5 Nov 2026, 06:10 UTC241 views6 reactionsread 5 November 2026 Photo
💍 Kakuu Haaraa keessatti Gaa'ela Diigamuu hin dandeenye tokko ni argina. Gaa'elli diigamuu hin dandeenye kun isa kamidha yoo jenne, waan Yesuus dubbate tokko nu yaadachiisa.
Guutummaa isaa website keenya seenuun argadhaa! 👇👇
https://gaggeessummaa.com/gaaela-diigamuu-hin-dandeenye/
❤4🥰2
Signed Gech Ab
25 Oct 2026, 06:08 UTC739 views13 reactionsread 5 November 2026 Forwarded from @ForAllthingsEye
#Takka_Takka ...!
Takka takka si dhukkuba garuu fayyaa fakkaatta! Namoota hedduu keessa jirta garuu kophummaan sitti dhagahama.
Namoota ofiikee jaalattu hedduu qabda, namoota si jaalatan immoo bicuu ishee dhabda. Garaakee guutuu waahee namoota hedduuf rakkatta, haa tahu malee atimmoo rakkina kee keessatti warra quba sitti qabaniifi warra mataa sitti raasan malee hin argitu. Dhiphina namaa dhiphatta, yaaddoo namaa …
❤7🥰6
Signed Yoo'obsan Abebe Abate
20 Oct 2026, 19:28 UTC≈1,020 views8 reactionsread 5 November 2026 Forwarded from @ForAllthingsEyePhoto
Jaalalli danda'aadha
humna qabeeyyii jilbeenfachiisa.
Jaalalli humna qabeessa
oftuultota garraammii taasisa.
Jaalalli ogeessadha
ija jibbaan kan dhokfame ibsa.
Jaalalli obsaadha
ariifataa tasgabbeessa.
Jaalalli obsaadha
kan miidhame jajjabeessa.
Jaalalli ogeessadha
kan arrabse fayyisa.
Jaalalli gorsaadha
gara jabeeyyii ifata.
Jaalalli gara laafessa kan gane deebisee jaalata.
Jaalalli fayyummaadha
sammuuf…
👍4❤2🎄1🆒1
Signed Yoo'obsan Abebe Abate
10 Oct 2026, 17:21 UTC≈1,290 views5 reactionsread 5 November 2026 Forwarded from @ForAllthingsEyeVideo
Madaala Jaalalaa
Madaala isaa yoo eeggachuu baate, Ofii nyaatamtee, Isas/ishees nyaachifta Galaana.
🖤koof
https://t.me/ForAllthingsEye
❤3👍2
Signed Yoo'obsan Abebe Abate
10 Oct 2026, 09:21 UTC≈1,180 views13 reactionsread 5 November 2026 Forwarded from @ForAllthingsEyePhoto
1. ❤️ Hariiroon gaariin jaalala qofa osoo hin taane, wal hubachuu, wal kabajuu fi yeroo rakkinaatti wal bira dhaabbachuudha.
2. 🤝 Namni si jaallatu dogoggora kee hin dhoksu; garuu si sirreessuuf jaalalaan si gorsa.
3. 💞 Hariiroon cimaan namoota mudaa hin qabne irraa hin dhalatu; namoota mudaa walii fudhatanii waliin guddatan irraa dhalata.
4. 🫂 Yeroo gammachuu waliin kolfuun salphaadha; yeroo gaddaa walii ta'uun g…
❤10🥰2😘1
Signed Yoo'obsan Abebe Abate
10 Oct 2026, 04:47 UTC966 views4 reactionsread 5 November 2026 Forwarded from @ForAllthingsEyePhoto
Jaalalaa fi Jireenyatu, gowwaa fi gara-dhabaa NU fakkeesse malee NUTIS namuma.💪
👍2❤1😘1
Signed Yoo'obsan Abebe Abate
9 Oct 2026, 17:42 UTC871 views7 reactionsread 5 November 2026 Forwarded from @ForAllthingsEyePhoto
Gorsa Jireenyaaf Nama Gargaaran 5n!
1🌱 “Jireenya keessatti hin ariifatin; waa arguuf obsaan eegi, waa argachuuf immoo ciminaan hojjedhu.”
2💪 “Har'a yoo kufte bor ka'uu hin dagatin; kufaatiin kee dhuma jireenyaa osoo hin taane, barumsa milkaa'ina keeti.”
3❤️ “Nama si kabaju kabaji, nama si jaallatu jaalladhu; garuu nama gammachiisuuf jecha ofii kee hin dagatin.”
4🕊️ “Waan darbeef hin gaddin, waan hin dhufneef hin …
❤5🥰2
Signed Yoo'obsan Abebe Abate
9 Oct 2026, 17:34 UTC797 views3 reactionsread 5 November 2026 Forwarded from @ForAllthingsEyePhoto
Wa'uma argachuuf
Laga Sagal ceetee
Biyya guutuu labda
Bara meeqa seetee
Akka shufeera taaksii
Asii fi achi kaatta
Gaafa yeroon kee ga'u
Ija hojii kee nyaatta
Hin shakkiin! akkasi
Guyyaan tokko jira
Yoo jiraattes bakkasi
Dhufee hojiikee sii hira
Yeroo hundumaa waan hojjette hin dagatiin, waan hin hojjennes hin abdatiin.
❤1🥰1😘1
Signed Yoo'obsan Abebe Abate
9 Oct 2026, 09:13 UTC872 views8 reactionsread 5 November 2026 Forwarded from @ForAllthingsEyePhoto
Jaalatanii dhabuu keessatti wanti guddaan nama irraanfachuu miti!
Kan ulfaatu isa ormi (Namni biraan) "Hiriyaan kee sun akkam ta'e kn akkam taate wal dhiistanii? gargar baatanii? Maaliif wal dhiiftanii?" jedhee nama gaafatudha. Kan ibidda ibidda godhee nama waadu gaaffii keessa keefi gaaffii Namoonni si gaafatanidha. Madaa kee sitti kaasa. Si dhukkubsa.
Kanatu nama jaallannu irraa akka abdii hin kutanne nu taasisaa…
❤5🥰3
Signed Yoo'obsan Abebe Abate
8 Oct 2026, 17:52 UTC945 views5 reactionsread 5 November 2026 Forwarded from @ForAllthingsEye
Bu'uura jireenya gargaaran!
1. Garmalee Mi'aawaa hin ta'iin, ta'uu baannaan nama hundaan Nyaatamta.
2. Garmalee Arjaa hin ta'iin, akka Meeshaatti sitti Fayyadamu.
3. Garmalee Gara laafessa hin ta'in, Gatii fi Kabaja kee irraanfatu. Gowwaa si se'u.
4. Garmalee Amantaa kee namarra hin kaa'iin, Daangaa kee Cabsu.
5. Yeroo hunda nama Dhiifama gochaa jiraatu hin ta'iin, Dogoggoruma sana deebisanii sirratti raawwachaa…
🥰3❤2
Signed Yoo'obsan Abebe Abate
8 Oct 2026, 10:05 UTC843 views5 reactionsread 5 November 2026 Forwarded from @ForAllthingsEyePhoto
1. “Si jaallachuun koo filannoo koo miti; onneen koo ofumaan si filatte.” ❤️
2, “Fageenyi nu gidduu jiraatus, yaadni koo guyyaa fi halkan si bira jira.” 🖤
3. “Nama hedduu arguu nan danda’a; garuu bakka kee onnee koo keessatti namni biraa naaf hin bu’u.” 🥺
4, “Si dhabuu jechuun nama tokko dhabuu qofa miti; addunyaa koo keessaa kutaa guddaa tokko dhabuu dha.” 💔
5. "Yoo ati na bira hin jirre, yaadni kee q…
❤3🥰1😘1
Signed Yoo'obsan Abebe Abate
7 Oct 2026, 11:05 UTC893 views11 reactionsread 5 November 2026 Forwarded from @ForAllthingsEyePhoto
Jireenyii, imala
Jiraachuun, amala
Jiruun immoo, mala!
Amala ilma namaa
Imala uumamaa
Mala sammuu namaa!
Jiruun,
Olii fi gadi, labdi
Bu'aa-ba'ii, qabdi.
Hiree hunda keenyaa
Kanatu qabeenya
Kanatu jireenya.
Hireen filattuudha
Qalbiin hifattuudha
Jiruun imaltuudha!
Kanaafuu!
Amala eeganii
Imala seenanii
Mala qajeelani!
Akkasiin!
Amallii qabama
Imallii dhaqama
Mallii malatama
Galmis dhaqqabama!
Akkasiin!
Rakkinni…
❤10🥰1
Signed Yoo'obsan Abebe Abate
Showing the 12 most recent of 41 posts we hold for @Singer_Megertu_Official. View and reaction counts are the latest single reading for each post, not a live figure, and a recent post is still accumulating both. A view count marked ≈ was rounded by Telegram before we ever saw it — t.me prints views in full below 1,000 and to three significant figures above, so ≈1,200,000 means somewhere between 1,150,000 and 1,249,999. Unmarked counts are exact. Text is reproduced from the public post preview and truncated for length.