16 Mar 2026, 01:16 UTC≈14,300 views93 reactionsread 12 September 2026 Qabxiiwwan Walqunnamtii saalaatin dubartii amma ishiin quuftutti fedhii baasuf tajaajilan
◈ Dubartii walqunnamtii saalatiin gammachiisuun gaaffii dhiiraa bara dheerati. Yeroo amma kana immoo dubartiin waan hunda waan beektuf dhiiratti qormaata cimaa bara kanaati. Dhiironni qofti maalinni nutis fedhii ba'uu qabna malee jechuun shamarran si'anaa gungummii dhageessisuu irraan kan ka'e dhiiratti mata dhukkubii cimaa ta'…
❤60👍18🥰8😁7
7 Mar 2026, 23:27 UTC≈14,400 views24 reactionsread 12 September 2026 Dhiirri tokko walqunnamtii saa'laa osoo hin raawwatin yeroo dheeraaf gaafa ture Ispermiin omishamu eessa deema??? Cidhaan hoo nama ni dhukkubaa??
Cidhaan yeroo yeroodhaan ispermii baay'ee oomishti. Ispermiin kunis yeroo dhiirri tokko dhangalaasu ujummoo cidhaan keessa geejjibamee dhangala'aa "Semen" jedhamu waliin erga walitti makamee booda gara alaatti dhangala'a. Haa ta'u malee, gaafa dhiirri tokko dhangalaasuu b…
❤24
7 Mar 2026, 23:24 UTC≈12,300 viewsread 12 September 2026 Photo
Photo, posted without a caption
1 Mar 2026, 20:52 UTC≈13,100 views27 reactionsread 12 September 2026 Dhiirri Haadha manaa isaa maal gochuu qaba erga fuudhees osoo hin fuudhinis gochoota kana dubbisaa.
1 Haadha manaa kee akka sirriitti jaalattuuf kabajju yeroo hundaa isheetti himi
2 Haadha manaa kee namni sitti aanee sitti aanee hin jirre waan hin jirreef yeroo hundaa kunuunfadha
3 Haadha manaa kee yeroo kamuu jajjabeessi, hin sobin.
4 Haati warraa kee haadha ishee deesseef abbaa ishee dhalche dhiistee siif kennamte…
❤21👏6
1 Mar 2026, 20:51 UTC≈10,200 views9 reactionsread 12 September 2026 Photo
Photo, posted without a caption
❤9
18 Feb 2026, 23:06 UTC≈11,300 views26 reactionsread 12 September 2026 Wantoota 17 Haadha Manaa Keessan Waliin Gochuu Qabdan!!
1. Ishee waliin taphadhu, Rabbiin yeroo abbaan manaa haadha manaa isaa waliin taphatu ni jaallata.
2. Gaarummaadhaan ishee ilaaluu fi waan qalbii ishee gara keetti lallaafatu hunda isheef dhiyeessu
3. Kennaa isheef bituu yeroo tokko tokko yoo toffee ta'ellee (akka daa'imaatti ilaalamuu waan jaallatuf).
4. Hojii mana keessaa irratti ishee gargaaruu fkn. Nyaata b…
👍14❤12
18 Feb 2026, 23:04 UTC≈9,950 views2 reactionsread 12 September 2026 Photo
Photo, posted without a caption
❤2
4 Nov 2025, 17:11 UTC≈16,700 views47 reactionsread 12 September 2026 "Dheerinnii fi Bal'inni Qaama Saalaa Dubartootaa hangami?"
*******
Qaamni saala dubartootaa qaama baay'ee ajaa'ibsiisaa ta'eedha. Sababni isaas, dheerinni fi bal'inni isaa namaa namatti qofa osoo hin taane, kan namuma tokkooyyuu yeroo yeroodhaan akka barbaadutti of jijijjiruu waan danda'uufi. Fknf, yeroo marsaa laguu, walqunnamtii saalaa, da'umsaa fi kkf akka barbaadetti of jijijjiira. Yeroo baay'ee garuu, dubartoota…
❤37👍6👎4
18 Sept 2025, 14:57 UTC≈15,900 views42 reactionsread 12 September 2026 FEDHII OFIIN OFIRRAA BAASUU/ Ofiin of gammachiisuu:
*
Fedhii ofiin of irraa baasun (Seegaan) akka guutuu addunyaattii gocha saala lachuunuu (dhiiranis dubaranis) raawwatamuufi baay'ee beekkamudha. Qorannoon garagaraa akka jedhutti dhiirri dubartii caalaa gocha kana ni fayyadama jedha. Gochi kun yeroo baay'ee akka ilaalcha hawaasa garagaraatti, biyya keenya dabalatee, akkasumas amantii tokko tokko biratti akka wan ba…
❤36👎6
18 Sept 2025, 14:56 UTC≈12,600 views3 reactionsread 12 September 2026 Photo
Photo, posted without a caption
❤3
10 Sept 2025, 13:30 UTC≈13,200 views12 reactionsread 12 September 2026 Photo
Abbaan manaa tokko carraa dhalchuu yoo hin qabaanne,sanyii dhiiraa(ispeermii) yoo oomishuu hin dandeenye abbaan manaaf haati manaa walii gallaan ispeermii nama biraa irraa fuudhuun, haadha manaa sanarraas hanqaaquu fuudhuun laabiraatoorii keessatti guyyaa muraasaaf erga guddisanii fartilaayizeeshiniin uumamee yeroo xiqqoo booda gadameessa dubartii keessa kaa'uun mucaa godhachuun ni danda'ama. Utuu nama sana waliin wa…
❤12
23 Jul 2025, 17:55 UTC≈12,500 views31 reactionsread 12 September 2026 Dhirti tokko dafee akka hin dhangalsneef:-
✅ Sammuu Tasgabbeessuu fi Soda Hir’isu qaba:
Yeroo tokko tokko sababni jalqabaa sodaa fi yaaddoo (performance anxiety) ta'uu danda’a.
Ofitti amanuu fi tasgabbaa’uu baradhu. Sammuun tasgabbaa’ee yoo ta’e, qaamni tasgabbaa’a.
Yoo tasgabbii dhabde yeroo gabaabdu qofa xumurta
✅ Hafuura Dheeraa fi Sirrii Fudhachuu qaba:
Yeroo dhiphattu ykn miira cimaa keessa jirtu, hafuura cimaa …
❤31
Showing the 12 most recent of 20 posts we hold for @barnoota_wal_qunnamtii_saalaa. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.