1 Oct 2026, 07:13 UTC≈1,130 views1 reactionsread 1 October 2026 Photo
Daandiin Qilleensa #Itoophiyaa xiyyaarota fe’umsaa #Booyiing 10 bituuf waliigaltee mallatteesse
Finfinnee, Fulbaana 30, 2026: Daandiin Qilleensa Itoophiyaa xiyyaarota fe’umsaa fageenya dheeraa balali’an10, Booyiing irraa bituuf waliigaltee mallatteessuun, hojiiwwan tajaajila fe’umsaa fi loojistikii isaa babal’isuuf tarkaanfii haarawa fudhate.
Waliigaltichi Roobii, Fulbaana 30, Finfinneetti kan mallattaa’e yoo ta’u,…
👍1
29 Sept 2026, 08:38 UTC≈2,000 viewsread 1 October 2026 Photo
#Sudaan Gamtaan Mootummootaa akka qaamolee finciltoota #RSF’f tumsan irratti tarkaanfii fudhatu gaafatte
Finfinnee, Fulbaana 29, 2026: Sudaan hawaasni addunyaa biyyoota naannoo fi ollaa ta'an kan finciltoota Raappiid Sappoorti Foorsis (#RSF) deeggaran jedhaman irratti dhiibbaa akka godhaniif waamicha ishee lafaa dhiyeessite; deeggarsi alaa taasifamu kan lola kana ittuu hammeessu dhaabsifamuun waraansi biyyattii kees…
29 Sept 2026, 08:37 UTC≈1,770 viewsread 1 October 2026 Photo
Finfinnee: Senataroonni Ameerikaa ja’a, Ministira Dhimma Alaa Maarkoo Ruubiyoonii fi Ministeera Dhimma Alaa Ameerikaa, mootummaa federaalaa Itoophiyaa, TPLF fi gareewwan hidhatanii isaan waliin hiriiran waliin mari’achuun, walitti bu’iinsa haaromfame dhaabuu fi gara araaraatti deebi’uuf akka hojjetan gaafatan.
Ibsa Koree Hariiroo Alaa Senetii Ameerikaa #Addis_Standard’tti ergameen, senataroonni kunneen haalli nageen…
28 Sept 2026, 10:52 UTC≈2,220 views5 reactionsread 1 October 2026 Photo
Ministirri Muummee Abiy Ahmed Abrahaam Balaay, PhD, Komishinarra Komishinii Humna #Niwukilara #Itoropiyaa gochuun muudan
Finfinnee, Fulbaana 28, 2026: Ministirri Muummee Abiy Ahmed (PhD), Fulbaana 14 bara 2019 A.L.I irraa eegalee Abrahaam Balaay (PhD)Koomishinarii Koomishinii Humna Niwukilaraa Itoophiyaa taasisuun muudan.
👍5
28 Sept 2026, 07:48 UTC≈2,280 viewsread 1 October 2026 Photo
Obbo #Shiimallis_Abdiisaa Pireezidaantii Naannoo #Oromiyaa ta’uun ammas filataman
Finfinnee, Fulbaana 28, 2026: #Caffeen_Oromiyaa yaa’iin isaa duraa Waggaa 1ffaa Bara Hojii Caffee 7ffaa taa'een Obbo Shimallis Abdiisaa Pirezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa taasisuun muudee jira.
Caffeen Oromiyaa Yaa'ii duraa Waggaa 1ffaa Bara hojii Caffee 7ffaa Magaalaa Adaamaa Galma Caffeetti harra Fulbaana 28, 2026 kaasuun gag…
25 Sept 2026, 07:34 UTC≈3,330 viewsread 1 October 2026 Photo
Ambaasaaddarri U.S #ABUT "Duula Bal'aa" gaggeessuu isaatti gadduu ibsan; maree siyaasaafis waamicha dhiyeessan
Finfinnee, Fulbaana 23, 2026: Itoophoiyaatti Ambaasaaddarri #Yuunaayitid_Isteetis Eerviin Maasiingaa Gaggeessitoonni Adda Bilisummaa Uummata Tigraay (TPLF) "duula bal'aa" gaggeessuuf murteessan jechuun oduu dhagaa’ame irratti "gadda" itti dhaga'ame ibsuun, naannoo Tigraayi akkasumas naannoowwan ollaa Affaar…
22 Sept 2026, 12:11 UTC≈3,680 viewsread 1 October 2026 Photo
#Itiyoopiyaan tajaajila #Kaargoo qabannoo dijitaalaa babal’isuuf #CargoAi waliin ta’uun hojjechuu beeksiste
Finfinnee, Fulbaana 22, 2026: Ethiopian Cargo & Logistics Services, tajaajila fe’umsaa xiyyaaraa dhaabbata qabannoo fe’umsaa dijitaalaa #CargoAi waliin ta’uun hojjechuu eegaluun, daldaltoota fe’umsaa Awurooppaa, Afrikaa, Baha Giddugaleessaa fi Eeshiyaa keessatti argaman biratti qaqqabummaa isaa bal’iseera.
Ak…
21 Sept 2026, 06:47 UTC≈3,850 views3 reactionsread 1 October 2026 Photo
Gareewwan #Itoophiyaa sochii mormii #hidhannoo gaggeessan torba #gamtaa_haaraa ummachuu labsan
Finfinnee, Fulbaana 20, 2026: Gareewwan mormitootaa akkasumas humna meeshaa waraanaa hidhatanii sochii mormii Itoophiyaa keessatti gaggeessan torba walta’iinsa haaromfame kan “Gamtaa Humnoota Baraaruu Ummata Itoophiyaa” jedhamu hundeeffamuu isaa ifatti labsan. Gamtaan kun kaayyoon isaanii inni jalqabaa mootummaa Paartii Ba…
👍3
19 Sept 2026, 07:57 UTC≈3,950 views1 reactionsread 1 October 2026 Photo
#Yuunaayitid_Isteetisii fi #Deenmaarkifi Odolli #Giriinlaandi walii galteerra gahuu Tiraampi ibsan
Finfinnee, Fulbaana 19, 2026: Yuunaayitid Isteetis, Denmark fi Odolli Giriinlaandi U.S. buufata waraanaa cimaa Giriinlaandi irratti akka ijaartuuf waliigaltee irra ga'an; kana waliinis qaamoleen U.S.’n morman buufata mataa isaanii Odola kana irratti akka hin dhaabne walii galteen kun kan dhorku ta'uu isaa Doonaald Traa…
👍1
18 Sept 2026, 09:23 UTC≈4,140 viewsread 1 October 2026 Photo
#Xaaliyaan muddama #Bab_al_Mandeb keessatti mudateef doonii daldala eeguuf humna galaana qopheessaa jiraachuu eerte
Finfinnee, Fulbaana 18, 2026: Ministeerri Raayyaa Ittisaa Xaaliyaan Guuyidoo Kirooseetoo Kamisa kaleessaa Xaaliyaan naannoo bishaan tarsiimawaaa Yeman cinaatti argamuu fi ulaa darba bishaanii Bab al-Mandeb keessa dooniiwwan daldala ishee darban eeguuf ergama humna galaanaaf qophaa’aa jirti jechuun ibsa…
17 Sept 2026, 10:48 UTC≈3,460 views1 reactionsread 1 October 2026 Photo
Godina Booranaa, Aanaa Gomolee, Ganda Abbunuu, iddoo Arsiitee jedhamu kan naannoo Paarkii Biyyaalessaa Booranaatti dhihoo jirutti, hojii albuuda warqee baasuu waliin walqabatee keemikaalli dhangalaafamuu lubbu-qabeeyyii naannichaa, keessumaa simbirrootaa fi kanniisa irratti miidhaa geessisaa jiraachuu jiraattonni himan.
Akka jiraattonni jedhanitti, qaamoleen naannichatti albuuda warqee baasaa jiran keemikaalota hoji…
👍1
16 Sept 2026, 16:35 UTC≈3,750 viewsread 1 October 2026 Photo
Tuutni Yaalii Hatattamaa Biyyaalessaa #Itoophiyaa sadarkaa gulantaa idil-addunyaa kan #Dhaabbata_Fayyaa_Addunyaa gitu argate
Finfinnee, Fulbaana 16, 2026: Tuutni Yaalii Hatattamaa Biyyaalessaa (Emergency Medical Team – EMT) Itoophiyaa Dhaabbata Fayyaa Addunyaa (WHO) irraa sadarkaa gulantaa idil-addunyaa argate. Akka dhaabbati kun Kibxata ibsa baaseen ifoomsetti, Naannoo Afrikaa Dhaabbata Fayyaa Addunyaa – WHO keessa…
Showing the 12 most recent of 45 posts we hold for @AfaanON. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.