7 Aug 2026, 02:42 UTC4 views5 reactionsread 7 August 2026 Forwarded from @hopepromotion
✅ Daqiiqaa 30 booda ni balleeffama - Channelee Kanneen ariifadhaa Join Godhadhaa! 🎄 📊⬇️
┃📩 Now Speak English
┃─
┃😀 Daily Info
┃─
┃😁 Kottaa Kolfaa
┃─
┃⚽️ Football Highlight
┃─
┃❓ Kana Beektuu
┃─
┃👤 @Gaggeessummaa
┃─
┃📚 @Books_Club12
┃─
┃😄 Dinqisiisoo Addunyaa
┃─
┃💡 Beekumsa Waliigalaa
┃─
┃✍ Seenaa Oromoo
Ariifadhaa Join Godhadhaa! 👇👇
Free promotion
✍️ Contact: @Getu_Abera
❤2😍2😘1
3 Aug 2026, 16:40 UTC57 views5 reactionsread 7 August 2026 👋Hi!
🔵 Join the Best Channels below 👇
┃_
┃Reading PDF 📖
┃_
┃Leadership and Psychology 🥇
┃_
┃Walaloo Jaalalaa ❤️
┃_
┃Love Tips 💋
┃_
┃Hariiroo Jaalalaa 🌷
┃_
┃@Amharic_proverb ✉️
┃_
┃Love Heart 😵💫
┃_
┃Facts and Knowledge ✅
┃_
┃Siifol Tech 🖥
┃_
┃@Dhimma_Fayyaa 💊
┃_
┃English Class 🎓
┃_
┃Now Speak English 🕖
┃_
┃Jara Tech 🚀
┃_
┃Crypto Earn 💸
┃_
┃@Gaaela_Gaarii 🎀
┃_
┃Getu Official
┃_
┃Arara Tv World Wide ❤️
┃_
┃Spiritu…
👍3🥰2
31 Jul 2026, 02:38 UTC106 views4 reactionsread 7 August 2026 Photo
💔 Jaalalli shamarranii dhiirota hawwachuuf ulaagaalee gurguddoo 3 qabaachuun irra jiraata jedhamee yaadama, Kunis,...⏩See More
👉 See More
See More
❌ Dhiironni ariitiin jaalala simatan dhuma irratti,...➡️See More
😘2👍1😍1
31 Jul 2026, 02:30 UTC40 views4 reactionsread 7 August 2026 Forwarded from @hopepromotion
✅ Daqiiqaa 30 booda ni balleeffama - Channelee Kanneen ariifadhaa Join Godhadhaa! 🎄 📊⬇️
┃📩 Now Speak English
┃─
┃😀 Daily Info
┃─
┃😁 Kottaa Kolfaa
┃─
┃⚽️ Football Highlight
┃─
┃❓ Kana Beektuu
┃─
┃👤 @Gaggeessummaa
┃─
┃📚 @Books_Club12
┃─
┃😄 Dinqisiisoo Addunyaa
┃─
┃💡 Beekumsa Waliigalaa
┃─
┃✍ Seenaa Oromoo
Ariifadhaa Join Godhadhaa! 👇👇
Free promotion
✍️ Contact: @Getu_Abera
😘2❤1🥰1
29 Jul 2026, 17:10 UTC108 views6 reactionsread 7 August 2026 Photo
🔴 Waaqayyo jireenya Kee kan jijjiiru, yoo ati eeyyamamaa taatedha
❤️ Namoota jijjiiramuu hin barbaadne jijjiiruuf humna kee hin qisaasessin! Namni kan jijjiiramu ofii isaatii jijjiiramuu yeroo murteessu qofadha.
✉️ Karaa agarsiisuu ni dandeessa, jajjabeessuus ni dandeessa, fakkeenya gaarii ta'uus ni dandeessa; garuu nama jijjiiramuu hin barbaadne dirqiin jijjiiruu hin dandeessu.
✍️ Kanaaf yeroo kee, humna kee fi x…
😍4👍1🥰1
26 Jul 2026, 19:37 UTC139 views13 reactionsread 7 August 2026 Photo
Hubannoo Mallattoo Bineensichaa fi Lakkoofsa 666
✍️ Yeroo ammaa kana addunyaan dhimma mallattoo bineensichaa irratti sagalee gurguddaa dhageessisaa jirti. Namoonni hedduun sodaa, burjaajii fi wal-himannaa keessa kan jiran yoo ta’u, gariin immoo raajichi raawwachuu eegaleera jedhanii iyyu. Ta’us, sodaan mul’ata miti; sagaleen baay’eenis dhugaa ta’uu dhiisuu danda’u. Kanaaf, dhugaa fi asoosama adda baasuuf gara Caaffa…
❤6😍6🥰1
25 Jul 2026, 19:32 UTC129 views12 reactionsread 7 August 2026 ✅HIIKKAA MAQAA YESUUS KIRISTOOS
1️⃣ Abbaa bara baraa. Isa. 9:6
2️⃣ Abbaa firdii. Mat. 12:18, HoE 10:42
3️⃣ Abdii(abdatamaa)...Mat. 12:18, 1xim 1:1
4️⃣ Angafa nagaa. Isa. 9:6
5️⃣ Ameenii isa ta'e. Mul 3:14
6️⃣ Abboomaa/ajajaa jabaa...Uma 49:10
7️⃣ Amanamaa...Mul 19:11
8️⃣ Addaam isa lammaffaa...1Qor 15:45
9️⃣ Angafa Tiksootaa. 1Phex 5:4
1️⃣0️⃣Amaanu'eel. Isa 7:14, Mat 1:23
1️⃣1️⃣ Alfaafi Omeegaa. Mul 1:8, mul 22:13
1…
👍7❤2🥰2😍1
24 Jul 2026, 02:40 UTC115 views9 reactionsread 7 August 2026 Photo
✅ Hiikkaa Jechootaa Macaafa Qulqulluu.
|---|---|---|---|---|
|1 , Haalleeluyaa :- Waaqayyoon Galateeffadhaa. Mul'ata | 19 : 1
2, Hizqi'eel :- Waaqayyo jabina ni kenna. Hizqi'eel 1 : 3
3, Musee :- Kan bishaan irraa baafame. Ba'uu 2 : 10
| 4 | Milkiyaas | Ergaa koo / Ergamicha | Milkiyaas | 1 : 1 |
| 5 | Mikaa'eel | Kan akka Waaqayyoo eenyu? | Daani'el | 10 : 13 |
| 6 | Mikiyaas | Kan akka Waaqayyoo eenyu? | Mik…
🥰7❤2
22 Jul 2026, 19:28 UTC110 views8 reactionsread 7 August 2026 Photo
➡️⚠️ DU'A KEETII DURAA: LUBBUU KEE EENYUTU DHUUNFATA?
Hojii kee addaan kutii hamma tokko yaadi. Kun ergaa akka waan salphaatti ilaalamuu miti. Kun waa’ee jireenya kee isa bara baraati. 🌍✨
Yeroo namni tokko afuura isaa isa dhumaa baasuuf jedhu, addunyaa hafuuraa keessatti maaltu akka ta’u takkaa dhimmittee beektaa? Waanti ija namaatiin mul’atuun alatti wanti raawwatamu baay’eedha.
Yeroo namni tokko dachee kana dhiise…
👍3❤2🥰2😘1
20 Jul 2026, 23:37 UTC109 views9 reactionsread 7 August 2026 Photo
⚖️ GAAFFIIWWAN SADDAN GUYYAA MURTIITTI HUNDA IRRA CAALAN
Guyyaan namoota hundaaf qophaa'e tokko ni jira; guyyaa ati fuula Yesuus Kiristoos duratti dhaabbattu. Guyyaa sana waa'ee Isaa dhaga'uu qofa miti, waa'ee Isaa falmuu ykn waa'ee Isaa maxxansuu qofa miti; dhugumaan Fuula Isaa duratti dhaabbachuu dha. Ibroota 9:27 irratti akka barreeffameetti, "Akka namootaaf al tokko du'uun, itti aansees murtii deemuun qophaa'etti…
❤4🥰3😍2
5 Jul 2026, 14:34 UTC158 views4 reactionsread 7 August 2026 Photo
Photo, posted without a caption
👍4
3 Jul 2026, 19:19 UTC172 views7 reactionsread 7 August 2026 🔵 2. Ani dhufeem garaa burqaa dhiigaa
Ceephoo fi xuraawummaa fi isa yaa'uu
Lolaa qulleessaa cubbuu kessatti dhiqqee
Uffanni koo cabbiirra addaataa
Qajeelummaankoo kan koo mitii
Yesuustu nakeessaa jiraa
AmalaWaaqummaasaarraa qoddadhee
Isa keessatti anoo
3.Ani dhufeem gara burqaa fayyummaa
Dhiyeessii daangaaf dhuma qabnee
Dhoksa bira hin gaa'amneef hin bitamne
Ogummaa fi qabeenyaa namaatiin
Burqaa cinaachasa keessaa …
😍4👍2🥰1
Showing the 12 most recent of 20 posts we hold for @maaranaataa_Yesuus. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.