin badu takkumaa. Rabbiin gootata diinii isaatiif falman kan aduwwii Rabbiif hin jilbeenfanne nuuf haa fidu!
Sheekul islaam ibnu teymiyaa
Maqaan isaa kan guutuu Ahmad inbu Abdul haliim ibnu Abdusalam jedhama Garuu Addunyaan irra walii galtee maqaa ุดูุฎ ุงูุฅุณูุงู
jedhamu kanniteef
Gaaf Tokko mootiin biyya isaadhaa Akkana jadheen yaa ibnu teymiyaa Ati Aangoo tiyya tana narraa fudhacโฆ
Signed ๐๐๐โ๐๐๐๐ฆ๐ฆ๐๐ โ๐๐ ๐โ๐๐๐๐๐ข Gen
23 Jun 2025, 09:37 UTC655 views3 reactionsread 9 November 2026 Photo
๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐ (๐ ๐๐ค) ๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐โ๐๐;
๐ค๐๐๐ก๐๐๐๐๐ ๐๐๐ข๐ ๐๐ข'๐ข๐ข๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐ ๐๐๐๐๐๐โ๐ข๐ข ๐๐๐ฆ๐ฆ๐ ๐๐ข๐ข๐๐๐ฆ๐๐๐ก๐.
1 โ๐๐๐โ๐ ๐๐๐๐๐ ๐ ๐๐๐๐โ๐ ๐ฆ๐๐ ๐๐๐๐๐๐
2 ๐๐๐๐ ๐๐๐'๐๐
3 ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐(๐๐๐๐๐)
4 ๐ฆ๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐
โ๐ข๐๐๐ ๐๐๐๐๐ฆ๐๐ฆ๐ฆ๐ข๐ข ๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐ข โ๐๐ ๐ค๐๐๐๐๐๐ข ๐คฒ๐คฒ๐คฒ
https://t.me/+EF0YhS3VBQE5OTQ8
๐3
Signed ๐๐๐โ๐๐๐๐ฆ๐ฆ๐๐ โ๐๐ ๐โ๐๐๐๐๐ข Gen
Showing the 12 most recent of 20 posts we hold for @Farrajaahiliyyaa. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked โ was rounded by Telegram before we ever saw it โ t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so โ1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.