2 Aug 2026, 17:11 UTC726 views10 reactionsread 8 August 2026 😴 Hirribaan duratti hin irraanfatin...
1. Wadda"atte rafuu..
2. Raka"a lama salaatu...
3. Salaata witrii salaatu..
4. Firaasha kee oggu sadi (3) bismallaah jechaa irraa haxaawu...
5.zikrii hirriba jachuu..
6.salaatu subhiitif ka"u niyyachuu..
7.hirriba kee niyyaa ibaadarratti jabaachutin rafuu..
8.yeroo raftu haala nama takkatti hamtuu fi histii hin yaanneen rafuu...
" Nama rabbiin irratti laaffiserratti laaftuudha…
❤8👍1😍1
24 Jul 2026, 09:45 UTC≈1,330 views12 reactionsread 8 August 2026 "Namni salawaata takka narratti buuse, Rabbiin salawaata kudhan isa irratti buusa jedhan Rasuulli Rabbiiﷺ."
#𝐒𝐚𝐥𝐥𝐮_𝐀𝐥𝐚𝐚__𝐍𝐚𝐛𝐢𝐢_ﷺ
👍10😘2
14 Jul 2026, 17:39 UTC≈3,150 views8 reactionsread 8 August 2026 Namni guyyaa qiyaamaa iddoo tokkorratti walitti qabama.
✅ haafiza qur'aanaa malee✌️
💠malaayikaa..!
💠malakaa dalagaa namaa barreessan,kabajamoo, qulqulluu wajji tayu.
✅Guyyaa qiyaamaa namni hundi walirraa dheessa haafiza qur'aanaa /ilma diin bare malee
💠inna haadhaafi abbaa soqa taaja kabajaa isaan uffisuuf
💎qur'aanni jannata siseensisee qofa sirraa hin hafu,siwajji tura haga sadarkaalee jannataa keessa olf…
👍5❤3
10 Jul 2026, 16:58 UTC≈5,460 views6 reactionsread 8 August 2026 والتواضع والحياء والوفاء بالوعد والوقار.
Islaamummaan ufgadi qabutti nama ajaja, waa qaanfachutti, beellama guututti, ija qadiqabachutti nama ajaja.
والرحمة والعدل والشجاعة والصبر
Islaamummaan tola walitti ooluu, Rahmata waliif godhuu, walqixxeessuu, haqa murteessuu, gootummaa, obsa qabaachuutti nama ajaja.
والألفة والقناعة والعفة والإحسان.
Islaamummaan waliigaltahuutti, aminfachuutti, ufqulqulleessutti, toltumm…
😍5😘1
1 Jul 2026, 23:08 UTC≈1,420 views9 reactionsread 8 August 2026 🌙🤲 Yoo jiruun sitti ulfaatte barreeffama kana dubbisi 📖✨
👇👇
🕋 Nabii Ayyuub waggaa 18 obse! 🤍😔
🕋 Nabii Yuusuuf waggaa 13 obse! 🤍⏳
🕋 Nabi Ya’aquub waggaa 14 obse! 😢🤲
🕋 Nabi Muusaan waggaa 40 obse! 🌿⏰
💡 Hubadhu, jarri kun nabiyyoota ta'uu wajjin waggaa kana hunda obsaan Rabbi isaanii eeggatan. 🤲❤️
🌹 Atis hangamillee turu, Rabbiin kee kadhaa kee siif qeebalee si gammachiisaa Inshaa ALLAH. 🤍✨
📖 ﴿وَلَسَوْفَ يُعْطِيكَ ر…
❤9
23 Jun 2026, 18:04 UTC567 views7 reactionsread 8 August 2026 Photo
‼️🌙 Sooma Aashuuraa‼️
Aashuuraa jechuun guyyaa 10ffaa ji'a Muharram, ji'a jalqabaa lakkoofsa yeroo Islaamaati.
Guyyaan kun seenaa guddaa qaba. Rabbiin guyyaa kana Nabi Muusaa fi ummata isaanii cunqursaa fir'oon irraa baraaree galaana ceesise. Yeroo Nabi Muhammad gara Madiinaa dhufan, Yahuudonni
guyyaa kana soomaa akka turan arganii sababaa isaa gaafatan. Isaanis Rabbiin Nabi Muusaa guyyaa kana baraare. Kanaafuu guy…
❤5😘2
19 Jun 2026, 19:07 UTC≈4,220 views12 reactionsread 8 August 2026 🌍Abbaan Kee Ni Jira ?
✅ Abbaa jechuun....
Egaa Rabbii Ol' Aaneeti Irkoodha.🌹🤌
✅ Abbaa jechuun...
Ega Rabbiiti Abdiidha.🌹🤌
✅ Abbaan kiyya Ni Jira Jechuun
Nama Tokko Kan....Jireenya kana Keessatti Itti Irkatee Jiraatu Ni Qabda Jechuudha🌹🤌
✅ Abbaan kee Sun 🌞 💐
✍ Yoo dhukubsatas tahe,
✍ Yoo fayyaas tahe,
✍ Yoo Dheeraas tahe,
✍ Yoo gabaabas tahe,
✍ Yoo bareedaas tahe,
✍ Yoo fokkotaas tahe,
✍ Namuma akka fedheetu haa…
👍6😘4❤2
15 Jun 2026, 08:25 UTC≈5,300 views17 reactionsread 8 August 2026 Maaltu Si Tuqe ??
📝 Ergamaan RABBII ( Sallallaahu Aleyhi Wasallam) Akkana jedhan:
"Dhugumatti, qaanfii fi iimaanni guutummaatti walitti hidhamanii jiru. Yoo isaan keessaa tokko ka’e (dhabame), inni kaanis achummaan dhabama." Jedhan Nabi Muhammad ( Sallallaahu Aleyhi Wasallam)
📝 Eeyyee, namni har'a 'Like' fi 'View' argachuuf jedhee sooshaal miidiyaa irratti safuu fi qaanfii mulqatee waan qaamaan dubbachuun itti ulfa…
❤10👍4😘3
13 Jun 2026, 19:43 UTC380 views9 reactionsread 8 August 2026 Forwarded from @CaayaadiiinaalislaamFile
📚Sagantaa Daaw'aa Dubartootaaf...
By Oustadh Neja mohamed...👌
📌Warri Sagantaan isin jala darbe...Sagalee kana Dhageeffadhaa....🌺
❤5👍2😍2
10 Jun 2026, 03:22 UTC618 views9 reactionsread 8 August 2026 ✍🌸AFEERRAA DA'WAA🌸
📢Mata Duree:"Dubartoota Islaamaa fi Yeroo Ammaa"🌸✨
✍Yaa obboleettii tiyya tan qalbii muslimaa! Addunyaan yeroo ammaa keessa jirtu tun qormaata adda addaatiin marfamtee jirti.📌
✍Akkamitti iimaan fi hijaaba keetiin jabaattee, faaya bultii fi hawaasa keetii ta'uu dandeessa? 💐💪
Gaaffilee fi deebii jireenya keetiif murtessoo ta'an muraasa irratti daaw'aan gadi fageenyaan qophaa'ee jira.😌😍
📌 Hundi ke…
👍5❤2🥰2
10 Jun 2026, 03:22 UTC410 views7 reactionsread 8 August 2026 Photo
Photo, posted without a caption
❤5🥰2
4 Jun 2026, 17:22 UTC≈2,500 views10 reactionsread 8 August 2026 Dhaamsa Jibriil(AS) Nabi muhammadiif(SAW) dabarse tana beektuu laata⁉
Yaa Muhammad;
✅ hanga feete jiraadhu du’a inuman oolle...!
✅ Abbaa feete jaaladhu addaan bahuun keessan inuman oolle...!
✅ Waan barbaadde dalagi galata galfamuun kee inuman oolle...!
Hubadhu‼
✅ Kabajaan mu'uminaa dhaabbata halkanii(Salaata halkanii) keessa jira.
✅ Jabeenyi mu'uminaa uf danda'uu(namarraa duroomuu) keessa jira.
❤7🥰3
Showing the 12 most recent of 20 posts we hold for @maada_beekumsaa. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.